LForX Entertainment Media: SURPRISE 'ASAANTII MAALTU BOOCHISE?

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 10. 09. 2024
  • ForX Entertainment Media: SURPRISE 'ASAANTII MAALTU BOOCHISE?

Komentáře • 708

  • @zeynutube6727
    @zeynutube6727 Před 4 měsíci +113

    Mee namani akka kiyaa Asanti jaltan like godhaf❤❤😢

    • @AbdeeAwol
      @AbdeeAwol Před 4 měsíci +2

      Asanti bayyeen dinqiisiifadha nuuf jiraadhu rabbiif jechan siijalaadha

    • @FuraatKadiir
      @FuraatKadiir Před 4 měsíci +1

      HAYYEE

    • @mgjb8564
      @mgjb8564 Před 4 měsíci

      Anis bayeeennnnnn jaladhaaaaaa❤❤❤❤

  • @lagamixee1
    @lagamixee1 Před 4 měsíci +61

    Wallaaahi wabillaahi rabbii tokkicha na uumee na arka baayyee takkaan gammachuu lama gammade.gammachuun duraa du'aa'ii asuu mudasiriif godhe naaf qeebalamuu.gammachuun lammadaa rabbiin kiyya asuu mudasir naaf gammachisuudha.
    YAAA RABBII KIYYA ASSUU NAGAYAAN GALCHI IMALA ISII IMALA GAARII GODHIIF.
    BAAYYEE TAKKAAN GAMMACHUU KEESSA BOOYE😢😢FORX ADDA NURRAA HIN BAHIN ADARAAA

    • @user-fs9iy3go1l
      @user-fs9iy3go1l Před 4 měsíci +1

      ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @MyyeeMii
    @MyyeeMii Před 4 měsíci +34

    💪Birraa kiyya wly Hedduun naboochiftee sagantaan kun hedduu namatti Tola akkasumaas Nama naasisaa wly anilleen akkuma tahetti biyyuma baqaa keessa taa،ee yeroon sagantaa akkanaa kana daawwadhu 😭niin boo`e Asúú múdàsir 🛫 imala gaarii siif haa ta`u jechaa Akka addaatti immoo jaalalaan siif qabu ibsuuf jechaatu na hanqata dhugumatti fuulduratti Akka Wal arkinuuf hawwii guddaan qabaa ❤❤❤❤Siin Jaaladha Rabbiif jechaan Sijaaladhaa ❤❤
    💪Birraa kiyya Jabaadhuun Siin Ja`a Akka obboleessa kee Kan sirra xiqqaatti ❤❤❤❤

  • @KaddamtuDiini
    @KaddamtuDiini Před 4 měsíci +6

    Wollahi irra deddebi'e ilale quufu dadhabe maatii ishee nan bo'es long life MAMAYYE

  • @HaamiiAwwaluOro
    @HaamiiAwwaluOro Před 4 měsíci +5

    Maashaa allaah Dhugaa Rabbii #Forx fii Hojjattonni Isaas Hundi Kessanuu Heddu heddu Nama Toltan ❤😢🙏Waa Hundi kessan dhugaa wal jaalachu fii wal kabajuu hojii gaggaarii heddu isinirraa mullata jabaadha itti fufaa ammalle Bakka Demtan hundatti jaalalli kessn hojii kessan haa Biqilu haa firahu Jabaadha.❤🎉❤🎉

  • @NureeAbraahim
    @NureeAbraahim Před 3 měsíci +2

    Wow masha Allah caraa garii jadhani bzw isii demuuf heduu gamaadeef garuu midiay kanaara demuu issii nagadiisisee

  • @lagamixee1
    @lagamixee1 Před 4 měsíci +13

    Assuu mudasir
    Bilillee harargee
    Baga rabbiin si gammachiisee kana caaalaa rabbiin sihaa gammachiisuu

  • @falmasharaf3675
    @falmasharaf3675 Před 4 měsíci +4

    Mashaa allhaa Mashaa allhaa walhi ani heduu sijaladha baga rabbii si gamachisee amala qabitii tiya walhi ani gamachuu kesaa imimana qabachuu dadhabaee 😢😢😢❤❤❤❤ congratulations congratulations congratulations congratulations congratulations congratulations 🎊

