mee osoo isin tahee maal gootu yaada keessan comment jalatti barreessaa!

Sdílet
Vložit

Komentáře • 27

  • @obsetube1826
    @obsetube1826 Před rokem +1

    anaa dhufuu urjiyee too ❤️🥰wayee jalalaa kunii bayee ulfataa anii idoo tayee garuu akumaa atuu jetee isumaa duraa sanii gatee in demuu amaa moo ergaa gatee demtee bultii biraa ijaratii isumaa wajii jirachii sifii wayaa kunii lamataa debiyee si amanuu malifii situu duraa balechaa qabaa wanii tayefuu amaa duraa saniree jalalaa sifii in wabuu

  • @ruduwaankaliil5021
    @ruduwaankaliil5021 Před rokem +3

    Ani akka kooti kani dhamuuf isuma amma itti heerumte waliin osoo jiratee gaariidha innii biyya erga heerumtee wanuma fedhe yoo ta'ee akka dhuratti jaalachuu hin danda'u amala dhiraa keessa kan heerumte miti dhirootuma waliinuu yeroo baay'ee yo isii argee akka duratii isii jaalachu hin danda'u carraan isiin qabdu isuma amma itti heerumte jabeefachudha fixadheeram urjii ati dhugaa jabdudha jabadhuu akkanumatti itti fufii qaalii wayii ✍️🥰🥰🥰🥰

  • @fereshawa2689
    @fereshawa2689 Před rokem

    Andhufu bagaa nagan dhuftee urji jabduu Koo 😍😘💓💓🥰💚🌹. Dhugaa dubachufi bayee nama dhibaa jaalali bara kana xabuma ta.e gafi ishetifi Debi qubsaa kenite jirtaa garuu bulti jechuni iti senani bayuu osoo hin tane angaa dhumati jirachufi kanafuu ergaa sentee bulti ishee fana jirachu barbachisadhaaa

  • @GADISETUBE1
    @GADISETUBE1 Před rokem

    Ana dhufuu bagaa nagadhan dhuftee urjii koo bay'ee ulftaa garuu atuu yada qubsaa kenitefii jirtaa dhugaa👌✅👍 osoo jalalaa dhugaa qabatefii obsan egattee kayyo biyyaf bateef xumuratee galtee malirra akka inni jiruu lalti turii male daftee abdii kutte garaa nama biraa hin demtuu turee kan duraa walin ga'elaa wan hin ijarannef kanumaa ga'elaa walin ijarratte kana walin itti fufii boda lamanuu dhabdaa bulti kanas digdee yoo demtee urjii koo yanni kee nufis ergaa qabaa wan heddu irra hubadhe jabduu koo jabadhu🙏❤❤

  • @MASITUBE
    @MASITUBE Před rokem

    Urjii baga nagan dhuftee nagan sif haa dhufuu inni maalif onlinuman maalif badee jedhee gafachu dide jalale ishee awaala

  • @sumayafiqiri
    @sumayafiqiri Před rokem

    Jajabee too ❤️❤️👌👌👌👌👌💋👌👌👌👌👌👌

  • @FatmaFatma-mk6oz
    @FatmaFatma-mk6oz Před rokem +1

    abaa haa dhufuu urjiyee 🥰🥰🥰 mee analee yadee kee naa qodii anilee j kiyaa bayee jaladhaa garuu yeroo bayee yoo waa natii aree wani hin tane jedhee naa arbsaa anii garuu wani isa jaladhuu ufi itii hin aruu amaa moo guyaa tokoo birii naa ergii nani jedhee ani garuu galufi kararaa jiraa birii haganaa yoo si ergee malee wani harkaa qabuu si erguu dadayuu jenani ini moo jechaa onee tiyaa kesaa banee nani jedhee💔yoo wani harkaa qabduu hudaa yoo naa ergine ani si dhisaa melee birii tanaa dhisuu nani jedhee ani urgaa sani bilbilaa isalee ufiraa balesee mee oso si tatee mali gotaa😭😭😭😭😭🖤🖤🖤

  • @burtetube
    @burtetube Před rokem

    simbo ko❤ baga dhuftee ani akka yadda ko bultii kee hin deginee jedhaa sababa isa jalalee kee duri jachatani gadisisuu dadahaa🙏

  • @MARTIITUBE2
    @MARTIITUBE2 Před rokem

    Uriji koo baga nagan dhuftee kan dura jalatee osoo dhisuu batee obisaa dhabuni kishoo hamaa sesisee ana nadhibaa wayee jalalasi nasodhadhaa

