Dhukkuba sammuu | dhibee gaddabbu (Depression) hamaa |fayyaa sammuu afaan oromoo | mental wellness

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 12. 09. 2024
  • #mentalhealth #drnafyadgetu #inspireethiopia #oromomusic #habtamulamu
    #gingilcha #seifuebs #xiinsammuu

Komentáře • 19

  • @user-qu7rg2sc5d
    @user-qu7rg2sc5d Před rokem +1

    Keesumatu erga vedeo teeti dhibe sammu kotif mallatolen heddun nati muldhatani jiru kana males heddunis kan hafanis ni jiru❤❤❤❤

  • @MelbaPsycheDOfficial
    @MelbaPsycheDOfficial  Před rokem +1

    FAYYAA SAMMUU MALEE FAYYAAN HIN JIRU!

  • @user-nu5uz1pv3p
    @user-nu5uz1pv3p Před 11 měsíci +2

    Dr mallaattoo qofa himuun furmaata miti kanaafu Isiin dhabbaatta keessaniitti dhufnee osoo yallaamne Eessatti Argaamtu YkN lakk bilbiilaa keessan nuuf hin keessani

  • @user-qy9tf8om1h
    @user-qy9tf8om1h Před 9 měsíci

    SubanaAlha 😢😢

  • @NasirMohe
    @NasirMohe Před rokem

    Ati garu malif Erga naf dabarsite gaafi sigafane deebisun maalif sitti ulfaata

  • @sifaanabdii
    @sifaanabdii Před 6 měsíci

    Furmaan isaa hoo maali ani malatoo kana hunda nii qaba dhibbame furmataa isaa dhabbee jira 😢😢

  • @JoneJone-r2r
    @JoneJone-r2r Před 3 měsíci

    Furamanii esa ho reee

  • @user-qu7rg2sc5d
    @user-qu7rg2sc5d Před rokem

    Please

  • @user-qu7rg2sc5d
    @user-qu7rg2sc5d Před rokem

    Qorichi ni argama kan dhibe gaddabbu

    • @MelbaPsycheDOfficial
      @MelbaPsycheDOfficial  Před rokem

      Eeyyee haalaan yaalama

    • @user-qu7rg2sc5d
      @user-qu7rg2sc5d Před rokem

      @@MelbaPsycheDOfficial eesatii yaalama. Garu guutuman gututi mallato ati jetu qofa osoo hin tane sana ol nati muldhise jiraa. amma du'aaf of na sodaachise jira me fala please. But are you dr dwt

    • @MelbaPsycheDOfficial
      @MelbaPsycheDOfficial  Před rokem

      Mana yaalaa sitti dhihoo jiru kamuu yoo dhaqxe yaala ni argatta ykn kallattii si agarsiisu

    • @user-qu7rg2sc5d
      @user-qu7rg2sc5d Před rokem

      @@MelbaPsycheDOfficial dr. Yero heddu mana yaala naano kenati argamu dedebi'e dhaqe woma furmaati hin jiru. Altokkos hawaasa dhibuma kanaf jedhe deeme jira. Dhibe kana yero himatu doctorin namaaf hin hubatu. Maal naaf wayya

    • @user-qu7rg2sc5d
      @user-qu7rg2sc5d Před rokem

      @@MelbaPsycheDOfficial dr. Yero heddu mana yaala naano kenati argamu dedebi'e dhaqe woma furmaati hin jiru. Altokkos hawaasa dhibuma kanaf jedhe deeme jira. Dhibe kana yero himatu doctorin namaaf hin hubatu. Maal naaf wayya