Bilisummaa Dinquu new Ethiopian oromo music, " FIILAA!!! "2021

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 26. 08. 2024
  • Bilisummaa Dinquu entertainment|OMN|GNN|ONN|KMN|KELLO MEDIA| SHINNIGA MEDIA |SHABBO MEDIA
    Hacaaluu Hundeessaa music#
    #Galaanaa Gaaromsaa music #
    #Itiiqaa Tafarii music# afan oromo prank !!!

Komentáře • 1,5K

  • @onneesabaa7296
    @onneesabaa7296 Před 3 lety +112

    Mee Namnii weelluun kun itti tole leik xuqaa 💝

  • @shagutube9968
    @shagutube9968 Před 3 lety +11

    Nuuf jiradhuu sanyii leencaa 🐅🐅🐅🐅🐅 bilisummaa koo qallii ilmaa saba.
    Jabadhu jajjabbee koo

  • @BerryDanyeTube39
    @BerryDanyeTube39 Před 3 lety +102

    Leencaa koo Jajabee onnee Sibilla follee Gaachana Warana Sabaa Looli yaa WBO Lammiin Sumaa Qabaa ❤️💪

  • @mujibtahir4925
    @mujibtahir4925 Před 3 lety +7

    Nuuf jiraadhu Bilisummaa koo baayye si jaalannaa❤❤❤❤❤❤❤❤👌👌👌💪💪💪💪💪💪💪

  • @husenlove3247
    @husenlove3247 Před 3 lety +8

    Uuuuuuuuffff dhagefadhen qufuu dadhabee dhugaa naaf jiradhuu dhira ofii ❤❤❤💔💔💔💘💪💪💪

  • @abaynehlemma7699
    @abaynehlemma7699 Před 3 lety +4

    Bilisummaa koo akkan itti sii jaaladhu bar! Ati artistii dhufaa Oromooti. Haala fi faayidaa ilaaltee miti kan sirbitu. Ati dhimma dhugaa Oromoo fi Oromiyaaf sirbita.
    ❤💚❤

  • @sameralee4219
    @sameralee4219 Před 3 lety +12

    Goota Kenya nuuf jiradhuu 👍👍👍❤️❤️❤️❤️
    Bayee nama tolla 😘😘💪💪💪💪💯💯💯🐅🐅🐅

  • @oromoarsiitayaa6801
    @oromoarsiitayaa6801 Před 3 lety +4

    Ani mucaa kana bayee jaladha abdii Namati horaa❤️💚❤️💞💞💋💋💕💕iti fufii lecacha oromo ✊✊✊

  • @muludebela5305
    @muludebela5305 Před 3 lety +5

    Wowww ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ gotaa d
    Bilsumma dinquu itti muddii Sanyii lencaa 💪 💪 💪 💪 💪 💪 💪 💪 💪 💪 💪

  • @freejaweeko9216
    @freejaweeko9216 Před 3 lety +31

    Jajjabee ko Sanyii Tadee itti mudii qaallii kenyaa 😘👍🌳

  • @qananiituulammii8696
    @qananiituulammii8696 Před 3 lety +2

    Lolii yaa WBO Lammiin sumaa qaba 😍 jabaa keenya Bilisummaa Dinquu❤️

  • @aynalemmenagistu9171
    @aynalemmenagistu9171 Před 3 lety +1

    Wow qaxalee koo dhirraa atii déesse itti himmii Likki iliove you so much my king bilii koo💪💪❤️💚❤️😍😍😍😍😍😘😘

  • @foziyaseid1480
    @foziyaseid1480 Před 3 lety +11

    Wel come bro amazing music jiradhuu bilisuma kenyaa ❤💚❤💪💪💪💪💪💪💪

  • @bilisummaayutubii3228
    @bilisummaayutubii3228 Před 3 lety +199

    Oromoo kan tatee like naaf tuqii 💔♥️💚♥️ bilisummaa dhigaa koo bagaa milkoftee ❤️

  • @hunddahammatukoooromiyaa6508

    Wawwwwww welcome bilisummaan Sanyii Leenca Sabbona keenya Jabadhuu ❤️💚❤️👌

  • @abdifuad8506
    @abdifuad8506 Před 3 lety +2

    Wooowwww jajjabeee kooooo❤️❤️♥️♥️❤️♥️♥️❤️🥰waan ofiii koooo

  • @abduahmad3694
    @abduahmad3694 Před 3 lety +96

    From Somalia 🇸🇴
    Love Oromoo music 🎶 😍

  • @hawiioromoo6756
    @hawiioromoo6756 Před 3 lety +3

    Jabadhuu Lencaa Keena Nuuf jiraadhuu Bilisummaa Hamtuu siiraa haa qabuu 🎶🎸🎧🥇🏆💔💔💔💔💔💔💖💕💕💕💕💕💕💕💕💚💚💚💚❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @qaadiiqore8408
    @qaadiiqore8408 Před 3 lety +55