  • @caaloofirii
    @caaloofirii Před rokem

    uuuuwwwiii bayyee ulfataa dhugaa eshiin hin jaalatuumoo akkamitii sababaa ini onniraa baddeefi jetee akkamitii namaa biraa jalatii safudhaa kuni dhifamaa naaf godhii malee dogogorii guddaan si biraa jiraa yaa obboletiikoo nama qaman bekktuu namaa nanono ketii dhiftee namaa biraa jalachuu hin qabdduu turtee amma ergaa gahelaa ijjaratee isumaa fanaa jiradhuu malee ini duraa tasumayuu iddoo sif hin kennuu kanaa boddaa😭😭😭

  • @ifaaberiso104
    @ifaaberiso104 Před rokem

    Kama rabbii woliti dabale wojin jirachu qabdi

  • @gizuutube413
    @gizuutube413 Před rokem

    Dhuga dha urjii kooo gayelaa diguun hin ulfataa obbolettii kenyaa bultii kee jabeefadhuu

  • @kullitasamaa3577
    @kullitasamaa3577 Před rokem

    Waqaayoo kadhadhu huddafu kanuma amma kan fanaa jiradhu oboletii too namaa jalatuu tokko dhugaa dubachudhafii tatan akka yadda kotii namaan jaladhu olaini raa baddee jedhe jalachu eso hin tanee du'e eso jedhani amma biyaa galee ijaa kotiin addaa bafadhutii garaa koo muradhe wan takko tii hin senu 😭 atii lamanu dhabdaa keesaa kee ofi amasisii dhifamaa kometiin koo kan namaa gufachisu yoo ta'e

  • @tubaabduabdu9591
    @tubaabduabdu9591 Před rokem

    Isaa biyyaa jiru uttu jalati ta.e nama kanni biraa hin jallattu lubbu kanafuu anii jirenyaa kee isaa amma egalate jirtuu itti jabadhuu malifii yoo jette inni biyya jiru sii barbadu kanani bodaaa yaadda kiyya kuni jalala qalladii mitti

  • @almaazamasiisaa7028
    @almaazamasiisaa7028 Před rokem

    Anii yaada urjii degaree😍😍

  • @buzexboharsa
    @buzexboharsa Před rokem

    Urjii keenya

  • @roorroonnuttihammatte5777

    Maarii koo noori💔😘❤💓💕

  • @qaashtiisanyiioromoo9561

    Bultii kee.ijarttee.hiin diigin🥰

  • @zenabaali536
    @zenabaali536 Před rokem

    Bultike in digini isuma wajin jiradhu

  • @ruduwaankaliil5021
    @ruduwaankaliil5021 Před rokem

    Hin sobdii malee durumaa isa biyyaa dhugaan jaalatti osoo ta'ee yoo inni online irra badeeyyuu kalattii
    bilbiltee gafatti ture

  • @hawii...hawiii2497
    @hawii...hawiii2497 Před rokem

    🥰🥰🥰

  • @tokkeetwo
    @tokkeetwo Před rokem

    Ana dhufu sikooo baga nagayan dhufte qali 😍🌹 ani aka yada koti eguma herumte mana kee hin digin sababin isas jalali dura wan ufi keti balesitef kan dura sun ossoma si jaladha jeteni si amanu hin danda'u akuma ini torara baden wan jalala bira egaltef kesa ke gafadhu mee dursi ati dhugaman jalala isafi qabda dhuga nati hin fakatu inis jalali ini duri si jalatu gadi bu'a aka duri sani sana sif hin ta'u oboleti koo manuma ke kan ama ho'isi jiradhu yani koo kana fakata calati imo kani beku si'i jirenya ke wan ta'efi 💔🙏

  • @user-kr3gj7ie6p
    @user-kr3gj7ie6p Před rokem

    Ani Akka koti isaa biyya wayafi

  • @hawii...hawiii2497
    @hawii...hawiii2497 Před rokem

    yanii kee baredaa qalii nama dhugadha jetee caraa shamaraa yeroo tokko kanuma ama walinii jirituu wayafii jedheni yadda anilee

  • @basilkayed2087
    @basilkayed2087 Před rokem

    Isaa irraa calatii si jalatu ykn kan si kabaju Walin turii

  • @saifuddin-jx7yq
    @saifuddin-jx7yq Před rokem

    Naaf hojjedhu yanni kee bayye natti tole