Pirank Wardaa Irratti 🤣 Hattuun Saamamte goone kkk 😂

Sdílet
Vložit

Komentáře • 857

  • @jafetubee
    @jafetubee  Před 21 dnem +60

    Galatoomaa Hirdofttoota kiyya subscribe kuma dhiba k100 seenuu qabna subscribe gudhutti jabaadhaa 👏🙏🙏🙏

    • @JuneeydiiMuhammad-mf7bj
      @JuneeydiiMuhammad-mf7bj Před 21 dnem +1

      Anuu Arraan dhufee godhee😂😂😂

    • @bakakkatube661
      @bakakkatube661 Před 21 dnem +1

      Abo gurba ati wallay khanuma ajaa'ibaatii
      Qoy atis anatu guyya tokko si bochisudhaf ta'aa
      Jarba numa dhuftamii❤❤❤❤❤🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

    • @fatmahfatmah6234
      @fatmahfatmah6234 Před 19 dny +1

      ❤❤❤❤❤❤❤jabadhuu Maaaaashaa Allah piraki addaa kee kun🎉

    • @Rahimaa.Youtube
      @Rahimaa.Youtube Před 18 dny +1

      ❤❤❤❤jafee.ko.me.matii
      Naf.tahii

  • @NASRATUBE-pu3ur
    @NASRATUBE-pu3ur Před 21 dnem +166

    Wardaa Atii italaa islamatii malif sureedha demtaa yoo oboletii too qalii siraa beketimii dhifamaa garuu suree hiin ufatin duniyaa waxiqoo tanaa jatee mee warii Akaa koo dhamsaa dhamtanif wardadhaa Lakii godha

    • @KondoEbsa
      @KondoEbsa Před 21 dnem +1

      Kijibaa dhisaa wan si benyee setee 😮😮

    • @NASRATUBE-pu3ur
      @NASRATUBE-pu3ur Před 21 dnem +3

      ​soraa qalbii tube maal. Betaa hii naf hiin galee kijjibaa kan malitii wan sii hiin nenee hiin. Senin demii karaa hojjii tetii😂😂😂

    • @NASRATUBE-pu3ur
      @NASRATUBE-pu3ur Před 21 dnem +1

      Atii malii Rakoo dhufaa ketii taa nara qabdutu jiraa kaa komatii jallaa demtee hiin. Kijjibaa nan jatuf mall sii galchee Rakoo yoo qabatee nar kesan naa gafadhu siif galemii oke

    • @makiama9561
      @makiama9561 Před 21 dnem

      ​@@KondoEbsa🙄🤭

    • @hayatiorotube4241
      @hayatiorotube4241 Před 20 dny

      😂😂​@@KondoEbsa

  • @sumearsi8095
    @sumearsi8095 Před 21 dnem +25

    😂😂😂 wollah ijolee oromo kessa nama akkaa jafee pirank dalagee beeku hin jiruuu😅😅😅😅

  • @Marwe_Tube
    @Marwe_Tube Před 21 dnem +92

    The first comment
    Warri prank jafe jaalattan like godha Asumaanu aniis maati naaf taha

    • @tajiirjaamal1166
      @tajiirjaamal1166 Před 20 dny

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

    • @AanaaCallaa-bg8xb
      @AanaaCallaa-bg8xb Před 18 dny +1

      Jabadhuu broo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @uaess9428
    @uaess9428 Před 21 dnem +26

    Yaa oromoo wallahi amaana rabbi isiniti yaa taatu mucaa kana jajabessa gati gaffale hojata osoo saba biraa taate kuma shantama like isaa kan habashaas nu matu akkasiti ol kaasa walirrati moo daba wal jaabsu qofa abo lukku daftaraan nutti awwale santu nuti zoorsisayi suphaanalla jaafe jabaadhu waanuma fedheefu ❤❤❤❤❤❤