    I'm from South African I liked this song 🤩🤩

  • @jamilahgalatomisanyiikoo1231

    Lecaa koo 💪💪💪❤💚❤👌jabadhu

  • @kadiiralawaan8035
    @kadiiralawaan8035 Před 3 lety +56

    From united Arab Emirates
    I love you oromoo ❤

    • @Ganno44
      @Ganno44 Před 3 lety

      Sanyii mati nafii ta

    • @senaasalalee8714
      @senaasalalee8714 Před 3 lety +1

      Kkkkkk 😂😂
      Me I'm from
      Emirates love oromo
      People and oromo politica
      Justice all oromia❤🌳

    • @kadiiralawaan8035
      @kadiiralawaan8035 Před 3 lety

      Gaanoo Attiis naaf ta'ii jittuu attis naaf ta'i🥴

    • @halimaorotube2383
      @halimaorotube2383 Před 3 lety

      Dhugaa moo sobaa😁😁🤣

    • @kadiiralawaan8035
      @kadiiralawaan8035 Před 3 lety

      @@halimaorotube2383 Afaan oromoo hin beku🤣🤣🤦‍♂️

  • @oromoochannel6664
    @oromoochannel6664 Před 3 lety +13

    Jabadhuu Bilisummaa dinquu❤️❤️❤️❤️

  • @abdiikoo8784
    @abdiikoo8784 Před 3 lety +3

    Bagaa nagaani dhuftee Biilisummaa koo! Leencaa gaafa Xiiqii jiiraadhuu yoomilee Saanyii koo! ❤💚❤🐅🐅🐅🐅💪🏽💪🏽💪🏽💪🏽💖🙌🤝💖

  • @msramohd7902
    @msramohd7902 Před 3 lety +1

    Wwwwwooowww umrii nuf dheradhu sabbona kenyaa ilma Sabaa ❤️💚❤️💪💪💪💪👍👍👍👍👌

  • @shemsiyaentertainment508
    @shemsiyaentertainment508 Před 3 lety +33

    An 11 iratti dawwadhee Bilisummaa Leencaa oromoo well come 😍😍❤✊✊

  • @gorotube6212
    @gorotube6212 Před 3 lety +80

    Sirban akkana yookaan dhiisudha
    Torbee takkatti View M.1 galchuu qabna itti girrisnee girrisaan💪
    Bilisummaa Dinquu galanni Kee bilisummaa haa ta'u leenca kiyya Sher godhaa jajjabeessaan oromoo❤️💚❤️

    • @roorroof1252
      @roorroof1252 Před 3 lety

      czcams.com/video/f-QSPFRiMwI/video.html

  • @bekelchaadem7200
    @bekelchaadem7200 Před 3 lety +1

    Jajjabee koo Sanyii Taaddee Jabaadhu❤💚❤

  • @MubeAbdi23
    @MubeAbdi23 Před 3 lety +24

    Bilisumma dinquu
    Atii artist qofaa osoo hin tanee hayyu oromoti mee namnii akka koo bilisumma jalataan like itti robsaa hiin qusatinaa

  • @shagutube9968
    @shagutube9968 Před 3 lety +8

    Sadaaffa irraa deebi'e ilaalara 👌
    Qufuu dadhaabe dhugaa..
    Hardhaa hirbaale dheessera.
    Jabbaa offii abbaatu jabeefata.oromoo artistoota keenyaa haa jajjabbeesinu 👌💯💯💯💯worra saba isanitif sagalee ta'a jiran.

  • @salaalebiyyaakoo2142
    @salaalebiyyaakoo2142 Před 3 lety +50

    ilmaa taaddee Obbolleessa Hachee kootti ❤💚💪

  • @user-kj1ve9kw6u
    @user-kj1ve9kw6u Před 3 lety +2

    Uuufeeee gootaa kenyaa attuu jiradhuu WBO Abdii sabaa itti mudii waqayyoo sii haa gargaruu mirgaa nuuf galii🥰🥰🥰🥰🥰

  • @hiwotebeftu506
    @hiwotebeftu506 Před 3 lety +2

    Wowwwe sanyii keenya jabadhu 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @meeyraatube7448
    @meeyraatube7448 Před 3 lety +29