  • @AbdiEbrahim-us3uv
    @AbdiEbrahim-us3uv Před 4 měsíci +10

    Isiin hundaa yeroo gababdu kesatti Asuutti isin Anse filayittin isinif dhuftte isin hagamachisu Rabbin obalewan

  • @user-jm1zc8yh5z
    @user-jm1zc8yh5z Před 3 měsíci +1

    masha allah❤❤❤❤❤ obleti tena baka isin demteti rabbin jiruu baredu sahyjiracisu

  • @aliahmed5334
    @aliahmed5334 Před 4 měsíci +12

    Biyya lammaffaa argachuu isiitif isiif gammadeen jira garuu gargarbahuun keessan hedduu namatti dhagaha!

  • @anajiandzubeerii9884
    @anajiandzubeerii9884 Před 4 měsíci +6

    Mashallaah mashallaah mashallaah bagaa gammadee Asuu teenyaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 4 měsíci +1

    ❤❤❤Eegumsaa yoomuu yaannis hidhaa qabuu mandisni Gammadaa baga walittii qabee gurriis aswrwb Ustaz Raayyaa Abbaa Maccaa

  • @tamimaa1194
    @tamimaa1194 Před 4 měsíci +7

    Mashalaa UÙUUFII batii akanaa jaladhaa family jalalaa asuyee barduu too 😍😍😍😭😭😭😭

  • @user-sj1xb6mx6j
    @user-sj1xb6mx6j Před 4 měsíci +1

    Alhamdulilah baqaa rabiin sih milkese qashtii to❤❤ I'm happy for you ❤❤❤❤❤

  • @nanat2493
    @nanat2493 Před 4 měsíci +3

    Rabbin Bakka yadeen sii haa gahuu dhugaa anni Matti Kee lalee imimaan Qabachuu dadhaabe🎉❤

  • @Sinaafbaale525
    @Sinaafbaale525 Před 4 měsíci +2

    😭💔Asuuu to congratulations🎉🎉🎉🎉Abshir wly anuu nin booyyee maatttii ke rabbi umrii siif ha dheerressu😢😢🎉🎉❤❤

  • @user-hf9un3nw4q
    @user-hf9un3nw4q Před 3 měsíci +1

    Asuu hadhaa tee.umri siif haa dheresuu❤❤❤❤❤❤❤💟💟💟💟💟💯💯💯💯💯💯💯💯🥀🥀🥀🥀🥀🥀💋💋💋💋❣️❣️❣️❣️😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢😢❤❤qalii too ♥️

  • @BedruMustefa-gt2vo
    @BedruMustefa-gt2vo Před 3 měsíci +1

    Bagaa gamadee Asantii ,Anii Ebuumaa siifii Kenaa Garuu Miidiiyaa Iraa hiin Fakatiin kAraa nagaa Deemii

  • @user-hw6gk9xo8o
    @user-hw6gk9xo8o Před 4 měsíci +4

    Qashxii namaa ❤️ Baga Gammaddee
    Asirrattii Mul'achuu dhabuun kee nu gaddisiisullee baga nuuf Gammaddee

  • @user-rw6gj8wy8u
    @user-rw6gj8wy8u Před 4 měsíci +3

    Mshaallaah Alhaa ❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 asuu dhugaa wari kairoo san kesaa jiraa siraa fakenaa maa hin fudhanee bagaa gamadanii mshaallaah Alhaa yaa galabii italaa sifuu fi dudhaa beytuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @GammadaaNamoo
    @GammadaaNamoo Před 4 měsíci +2

    Cngiraguletion 🎉🎉🎉Asuu maasha allaha 🌹💖❤️

  • @anashidworld9483
    @anashidworld9483 Před 4 měsíci +4

    Imala gaari Assu tenya bikka ajjatte hundahuu rizqiin. jalalli ibadaan walin dhabin siin ja'a yaa intala gosa tiyya. 🥰🥰🥰🥰