  • @Akmaltube12
    @Akmaltube12 Před 20 dny +9

    Wari piranki kana jaalatan like godhaa

  • @user-zo2ne4gy1o
    @user-zo2ne4gy1o Před 21 dnem +11

    Walihi pirkin kee bayyee nama bursaa jabadhuu😊😂😂😂😂😂😂

  • @RameeMan
    @RameeMan Před 21 dnem +2

    Tafee sin jaladhaa pirankii kaa'i atii jabadhuu biroo

  • @suutube4582
    @suutube4582 Před 21 dnem +12

    Way waani qabuu isiinifin kennaa na dhiisaa jattee wardaan😂😂😂😂😂

  • @user-ep8sd4wg5q
    @user-ep8sd4wg5q Před 21 dnem +11

    Yaa warda sii wajinin bohee walyii yaa jafee hojii kee nayadhuu walyii 😂😂😂😂😂😂warda too miskinaa walyii 😢😢😢

  • @AbdelaAhamedin-ey8xu
    @AbdelaAhamedin-ey8xu Před 21 dnem +4

    Shasha nu goote Nurra hin tursiisin malee share like si wajjiin jirra habiibii

  • @minmimi2969
    @minmimi2969 Před 21 dnem +3

    Dhugaa raabii dubaachuuf pirankii akkan baayee namatii toluu yero maraa jabaadhuu ittii fuufii❤❤❤❤

  • @ObsaAbrahim-v7i
    @ObsaAbrahim-v7i Před 21 dnem +3

    As wa wb jirta jafe sharmarkee irratis nu dalagi mee war takka irati hin dalagin irati nu dalagi mee war activitie tan irati dalagi tokkole hin dhisini jabadhu

  • @user-vy8cf7jh7e
    @user-vy8cf7jh7e Před 21 dnem +1

    Wolhi pirkin ke adduma jafe ❤❤😂😂😂😂

  • @user-iv1gd7ey9q
    @user-iv1gd7ey9q Před 13 dny +2

    Viewo kan irdebixumiri sin jaladha obalesa kiyya kan islam❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂

  • @user-zf9yd6hy5l
    @user-zf9yd6hy5l Před 21 dnem +4

    Atii Islaamaa Miitii Suuree dhaan Maadeemtaaa Obolii Qaamaa Kee Saataaraadhuu Jiiruun Aduunaa Gaababduudhaa