    Woooow jabaadhu bilisummaa

  • @zeniyazeniya3933
    @zeniyazeniya3933 Před 3 lety +9

    Akasii Lecakoo👍👍👍👍🥰🥰🥰🥰🥰

  • @queenhangaatu9020
    @queenhangaatu9020 Před 3 lety +1

    Itti jabbadhu itti fufi Bilisumma kenya fuli durii bilisummadha ❤️💚❤️💪💪💪🇺🇸

  • @hamdulolu3238
    @hamdulolu3238 Před 3 lety +1

    Mashaa Allah bayye bareedadha sirba yeroo wajjiin deemu rabbi sariin sani irra sii haa tiysu

  • @roo________za6701
    @roo________za6701 Před 3 lety +15

    Wowwwww Bilsummaa Hedduu Sii Dinqisifaadha Hedduu Sii Jaaladha, Jabaadhu Jajjabee Ilmaa Saba❤️💚❤️

  • @seenaashawwaa5233
    @seenaashawwaa5233 Před 3 lety +3

    Wayii jabaa kenyaa siqabnaa nuuf jiradhuu lencaa koo💚💚💚💚💚

  • @user-zo3io8rg9o
    @user-zo3io8rg9o Před 3 lety +6

    Jabadhu sabonnaa oromoo 🌹🌹🌹💚💚❤❤

  • @fatimamohammad2778
    @fatimamohammad2778 Před 3 lety +10

    Gotaa koo 🥰🥰❤💚❤💚❤💚❤💚❤❤❤

  • @odaa234
    @odaa234 Před 3 lety +7

    Jabadhu jaba kena 😍

  • @anisabaakofqalidha5774
    @anisabaakofqalidha5774 Před 3 lety +3

    Natuu nama hundaa duraa lale kaa 😍😍

  • @ibrahimsabaa5960
    @ibrahimsabaa5960 Před 3 lety +1

    Wow bayee namati tolaa sirba jabadhu Bilisuma diquu oromoo sifanjiraa waanuma wahundanhu 🐅💪💪💪💪🤣🙋‍♂️🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑

  • @ayayewbejica9870
    @ayayewbejica9870 Před 3 lety +3

    We love you you are a man

  • @zenakjabal3678
    @zenakjabal3678 Před 3 lety +44

    Anis Laiki sifgoodhee oromiyaa koo🆗✔️🌹🌹🌹🌹🌹

    • @Ganno44
      @Ganno44 Před 3 lety

      Sanyii mati nafii ta

  • @odaa234
    @odaa234 Před 3 lety +6

    Jabadhu jaba kena

  • @dagagafantahun2986
    @dagagafantahun2986 Před 3 lety +6

    Wow jabaadhu😍😍😍😍
    Loli yaa WBO lammiin suma qaba😍😍😍

  • @user-qs2co9xs7t
    @user-qs2co9xs7t Před 6 měsíci +2

    Lencaa oromoo Bilissumma koo jabaadhu hamaattun sii hin argini gottaa koo ❤❤❤🎉🎉♥️💚♥️🥰

  • @husenlove3247
    @husenlove3247 Před 3 lety +8

    Lencaa kiyyaa asin batee nuuf qalii onnee sibillaa naaf jiradhuu yomuu hamtun sin argin garin sin darbinii galatii kee billisumaa sifaa tahuu qalii sabaa ofitif of dubaa hin debinee dhira ija barbadaa sin bonaa yomuu ❤❤❤💔💔💔💔💔💘💘💘💘💘💪💪💪💪💪

  • @chagitoali9288
    @chagitoali9288 Před 3 lety +13

    Wowow lLove you dhugaa ❤💚❤👍👍

    • @sifaanarsii5099
      @sifaanarsii5099 Před 3 lety +1

      Wwwww 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

    • @hawwimamadhawwimamad1056
      @hawwimamadhawwimamad1056 Před 3 lety

      💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖Wwwwwwwwww💋💋💋💋💋💋💋

  • @ajemaabera1828
    @ajemaabera1828 Před 3 lety +15

    Amazing message, keep it up!!