    • @user-ev6wz5xu5q
      @user-ev6wz5xu5q Před 4 měsíci

      Mashllha mashllha mashllha mashllha mashllha mashllha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @umittii
    @umittii Před 4 měsíci +18

    i was crying wallahi, she was my favorite on social media especially on CZcams. Asuye congratulations on your success! I will definitely miss you my sweetheart 🫶🏽🥹

    • @user-fr9kg1kl3t
      @user-fr9kg1kl3t Před 4 měsíci

      🥰🥰🥰🥰🥰💕💕💕

    • @user-nm1ze4xn1w
      @user-nm1ze4xn1w Před 4 měsíci

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏😢😢😢😢😢

  • @AyanUsmail
    @AyanUsmail Před 4 měsíci +1

    Wlhy heddu takkan sif gamade sis tiya qali baka demtuti muka cita fira ali sif hagodhu ngyan rabi siha gesu gufi gufata male heddu takan sii ❤❤❤❤❤

  • @orosabontuarsii5162
    @orosabontuarsii5162 Před 4 měsíci +5

    Baga gammadee asuu teena congratulations❤❤❤❤❤❤

  • @abdiigursum6508
    @abdiigursum6508 Před 4 měsíci +4

    Aflip fi dibichon ho essa jiran arra gammachu asanti irra malif hafan ?????????????????????

  • @SamiraaShanqo
    @SamiraaShanqo Před 4 měsíci +2

    ❤❤maashaallaa jabadhu karaa nagahaa demii wly ni booyee matii jabadhaa hadhaa ofii abbaa ofii gadisaa jirutii maashaallaa jabadhu umarii dheratu wolini turaa ❤❤🎉🎉🎉osoo hadhafi abbaa qabadhe hedu gamadaa garu fedhaa rabiti rabi ramataa haa godhufii ishaallaa ❤❤🎉🎉😭

  • @user-gl9ry2sk5s
    @user-gl9ry2sk5s Před 4 měsíci +1

    Asuu koo sinboo qabeeti koo bareedduu hararge intal qashti bagaa gammadde congratulation sin jechuu barbaada dhugaa dubbachuuf hedduu sif gammadde bareedduu koo rabbiin fayyaa umrii dheertuu jiruu bal'ina gammachuu rabbiin siif haa kennuu sin jechaa jajjabadhuu ati jabduudha karaa nagaaya qilleensa nagaya sin jedhaa hedduu si jalaadha baredduu koo ❤❤❤

  • @hadhafaaris1790
    @hadhafaaris1790 Před 4 měsíci +2

    Mashaalhaa Mashaalhaa Mashaalhaa Mashaalhaa Mashaalhaa Mashaalhaa

  • @kamiltube767
    @kamiltube767 Před 3 měsíci +1

    As wr wb akkam nagaya warrii forx heduu isin jaalannaa wallahi asuu bayyee nama toltii sagantaa dhiheessituttii kanafuu Rabbiin waan atii yaadee hunda bakkaa deemtuttii si haa milkeessuu

  • @abdimohammed5004
    @abdimohammed5004 Před 4 měsíci +1

    Rabbin sihaa milkeysuu bakka itti demtuu bakka milki haa godhuuf wallahi billahi bayye naboochiftan

  • @user-pi5oq5of3t
    @user-pi5oq5of3t Před 4 měsíci +4

    Mashallha rabbii si birra ha jiratu asuuye tiyaa

  • @Oromia-bw2wd
    @Oromia-bw2wd Před 4 měsíci

    Wallaahi wajjiin boo'e miskiina tiya asuyyee uuuuuffff baga gammadde❤❤❤❤❤❤❤

  • @SdsDy
    @SdsDy Před 3 měsíci

    ❤❤❤❤rabinii bakaa yadee hudaa,nii ishee haa gahuu ishaalla

  • @user-ch5mw9fj4j
    @user-ch5mw9fj4j Před 3 měsíci

    Mashaa Allaa ijaraa hafaa ijolee

  • @Mu.az5522
    @Mu.az5522 Před 3 měsíci +1

    Asanti tenyaa qalii jartii aman kenyaa❤️❤️❤️❤️

  • @ZainabZozo-ur2lm
    @ZainabZozo-ur2lm Před 4 měsíci +1

    As wr wb jirtuu bagahaa jirtaan hundii keessanuu Asuu mudasir ❤bagahaa gammadee mashaallaah tabarkallaah okiitti tiyyaa