  • @user-yk1iv6oh7t
    @user-yk1iv6oh7t Před 21 dnem +10

    Kolfaa dhumnee dhugaa rabii 😂😂😂 hoji kee nyadhuu jafee😂😂😂❤❤❤

    • @Fatima-ve7kz
      @Fatima-ve7kz Před 20 dny

      Bakumaan deeme hundaa sii dhabuu ajaaiba 😅😅😅😅😅😅

    • @user-yk1iv6oh7t
      @user-yk1iv6oh7t Před 19 dny

      😂😂😂😂😂mal gochaa dhuftee atii😅😅😅😅😅😅😅​@@Fatima-ve7kz

  • @RameeTube-qf4ym
    @RameeTube-qf4ym Před 21 dnem +2

    waaw piranki aja,ibaa Dhugaa ❤️💚❤️😂😂😂😂

  • @Abdusse_Tube
    @Abdusse_Tube Před 21 dnem

    Jaffe dhugaa ol fuudhee kolfee anii😂😂😂Hay worda

  • @asadajamaal1943
    @asadajamaal1943 Před 21 dnem

    Dhiifama gaafadhu garuu bro 😂❤

  • @Abdulazizabdulah6363
    @Abdulazizabdulah6363 Před 21 dnem +1

    Hay worda😂 waan qabu issinii kennaa naa dhisaa 😂😂😂 way worda😂😂😂😂😂

  • @MameTube-s2s
    @MameTube-s2s Před 21 dnem

    Jabaadhu hedduu pirankii keep namatti tola

  • @user-wb4hb9df5u
    @user-wb4hb9df5u Před 21 dnem +2

    Jafee gobasii pirankiin ke hedu baresaa iti fufii❤❤❤

  • @Hawii1657
    @Hawii1657 Před 20 dny +1

    😂😂😂jafee nuuf tatee jirtaa siti bohraa jira yero hojin nuti ulftuu jabdhuu❤

  • @PakIstan-dg9dk
    @PakIstan-dg9dk Před 21 dnem +3

    Wly bayee namaatii tolaa jabaadhuu jafee

  • @GammachuuTofik
    @GammachuuTofik Před 21 dnem

    😅😂Osoo hin dhaammatin xumurtan kha bro kiyya

  • @A13Gbe
    @A13Gbe Před 20 dny +1

    oromoo kessaa pirank si qofaa hojachuu Sandra jabaadhu😂😂😂

  • @marwankamal8417
    @marwankamal8417 Před 10 dny

    haayawiii Jaffe hujii tantemo 😅😅😅

  • @user-rs2ln7pm7o
    @user-rs2ln7pm7o Před 21 dnem +2

    Abo namni kun lubbuu isaa numa jaalata🤣🤣🤣🤣way warda waan qabdu kanniif

  • @NewafJibril-gd2dd
    @NewafJibril-gd2dd Před 12 dny

    Jafe koo jabaadhu akkuma nuba'oorsu itti fufte jirta. We all love you till the end 😊

  • @sommzz-yt9bv
    @sommzz-yt9bv Před 21 dnem +2

    😂😂😂😂😂😂garanaa naa dukubee walhi😂😂😂

  • @user-di6rh2ul2p
    @user-di6rh2ul2p Před 21 dnem

    😢😂😂😂😂😂😂wayoo naa dhisaa waan qabuu issiniif kenaa 😂😂😂😂

  • @AbdiiOro-tz2ij
    @AbdiiOro-tz2ij Před 21 dnem +1

    Jafe hojii araba dhabee tahe silalee hojii kee wly😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @hdks432
    @hdks432 Před 21 dnem

    Ayii numaan kolfee Jafee hujii kemoo 😂😂😂

  • @nasramohmmednasraallaah5920

    Yaaa hojii kee Jafee 🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @IbrooShamil
    @IbrooShamil Před 21 dnem +3

    Pirank Arra hin tanee sababani isasttis dhifaama hin gafanee

  • @abdiibobasaa
    @abdiibobasaa Před 20 dny +1

    Ya Aki wardaa Araa Aka malee gotee Barr jafee😂

  • @CaffeeHajii
    @CaffeeHajii Před 21 dnem +1

    Ijolle saan essa nu garsisi ijolle san naf tate walyi 😂

  • @ShamsiyyahaajiSelamat
    @ShamsiyyahaajiSelamat Před 21 dnem

    Jaffee huji kee nyaadhu dhugaa rabbi 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @AyaanAyan-c9e
    @AyaanAyan-c9e Před 21 dnem +1

    Walihi pirkin kee bayyee nama bursa jabadhuu galtoom

  • @YasminJamal-zo2rm
    @YasminJamal-zo2rm Před 21 dnem

    ❤😂😂😂😂 garan nudhukube oso kofalu

  • @user-we3sv2bg7p
    @user-we3sv2bg7p Před 21 dnem

    Totii sirra hafe jafe

  • @anwaramiin2369
    @anwaramiin2369 Před 19 dny

    Jafe waallaah hoji keenya piraank Aja'iibati 😂

  • @Abdusse2
    @Abdusse2 Před 21 dnem

    Amazing bro 😂😂🎉🎉😮😅

  • @iFAA_Tube8
    @iFAA_Tube8 Před 20 dny

    Jafe prankn ke qalbii nu fuudhe amma amma nuf hojadhu❤😂

  • @MalcomX-m5l
    @MalcomX-m5l Před 17 dny

    Way jafee ani takka comment barreesee hin beekuu garruu ardhaa 😂😂😂 bakkaa hin dedeminaa isnin hin jenee san fa'aa ❤👌

  • @Faamiimidiya
    @Faamiimidiya Před 20 dny

    Yaamucaa nama gaggabsitee 😅😅😅😅waasinbeyne

  • @user-vj4tr8kl7s
    @user-vj4tr8kl7s Před 20 dny

    Umani hucu gurati akam hedu nama sodachisa😂😂😂😂 jabadhu hedu nama tola

  • @tokkummanhumnaasabaakoo2045

    Pirank dhugaa kaa jafe qofa wly
    Isaan kuun walitti himani Pirank jedhani fakkeessaan