  • @asentigudisaa4580
    @asentigudisaa4580 Před 3 lety +16

    l ittii afuufi jajjabe biyyaa falmmatu u guyyaa bilisummaa dhiyyaa ta ee ❤️💚🐅🐆🐅🐆🐅🥰🥰👌👌👌👌💪💪💪💪💪💪🦅🦅🦅🦅🦅🦅🌳🌳🌳🌳

  • @oromofioromiya2267
    @oromofioromiya2267 Před 3 lety +9

    Wawewe sanyiiwwan Jawwee kaasi jajabewaan koo❤💚💛❤✊💪

  • @hasnihashim6809
    @hasnihashim6809 Před 3 lety +12

    Jabaa kenaa 💚👌

  • @abbiikasim4839
    @abbiikasim4839 Před 3 lety +7

    Wow Well come Leenca Kiyya Bilisummaa Dinquu💔💔✊💪

  • @alamdensa9162
    @alamdensa9162 Před 3 lety +2

    Bilisumma yaadaa bara dheera hawwalamee jiru guraa ummataa biraa geesee nuufii jiraadhu famataa biyyaa leecoo Oromoo jabaadhu itti fuufii sanyii koo yaadaa ijoo qaba walaloo kee namoota seenaa ykn mudano qabani yaadachisa kanaafuu ati jabaadhu 💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
    💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
    Dhugaa kee jetee sanyii koo faali bira biyya keenyaa hin keeninu irrati dunaa malee
    👍

  • @almazgirma838
    @almazgirma838 Před 3 lety +20

    Woooow woooow 😘😘😘😘😘😘

  • @kabiirheydar691
    @kabiirheydar691 Před 3 lety +21

    Welcome qeerransa oromoo😍😍

    • @madenaathyobya1679
      @madenaathyobya1679 Před 3 lety

      Jabaadhu ❤💚❤💚❤🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅💔💔💔💔💔🐅🐅👈

  • @firoosirajj9588
    @firoosirajj9588 Před 3 lety +8

    Waw nuuf jiradhu❤❤❤💪💪💪💪

  • @sumayaabintiiislam7423
    @sumayaabintiiislam7423 Před 3 lety +2

    Nuufii jiraadhuu qaallii keenyaa
    Galanii kee billisuumaa haa ta'uu 🤗😍❤❤gachanaa koo dahoo dhiraa...jaal marroo koo 💪😍😍

  • @iftuuentertainment3054
    @iftuuentertainment3054 Před 3 lety +18

    Jabaa koo ❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤

  • @odaa43O
    @odaa43O Před 3 lety +17

    Good job bro 👍❤🌳❤✊✊

    • @kubraamahamad9916
      @kubraamahamad9916 Před 3 lety

      W B O KOO NAF JIRAADHU yoomuu taana ♥️♥️♥️♥️♥️😍😍

  • @wabiikeentube5522
    @wabiikeentube5522 Před 3 lety +10

    Wow, I loved this song.

  • @sifaanbaale6653
    @sifaanbaale6653 Před 2 lety +1

    Wowwwowww baguummaa kenaa tatee ❤❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪💪👍👍👍👍 nuuf jiraadhuu jajaabee koo

  • @dheebuuhaqaa5538
    @dheebuuhaqaa5538 Před 3 lety +38

    Iyyaa iyyadabarsa oromoo koo meree anoo comment jalqabaan godhee dhufee as jala dhabee Eessa kutee 🔴💚🔴💔💔💔💔💔💔Bilisummaa kiyyaa jiraadhu qaalii ilma I Love you so much 💔✊✊✊

  • @habzahabsa1639
    @habzahabsa1639 Před 3 lety +9

    Welkam...gotakoooo

  • @muzishabale5790
    @muzishabale5790 Před 3 lety +1

    wow baye sii jalana bilisumma Koo👍❤️💚💘💪 falli birra hîñ jiruu warana male dhugaa ketti lencaa Koo nuuf jiradhu