  • @user-vb9rw1pm7y
    @user-vb9rw1pm7y Před 4 měsíci +1

    Congratulations Ngy sii haa gesuu Asuyyee maatii tetin ngy wal sii haa Garsisuu yaro dhihotii Abshir imimanin qaabachuu dadhabee wly 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️🤲💞💞💞💞💞💞💞💞🥰🥰🥰🫶🫶🫶🥰🫶🥰🫶🥰🫶❣️💛💜💓💞💖💘🌹🌹❤️😍😘💟😍💖💖👍🙏♥️🙏👍🙏♥️🙏🥰🫶🥰🫶🥰♥️🙏

  • @JALATAA_NABII_MUHAMAAD
    @JALATAA_NABII_MUHAMAAD Před 4 měsíci

    AS WR WB yaa asaantii obboleyttii tiyyaa tan islamaa yaa FORX yaa midiiyaa kenyaa gaddii dhufee gammachuun haftee ❤gaddii dhufee asuun demuudhaa ❤gammachuun haftee FORX jabadhuu ittii fuufii asuu rabbii sii haa gammachisuu yoo jiraanee waal garaa yoo duunee ❤jannataatti❤waal garaa BAGA GAMMADEE congratulations

  • @AbdulazizAdam-sf7gb
    @AbdulazizAdam-sf7gb Před 4 měsíci +1

    As wr wb akka namaa tokkotti Asuu muadsir wannin je'e ibsun dhabee wlh nin Gammadaa fi nin gadda Addanin waalale Waa hundafuu baga gammade akka jolee biyyatti sif gammade Gammachuun tee Gammachuu Akka itti yadde olitti siif haata'u Rabbiin congratulations 🎉❤️asuu mudasir
    Birra kiyya hedduun si jaaladha mucaa biyya tiyya ❤❤❤

  • @Abiirmuhammad
    @Abiirmuhammad Před 4 měsíci +1

    Mashaa alhaa forx media aja'iba taka umrii tiya keysati media akana arke hin beku media kun anaf takkafadha mashaa alhaa isinirra ja'ee isin hunda bati batiti wal jala isin ha yasuu biyaa baqaa keysa isin ha basuu asuu atis canada sanitis oromo biya san jiratu hunda aka ol nu baftu asuman sin ja'a hin dhisin youtube kana jirenyi adunya kun duranu garan osoo adda bahu hin fene karan adda nama basa sif galee dubarti cimtu wly fakkeny guddan sirra fudhadhe galatomi umrii dheertu sif ha kennuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Zahramuhiddin
    @Zahramuhiddin Před 3 měsíci +1

    mashaAllah mashaAllah ❤❤❤

  • @gannugannu867
    @gannugannu867 Před 4 měsíci

    Masha allah wolii jaalachun keessan akkam namati tola❤❤❤

  • @AliimaaAbdooo
    @AliimaaAbdooo Před 2 měsíci

    Imalaa garii rabbiin sifagodhuu abshir bareduu tiyaa❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢bayee garaa nay

  • @MomtaazKhaliil-pu3xl
    @MomtaazKhaliil-pu3xl Před 4 měsíci +1

    Masha allah wly hedduu tokko gammanee ka wly anii wanii barreessuu.dhabbee.wly garuu alhammilliha

  • @DaaniiIluuofficial430
    @DaaniiIluuofficial430 Před 4 měsíci +1

    Carraa isheen argatte heduu gamadeera .garuu uttu isaaq zenuuttin wal fuudhanii kana caalaa nugamachiissa❤

  • @JAFARMJ-u1h
    @JAFARMJ-u1h Před 3 měsíci +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤asuye ye congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

    • @JAFARMJ-u1h
      @JAFARMJ-u1h Před 3 měsíci

      🎉🎉😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @hamzaharoo5430
    @hamzaharoo5430 Před 4 měsíci +2

    Halumaa jiruu biyyaa laffatii akkamitii miraa kenyaa ibsana baga gamadee wly nutis sif gamana oballetii tiyya 🙋