  • @RashaadTube
    @RashaadTube Před 15 dny

    Rabbiin Arkake Nama buusin😂😂😂😂jafe hojikemo Nyadhu

  • @user-mc5dc4yo5m
    @user-mc5dc4yo5m Před 21 dnem

    miskinaa waraa wlh kolfani dhumanee tuu namaa hin tatuu atti jafee 😂😂

  • @dachdb2781
    @dachdb2781 Před 19 dny

    Kamaeranii kee ijii nama hin agartuu 😂😂😂😂😂

  • @fatiyaamahamud571
    @fatiyaamahamud571 Před 21 dnem +1

    😂😂😂😂😂 wly prank ke Bayyee nama buharsa nama takka kolfinu ni kofalchisa😂😂😂

  • @MuraadJamaal-df6hg
    @MuraadJamaal-df6hg Před 11 dny

    Dhugaa rabbii piraankii keetiif hedduun sirraa gammadde

  • @aminabale7346
    @aminabale7346 Před 21 dnem +1

    Ima kolfe Lee ni gadaes😢😢😂😂

  • @BaharShaw
    @BaharShaw Před 21 dnem +2

    𝐘𝐚𝐚 𝐉𝐚𝐟𝐟𝐞𝐞 𝐇𝐢𝐣𝐢𝐢𝐭𝐞𝐞 𝐌𝐨𝐨😂😂😂😂😂
    𝐀𝐦𝐦𝐚𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐥𝐮𝐦𝐚 𝐅𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐮𝐟𝐢 𝐉𝐚𝐛𝐚𝐚𝐝𝐡𝐮💪💪💪💪

  • @Ammaar_Walaloo
    @Ammaar_Walaloo Před 13 dny

    An isinirraahiin dhorku turee wii😂😂😂

  • @JaferAmin-hc1wg
    @JaferAmin-hc1wg Před 20 dny

    Way waaniin qabu isiniifiin kannaa nadhiisaa😂😂😂

  • @user-ox2ss3zc7l
    @user-ox2ss3zc7l Před 21 dnem +1

    React wardaan agarsiiftu arguu feena video maaliif irraa murta yoo haala kanaan video irraa muraa deemte interest keenya xiqqeessaa deemta erga ati itti himtee miira isiifi waan isitti dhaga'ame arguu feena

  • @fakiafakia7020
    @fakiafakia7020 Před 21 dnem

    wayii yeroo Rifatuu wan dubattanuu namarkaa bada 😂😂😂

  • @KadirMahammad-yq6hw
    @KadirMahammad-yq6hw Před 21 dnem

    Jafe kiyaa jabadhuu heduu nuu baharsite

  • @Jamaludinibrahim-we5iq

    King of prank 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @najibtolka8
    @najibtolka8 Před 21 dnem +1

    Legend 😂

  • @user-bi3lq5qn2c
    @user-bi3lq5qn2c Před 21 dnem

    Abboo jaafe😂😂😂 hujii kee😂😂

  • @darartutube3921
    @darartutube3921 Před 21 dnem +11

    Ani kaa na dhibee kamer maan hin mullatuu wardaa 😂

  • @sartuahamad734
    @sartuahamad734 Před 21 dnem

    Wayoo hojii kee nyaadhu yaa jafee😂😂😂😂

  • @KadiirShow-x1r
    @KadiirShow-x1r Před 13 dny

    Jafe namni ahka keti hin jiru walay sin diqisifadha ahlafyu jafe❤❤❤ layki godha sher godha

  • @MisraaIbrahim
    @MisraaIbrahim Před 20 dny

    Malaqnii akana nama godhaa saa kkkkkk😂😂😂😂😂

  • @Musaabdunaasir
    @Musaabdunaasir Před 21 dnem +1

    Kkkkkkk😅😅😅😅 walaahi osoon kofluutiin imimaan yaase jaafe hujii kee nyaadu pro

  • @MawradiiTaHamzaa
    @MawradiiTaHamzaa Před 19 dny

    Hojii ke nyadhu walahi 😂😂Jafe 😂😂😂wayii warda to 😂😂

  • @manhalam4141
    @manhalam4141 Před 21 dnem

    Hojii kee nyadhu Jafe 😂😂😂

  • @BilalOfficial-hn4cm
    @BilalOfficial-hn4cm Před 21 dnem

    Hedduun kolfe😂😂😂😂😂Dhugaa Rabbii

  • @zamzamiiArsii
    @zamzamiiArsii Před 21 dnem

    Kkkkkkkkk hujii kee nyadhuu jafee

  • @KingJust-vk7qw
    @KingJust-vk7qw Před 21 dnem

    Aja'iba kkkkkkkk😂😂😂😂😂 way jaffe maali akkana nama godhuun😅😅😅

  • @user-lz7qv2rh4s
    @user-lz7qv2rh4s Před 21 dnem

    Huuuuuuuu wly jafee tub hujii teee😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @HananTube-ee2sx
    @HananTube-ee2sx Před 21 dnem +2

