Gafı feetan gafadha comment gubatti.

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 30. 06. 2024

Komentáře • 21

  • @Abiirmuhammad
    @Abiirmuhammad Před 29 dny +2

    As wr wb akami ngy fayya abse mali badde bar nurra hin badina gafin tiya 1. Maqaa isa hanga akakuti nuf himi 2. Essa dhalate guddate 3. Biya tam jirta. fuldura ketif biya tam jirachu barbada 4. Ati warra essati 5. Hojin amma dalagu jirtu ta akami . Fuldura ketif hoo maal hojjachu barbada ta dhunfa keti 6. Oboleyan meeqa qabda dhira fi dhala 7. Ati hoo ga'ela ykn cidha godhate jirta yoo godhate ilman meeqa qabda 8. Oboleyan kee kessa nama meeqa heruma ykn fudhe nuf himi 9. Abban keti fi umman te lubbun ni jirani yoo hin jirres rabbi rahmata ha godhuf 10 . Mediarrati enyu si kase dalagi hojjadhu sin ja'e . Gaafin tiya hanganuma aka naf debistu abdin qaba galatomi abse atis chansi tana nuf kanu ketif ani hordoftu teysani taka videon teysan nahin dabarre sanifo me atis youtuberota nairobi keysa nama nuti aka gaariti jallanu pranki daqiqa dheera nuf irrati dalagi daqiqa 20 ykn 30 haye abse nutu hoga isin gad dhiftan ni lalla mi isinis yaada kenya nurra fudha ok ❤❤❤🎉🎉🎉 as wr wb by ngyati naf jiradha chaw

  • @Abdure_Tube
    @Abdure_Tube Před měsícem +2

    As wr wb jirta galamso wood an gafi heddu hin qabu garu gaafiin an qabu taraa takka abse dhungadhu kissi nagammachisime

  • @BADBOY-tn1wg
    @BADBOY-tn1wg Před 20 dny

    AS WR WB ❤
    Gaaffiin too takka isiinis maqaa qureyshii jadhamu kun hiika maalii qaba maalif ifiin yaamuu eegalte mudannoo itti qabdaa ja'ii gaafadhu

  • @mustefamohammed2700
    @mustefamohammed2700 Před 29 dny

    As wr wb qoosaa bareduu takka nuf qoosii

  • @SuluxaniUmari
    @SuluxaniUmari Před 20 dny

    As wr wb galamsoo wood gaffin tiyya 1ffaan gara fuul duraatti maal sirraa eyna 2ffa mudannoo jiruu tee keessatti hin irraan fanne nuuf himi akka naaf deebiftu abdiin qaba bro❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @SaliahHusein-yh8jq
    @SaliahHusein-yh8jq Před měsícem

    as wr wb nagenyii kiyya bakka jirtuti si ha dhaqabuu ani gaffiin kiyya mudanoo jalala kesatii si mudate nuf himi

  • @RoobaaRashid
    @RoobaaRashid Před 29 dny

    Maqaa zamaanoo eessaa argatte jedhii naa gaafadhu

  • @Orotube-oq5si
    @Orotube-oq5si Před 29 dny

    Eessa jiraattaa naaf gaafadhu

  • @Lencocarcar4858
    @Lencocarcar4858 Před měsícem

    Qureshi esati bade ❤❤❤

  • @MusaaIbrahim-jw7eq
    @MusaaIbrahim-jw7eq Před 29 dny

    As wr wb akkam jirtuu ani gafiin koo mudaan jalalaa kan simudatee akaa Nufi himtuu kabajaan sigafadha bro akaa Naafi debistuu Abdin qabaaa

  • @AliyiYaqub-vf8yq
    @AliyiYaqub-vf8yq Před 29 dny

    Essa badde broo

  • @Firomsa104
    @Firomsa104 Před 29 dny

    Ani sin jaldhaa😂

  • @7615hamd
    @7615hamd Před 29 dny

    As wr wb akkam jirtaa qophesitootaa abdee show an bayen isin jaladhaa akanajatii gafin koo ani gafigudolee hin qabuu zamanoon mee isafi hatii manaa isatifi zamanoon akamiti wali baranii wali fudhani 2 jalallaa ho simoo isitu dura sijalater jayii naf gafadhuu abseeyee please gafii ko

  • @tofaabrahim6040
    @tofaabrahim6040 Před měsícem

    Khara gaariin namatti himurra maalif arrabsun isaaf salphate yero namni waan tokko ballese?

  • @Orotube-oq5si
    @Orotube-oq5si Před 29 dny

    Akkasuma haadha warraa teetiin gaafa walfuutan San uffanni isin uffattan San uffata warra hindii fakkaataa dhugaadhaa ,Akkasuma uffata San maaliif filatte

  • @AnsaarMahadii12
    @AnsaarMahadii12 Před 29 dny

    Ani gaaffiin kiyya drama duraanii maaliif dhiiftan

  • @IrfanShow-q4u
    @IrfanShow-q4u Před 26 dny

    You tube nuuf hojjatuu maalif dhiiftee video tee heddun jaaladhaa bro

  • @user-cx2yu8fm2l
    @user-cx2yu8fm2l Před 28 dny

    Karoorri ke ka fulduraa maali qofa gaafadhu

  • @SuluxaniUmari
    @SuluxaniUmari Před 20 dny

    Gaafiin tiyya tan 3ffaa Abde sigafadha fiilmiin jafar yusuf guutuun isaa gad dhiifamee niin dhabe yo gad dhiifame chanala kam irratti Akka naaf deebistu Abdiin qaba brathar

  • @IrfanShow-q4u
    @IrfanShow-q4u Před 26 dny

    You tube nuuf hojjatuu maalif dhiiftee video tee heddun jaaladhaa bro

  • @IrfanShow-q4u
    @IrfanShow-q4u Před 26 dny

    You tube nuuf hojjatuu maalif dhiiftee video tee heddun jaaladhaa bro