  • @gutemakasim3932
    @gutemakasim3932 Před 4 měsíci

    Gammachuun ishee gammachuu keenya bakka deemtutti nagaa fi fayyaa❤❤❤

  • @madinamm503
    @madinamm503 Před 4 měsíci +1

    Mashllhaalaa mallaa qabeeti namaa ta hatti safufi kabjjanni guddifte dubartti hargargee kesaa naamaa safuu qabuu si qofaa argee ani soshalli middiyaa kanaa irtti 😍😍

  • @user-ss5vy1ec1f
    @user-ss5vy1ec1f Před 4 měsíci +1

    Maashaala Allah bagaa gamade🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 4 měsíci

    ❤❤❤Horiii Horii Bultiinis Gaaddisaa Rabbiin dafee si haa ijaaruu si Allahu akbur yaarabbii galannii keetii..maqaanis Barsiisoota jklB/Oro

  • @user-qf6lo3bu7z
    @user-qf6lo3bu7z Před 4 měsíci +1

    Wallhi nabochifte 😢 rabbiin family tetis umri dherese wal isin haagarsiisu asuu tiyya qubsuma gaariii siif haagodhu bakka itti dheeyxu hunda rabbiin sibira haajiraatu

  • @user-jn5jg8zw5y
    @user-jn5jg8zw5y Před 4 měsíci +1

    Mashala kara nagaya demi❤❤❤❤❤

  • @KolkoloMahammad
    @KolkoloMahammad Před 3 měsíci

    Way Maashaa Allaah Garuu Dibichofi Haf_liph hoo

  • @user-op3je2oh9y
    @user-op3je2oh9y Před 4 měsíci

    Raabbiin nagaahan si haageessu wan yaadee hunda sii haamilkeesu 😢😢😢 ibaadaa si haakeenu yeero hundaa nama quraana qaarayu si haa goodhuu Raabbii😢😢😢😢❤❤❤

  • @BedruMustefa-gt2vo
    @BedruMustefa-gt2vo Před 3 měsíci +1

    Miidiiyaa FRX bay,ee Naa tolaa Sababnii Isaasi Muslima Ta,uu kesaaniin Isiin jalladhaa

  • @Dhugaaoromonidhokatee
    @Dhugaaoromonidhokatee Před 3 měsíci

    Asantii too rabbii yaddaf murada kee sif haa gutuu jabduu too inlataa oromo ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @FenatiibroFamily
    @FenatiibroFamily Před 4 měsíci +3

    Wlyii bayyee natii dhagamee imiman qabachuu dadhabeee 💔💔😭😭😢😢😢

  • @NUURAADIINNIGUDDIISNA
    @NUURAADIINNIGUDDIISNA Před 4 měsíci +2

    ❤❤❤
    By by by
    ASUYYEE
    NAGAAN SI HAA GALCHU
    BAKKA BUUTUU NUUF FIDAA

  • @sifaniiibrhimii8865
    @sifaniiibrhimii8865 Před 4 měsíci +3

    Wolhii bayee wolii biraa bareduu amaa garuu uuuuuuufffffi 😢😢😢😢😢😢 Rabii isinii hundaa Rabii isnii biraa Haa jiratuu

  • @Hanankenya
    @Hanankenya Před 4 měsíci

    Mashallah wlh akka waan ana ta'etti hedduun gammadeef congratulations 🎊

  • @ifnaanjibril4440
    @ifnaanjibril4440 Před 4 měsíci +1

    wollahi imimman na keessa dhumate😢😢 rabbi umrii si haa dheeressu❤❤❤

  • @SamiraaShanqo
    @SamiraaShanqo Před 4 měsíci +3

    ❤maashaallaa Asuu bagaa gamadee jabadhu ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @user-gg3ml2tk5n
    @user-gg3ml2tk5n Před 4 měsíci

    Wallaahii hedduun siif gammadee.gaafa ati boochuu osoo if hin yaadiin booyeee. Bakkii itti deemtuu Qubsumaa keeyrii siif haa tahuu bareeduu teenyaa❤❤