    Jafe 100k galcha me 🥰🥰🥰🥰💘💘💘

  • @Hamze_Tubee
    @Hamze_Tubee Před 21 dnem

    Jabaadhu bro kiya😂😂

  • @user-me6lg3wg5x
    @user-me6lg3wg5x Před 20 dny +1

    Hojiike nyadhu jafee maraticha nama malachite fixee❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😢

  • @billeeshaw2447
    @billeeshaw2447 Před 18 dny

    Wlly kofllan 😂 nu fixxe jaffe jabadhu❤❤

  • @charmarkehassan2330
    @charmarkehassan2330 Před 19 dny

    Nuu shawadan gaa 😂😂😂😂😂 guyaa/galgala 😂😂😂😂hadharaw🎉

  • @Tayba-mf3md
    @Tayba-mf3md Před 20 dny

    Kkkkkk😂😂😂😂😂😂😂😂😂 way numa iyyitee 😂😂😂😂😂

  • @khadijakhadijaa2612
    @khadijakhadijaa2612 Před 21 dnem

    Maashaa Allah ❤

  • @tkmmmd
    @tkmmmd Před 21 dnem +1

    Welcome jafe tube jabaadhu

  • @RahmaHussain-ok2mp
    @RahmaHussain-ok2mp Před 20 dny

    Waan fetaa isni kenaa jetn😂😂😂😂😂wardaa 😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @Nuuradin_4556
    @Nuuradin_4556 Před 21 dnem

    ABBAA PRANK JAFE TUBE KEEP GOIN ❤😂

  • @Shoow-u8z
    @Shoow-u8z Před 21 dnem +1

    Garuu jafe osso dhifamma hin gafattin videon dhumattee ma rifachiftaa😢😢😢

  • @lesaawallaggaa9342
    @lesaawallaggaa9342 Před 21 dnem

    Naan kolfee piraankikeetii😂😂😂

  • @user-ev6wz5xu5q
    @user-ev6wz5xu5q Před 21 dnem

    Wallaahi kollfe kollfe garnna dhukubbe❤❤❤

  • @HawwaaNagawoo-ek5ou
    @HawwaaNagawoo-ek5ou Před 20 dny

    Beksisa hin hedumesin jafee😂😂

  • @AanaaCallaa-bg8xb
    @AanaaCallaa-bg8xb Před 18 dny +1

    Jabadhuu broo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @GayaYgaa
    @GayaYgaa Před 21 dnem +12

    😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤

  • @NasruAbdurazaq
    @NasruAbdurazaq Před 20 dny +1

    Good nice jafe❤❤❤❤❤😂😂😂😂

  • @Guysadamsho
    @Guysadamsho Před 20 dny +1

    Jafe tube maliif subscribe k100 hin galchinee dafa 💯 K galcha keka mura ❤

  • @user-wt6gt8sl8c
    @user-wt6gt8sl8c Před 21 dnem

    Osomuma prank jattanii booda waal ajeesuun keessaa hin oluu hayee😂😂😂

  • @kumaaorotubes2718
    @kumaaorotubes2718 Před 21 dnem

    Yaadni kun naaf tahee jira❤

  • @Ramee_harargee
    @Ramee_harargee Před 19 dny

    Jafe prank daqqiqan nu xiqqate walihi garu wan issi dhagayame hin himna nu himsisi jafe please ❤❤❤

  • @jundiiyuusuuf
    @jundiiyuusuuf Před 19 dny

    wardan if kessaati fincaanun oltuu man laalina😂😂

  • @MdGhhjj
    @MdGhhjj Před 21 dnem

    Hojii keè nyaadhu jaafee😂😂😂

  • @smsamirabayan1950
    @smsamirabayan1950 Před 21 dnem

    😂😂😂😂😂jabadhii namati toli😮😮😮

  • @user-xm9ot6og7k
    @user-xm9ot6og7k Před 21 dnem

    kkkkk perakiin kee kiiw namaa godhaa yaa jaffee