  • @astuutube322
    @astuutube322 Před 3 lety +1

    Bilisummaa jabaa kenyaa 👍👍💚❤💚

  • @hawaahhome2259
    @hawaahhome2259 Před 3 lety +3

    Nuf jiraadhu wogaa kumaa lencaa koo💔💔💔❤❤❤❤💘💘💘💕💕💕💓💓💓❤❤

  • @shagutube9968
    @shagutube9968 Před 3 lety +9

    Wel come leencaa keenyaa 🥰♥️

  • @oromiyyabiyyaakoo7692
    @oromiyyabiyyaakoo7692 Před 3 lety

    Jabadhu sanyii oromo ❤❤💪

  • @abdubqufa5873
    @abdubqufa5873 Před 3 lety +1

    Keep it up bro .....I'm from sololo kenya

  • @makiyayoutube6871
    @makiyayoutube6871 Před 3 lety +3

    Wawwooo jabaa kenyaa😍😍😍🥰🥰🥰🥰

  • @alamadulillahuae2335
    @alamadulillahuae2335 Před 3 lety +5

    Wawwuu leenca keenyaa 💚❤💚❤💚

  • @masaretdachaasa5136
    @masaretdachaasa5136 Před 3 lety +6

    Wowwww 💗💗💞💞💞💯👍🏾👍🏾👍🏾

  • @komiabdeesa5895
    @komiabdeesa5895 Před 3 lety +2

    Wwwooww 💪💪💪💞💜💜💓💓

  • @drartop156
    @drartop156 Před 3 lety +4

    Wowww qaxallee kenyaa bagaa nagaa nufii dhuftee jabaa akaa feroo❤❤❤

  • @ummufarahaantaabaalee1748

    Good oromoo koo❤❤❤💯💯💯✅✅✅

  • @naimamohammedabbaadikoo7326

    Wowwwwwww Bilisummaa kenyaa ❤️🌳❤️

  • @daleeabdiisa5407
    @daleeabdiisa5407 Před 3 lety +1

    Sagaleen kee Dhukkasaa Jaal Marroo ti kaa baga dhalattee Eebbisaa Adduunyaa har'ati. Bilisummaa Dinquu Qawwee ilmaa baga nuuf dhalattee. Proud of you!!

  • @mameetubehd7336
    @mameetubehd7336 Před 3 lety +3

    1 View

  • @mariamohammed7205
    @mariamohammed7205 Před 3 lety +5

    Well come lencaa koo 🥰🥰🥰❤❤❤❤💯💯💯

  • @birhaanuutolasaa1904
    @birhaanuutolasaa1904 Před 3 lety +11

    Maaloo sirbii kun yoo siniti tole share godhun waaliif hiraa dinaa gara guba.

  • @qalenjinakero5529
    @qalenjinakero5529 Před 3 lety +1

    WBO QEERROO Bilisumma Oromo koo jabadha 👍 👏 🌷 🌲 🌷

  • @oromya3652
    @oromya3652 Před 3 lety +17

    Kaan naduraa laluu jiraa ree hardha

  • @habzahabsa1639
    @habzahabsa1639 Před 3 lety +7

    Hedunatitolera...👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @aanooleeentertainment384
    @aanooleeentertainment384 Před 3 lety +6

    Qeeroo qalii sabaa 😍😍😍❤💚❤❤

  • @firiolshawaa7230
    @firiolshawaa7230 Před 3 lety +1

    Bilisumaa dinquu is strong 💪💪💓💓 so l love you bor🇧🇴🇬🇭🇬🇭🇬🇭🇬🇭💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓

  • @mahbubamahmmad1207
    @mahbubamahmmad1207 Před 3 lety +5

    Ana dhufu bilisumma ko lenca nama fakkatu jabaadhu 🐅🐅🐅💚❤💚❤❣💯💯❣💔💚❤🐅🐅🥰💯❣

  • @caaltuuib813alamuu9
    @caaltuuib813alamuu9 Před 3 lety +4

    Woww akkaasii sanyiin lencaa ❤💚❤💚❤💚❤💚💪💪💪

  • @abbiikasim4839
    @abbiikasim4839 Před 3 lety +13

    Love it!❤️❤️

  • @shashemenetube6427
    @shashemenetube6427 Před 3 lety +2

    Leenca onnee sibilaa🔥

  • @arsiiloveoromo6357
    @arsiiloveoromo6357 Před 3 lety +5

    Wowow 🐅♥️

  • @BonaaHasan
    @BonaaHasan Před 3 lety +4

    Bilisummaa Ko❤💚❤

  • @oromiyaahaacaaluu4537
    @oromiyaahaacaaluu4537 Před 3 lety +2

    Wow ❤️💚❤️💪

  • @fozimuhe2312
    @fozimuhe2312 Před 3 lety +8

    Wel come Bilisummaa keenya yaa jabaa akka dhibba❤💚❤😘

  • @eelaaoromo1585
    @eelaaoromo1585 Před 3 lety +3

    Jabaadhu sanyi koo 😍😍❤💚❤💯

  • @madinaayano8863
    @madinaayano8863 Před 3 lety

    Bagaa kenaa tattee nuu jiraadhu ijaa dinaa sirraa haa qabuu rabbii 🎤🎹🎶🎶🎶🎶🎶🎧🎆🎆❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 galatoomii my oromo best artists kenaa💪💪💪👏👏👏👏

  • @michuukaumar8520
    @michuukaumar8520 Před 3 lety +6

    Lives saudi arabia i love you music oromoo ❤

  • @user-wq6mz8vw3s
    @user-wq6mz8vw3s Před 3 lety +3

    Jabadhu, yalecakoo👍👍👍👍💕💕💕