  • @aliyagobe5113
    @aliyagobe5113 Před 4 měsíci

    Baga gamadee oboleti too imimani qabachuu dadhabe walayii congratulations

  • @user-ev6wz5xu5q
    @user-ev6wz5xu5q Před 4 měsíci +1

    Mashllha mashllha mashllha karrangaaa lubbuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @UseeydiiAbdii
    @UseeydiiAbdii Před 4 měsíci +1

    Rabbiin nagaayan haa geeysu asuu congratulation

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 4 měsíci

    ❤ yaadaafi Qalbiinis Santuu Seeraa araaraa aswrwb Anaafis Obbooleettiidhaa
    Allahu akbur Hiriyyaan ogummaan ofii Faayaa Himattee dhumnee Fayyaan gurruma wawrwb Halal food Imala Gaarii ASTU saayikoloojii line Dubarttoon

  • @Oromoo992
    @Oromoo992 Před 4 měsíci +1

    Bayee Boyee Ani Wly Uuuufy Congratulations My Habibtii too😢😢😢😢❤❤❤

  • @RobaBareentoo
    @RobaBareentoo Před 3 měsíci

    Mashallah baga abjuun kee siif milkaee

  • @user-dd9dm8lr3f
    @user-dd9dm8lr3f Před 4 měsíci

    Masha Allah mashaa Allah bagaa rabbiin sii gamachiisee asuu tenya ❤❤❤❤❤❤🎉🎉congratulations

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 4 měsíci

    ❤❤ Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad see Hzx Astuu Mudassir hedduu si jaallannaa Alhamdulillah subahannallah lubbuu Eegumsaa Yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi jaalalan injifannoo gzx Astuu Mudassir Aswrwb gzx OMN Continues

  • @user-og8bv7dt3j
    @user-og8bv7dt3j Před 4 měsíci +3

    ❤❤❤Asuu tiyya baga milkoofte wly hedduu siif gamade 🎉🎉😢

  • @KooKeetii-oc1dd
    @KooKeetii-oc1dd Před 4 měsíci +1

    Baga nagaan geesse❤❤❤❤

  • @RobaBareentoo
    @RobaBareentoo Před 3 měsíci

    Anis dhufee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤bakkaa isiin jirtutin dhufee waliin jiranaa

  • @SumeyaaAbdalaa-nm2ws
    @SumeyaaAbdalaa-nm2ws Před 4 měsíci

    Obaletii tiyaa asushaa qalii ❤bakaa dematutii gamacunaa jiraduu rabbii nagayanaa si haa gesuu ❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @ALKHEIRYATANI
    @ALKHEIRYATANI Před 3 měsíci

    Masha allah rabbin laafan sii gahiina

  • @AsantiHamza
    @AsantiHamza Před 4 měsíci +2

    Wly Ani imamani qabachuu dadhabee Love you asuu too 🎉saganita Kuni dhugaa bayyee natii Tole Ani forx hin lalu baqaa sorry 😔😔😔

  • @UmarSuruur-ux5lm
    @UmarSuruur-ux5lm Před 4 měsíci

    As wr wb ❤❤❤❤❤Asantu mudasir masha bagaa gammadee oboleti oromoo tiyaa qali

  • @famiibr4605
    @famiibr4605 Před 4 měsíci

    Rabbiin bakka deemtutti sitti haa tolu sodaa isaa ti fi iimaanas ka si biraa hin sossoone siif haa kennu assuu
    Wallahii an hin beeyne na boochifte walillee hin beeynuu kessahuu vedion maatii ishee san garaa na balleeysee imimmaan qabatuu dadhabe jabaadhu assuu❤

  • @BedruMustefa-gt2vo
    @BedruMustefa-gt2vo Před 3 měsíci +1

    Asantii matiimaa kee Wojiin sii Hordofàa jiiraa Hiin boyiin Garaa Nuu baleessiin

  • @shukabdo7109
    @shukabdo7109 Před 4 měsíci

    Masha allah Amazing surpri i can’t stop crying beautiful family asuu ❤️🥰

  • @user-np3oo5xs7k
    @user-np3oo5xs7k Před 2 měsíci

    As Wr Wb
    Isiniif gammanne
    Garuu umu kanus
    Maaliif hin afeerinaa!!

  • @user-qt1pf1rk5m
    @user-qt1pf1rk5m Před 4 měsíci

    Kara nagahaa deemi bakka demtufi tetutti nagahaa rhmaani rabbii sii bira haa jirtu tikka ofii kessa siha kahtu rabbiin of nama jaltee ka,ee jalallaa nama nama keena ❤❤❤❤❤kan cala rabbii ol siha fudhu hadhaafi abba obboleewwan kee dhirafi dhalaa xiqaafi gudaa rabbii umrii siif hadherresu yeerro gababduu bodaa woliti issin haa fiiduu inshaa alh 😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤

  • @user-gj6rc9jt9u
    @user-gj6rc9jt9u Před 4 měsíci +1

    Miskinaa tiyaa Amshiri Asaanti teenyaa❤❤❤❤❤😢😢😢😢hin booyini maatii kee rabbii umrii siif haa dheerreysuu 😢❤❤❤

  • @halakeekiyyakuwait1414
    @halakeekiyyakuwait1414 Před 4 měsíci

    Bagaa gammadde🎉 dhugaa annuyyu akkaa waan ishee bekuttan kan ijji nabo'uun of argge😢 jalalli isiin isiidhaf qabddan bayye namatti lolaa isinifiin daandii biyyaa sana batan. Rabbi isinnif habanuu

  • @hangejemal5216
    @hangejemal5216 Před 4 měsíci

    Wlhi sii wajiin bohe 😢 rabbi umrii siif ha dheresu attis nama caaha tee tesifatu rabbi sii ha godhu

  • @ZalikaTolo
    @ZalikaTolo Před 4 měsíci +1

    Baggaa gamadee ❤❤❤❤❤❤

  • @lbbdbell594
    @lbbdbell594 Před 4 měsíci

    Wow Assuu kenyaa bagaa
    Gammaade qalii namaa dhugaa bashaatu namaa argaarusi abdiisu takkaa addaa banee ❤❤❤❤
    ❤❤❤😢😢😢😢😢😢
    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-wu5ke4qt2u
    @user-wu5ke4qt2u Před 3 měsíci

    Masha Allah ❤❤❤❤

  • @AbdiJibrial
    @AbdiJibrial Před 4 měsíci +1

    Masha allha baga gamadee congratulations 🎉

  • @tuchaatube5978
    @tuchaatube5978 Před 4 měsíci

    An garuu qalbiin namidhamtee maalif janan sila waluman team keessan kana waliin milkooftani nan gammada wani goodhan hin jirtuu isii qubsuma gaarii isiinis waluma fanaa------- galatooma

  • @bashatoarsii3408
    @bashatoarsii3408 Před 4 měsíci

    Mashaalla tabarkalla raabiin baay'ee gammadee Alhamdilila Alhamdilila bagaa batee Biyya baqaa kessa 💖

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 4 měsíci

    Aswrwb Du'aayii keessaniif Amiiiiiiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiin sawsawsaw Nagaayaafi Rahmat Qalbiinis muslims jila daa'awaa/daawwii sawsawsaw Rabbiin isinirraa haa jallaatuu

  • @asiyaaloveasiyaa633
    @asiyaaloveasiyaa633 Před 4 měsíci

    Wl wr wb maashaallaah maashaallaah baga Gammadee obbolleettii tiyyaa Asuu❤❤Rabbiin karaa nagaya xiyyara nagaya biyyaa nagaya siif haa Godhuu

  • @uaess9428
    @uaess9428 Před 4 měsíci

    Maleekan kaayiro si ergite kan kaanadaa sihaa qeebaltu rabbi si waliin yaa jiraatu milkaahi ummu kaanus yaami amaana ❤

  • @ZobaydaZobayda-kj8dw
    @ZobaydaZobayda-kj8dw Před 4 měsíci +1

    Maaaasha Allllllaaaaah

  • @user-gh1rq8df1e
    @user-gh1rq8df1e Před 4 měsíci +1

    ❤🥰🥰🥰🥰🥰🎉🎉🎉karaa nagaa bakkaa nagaa demii bareeduu tennaa❤