The owner this song is close friend to me and his name chala. he is wonderful guy who likes to sing as well as dance. he has amazing voice and devoted to best singers. he is simple and nice guy. my side,i really like his his music and i just to say to him...congra chala. and i am so proud of him
Yaa Oromoo maatii waliif taanee wal haa jajjabeessinu.
አጅግ በጣም የበሰለ የፈጠራ ሥራ የግጥሙ መልዕክትና ወቅታዊነት የሙዚቃዉ ውህደትና የድምጽህ ቅላፄ ልዩ ነው GUDAADHU!
Thank u
ራቹህ ዛሬ ነው ያወቅኩህ በጣም ደስ ብሎኛል ሓቀኛ ኢትዮጵያን የምታፈቅር ስው መሆንህን ገብቶኛል
እግዚኣቢሄር ያክብርህ
በርታልን !!
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🇪🇹🙏
Ala afurii ol banee dhaggeeffadheera garuu ergaa fi sagalee isaa quufun dadhabe. Let's goooo !oromokoo 💪🤛
Kun adduuma bro koo... tridentii sabaa...rachee
Music composers ...100%
layrex & melody...100%
Video qualitty....100%... best traditional music....
❤❤
Great job !
😢 #FahadAnjum
የዜማው ጥልቀት
- የግጥሙ ብስለት
- የሙዚቃው ቅንብር ውህደት
- የዘፋኙ ጣፋጭ ድምፀት💯💯💯❣❣❣💕
-this is starting
😢 #FahadAnjum
I AM FROM SOUTH AMERICA, NATIVE OF OROMO, I LOVE MORE THIS MUSIC !🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🖤🤍❤
Thank u
I’m from Jupiter, And I approve this music Afromia!!🙏🏿💪🏿💪🏿🥳
ምርጥ ስራ ነው በርታ ወንድሜ
ምገርም ሙዚቃ ነው ያሳባኮ ዋል ሃታኑ ያኦሮሞኮ 😢
ኦሮምኛ አልችልም ግን በጣም ደስ ብሎኛ ሙዚቃው
RAACHEE NAMA CIMAA Jabaadhu obollee baroonni kee hafan kan milkaa'inaa siif yaa ta'an qaalii sabaa harka hin kennin jabaadhu
Wow bayyee namatii tolaa 🎉 Amazing ❤❤❤❤❤🎉🎉 nuuf jiradhuu hadho koo 🥰
Dhugaa keetti jabadhu hojji bareedaadha
Jabadhuu rachuuye ❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥♥️❤️🌹🌹
Ijollee bulbuyoo jabadhuu hiriyyaa koo
Rachee koo jabaadhu 🎉🎉🎉🎉🎉qimamii koo❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
am amhara i like you so i subscribed
This music is so goid ❤
Sound 100%
Video 100%
Edit 100%
dance 100%
❤❤❤
Anaa-dhufu dhufte bro koo bara kee jedhu kunoo ❤❤❤❤❤
Ya oromoo ko wal hajajabesinu❤❤❤❤❤👌
Walaloof yeedaloon isaa baayyee nama tola cimaadhas erga guddaas dabasra ❤ worroonni caalaa cina dhaabbatan guddaa galatoomaa.
Wow Mucaa fi siribichisi Yabadanawu rachuyee ❤❤😂😂😂❤
Sookoon fi yad-rimeen Isa waan bareeda jabaadhu
hojii bareedaa jecha Boombii akkasumas qulqullina Camera 💪💪💪
Amazing work keep going Art chala safawo best and youngest oromoo singer share gochuun haa jajjabessinuu.
Naga busii!!!! Rabbii walabummaa nuf fide naga waara nuf haa busuu🙏🙏
Wowow Rachee Tirdati sabbaa Guddaa Kunii moo tokkummadhaa Video shupiftoni Sagalee Gullalan hundii music Oromoo lovee 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
WOW 😮womaa itti hin haafne hoji ajaiba hojaate.waa hunduu quluqulinaa qaba.100%
kulkulfata madaa baanee, Wal bulfataas baraa baanee....safuu saba guddaa dhaallee...,wow bareeda jabaadhaa.
Abbaa biyyaa glt.
Raachee fi anas jajjabeessaa.
Jajabaadha bakkuma jirru isin woliin jirra
Wow nice Rache qallii nama japhadhuu
Oromo ko oso akka bayyina kenyatti artst oromo M 50 dawwachu qabna wal hajajjabesunu dhalota qube❤❤❤❤
Sirbba yeroo issa eggate 😍😍😍😍😍
Woowwwwwww bay'ee namtii tollaa qalii nama❤️❤️💚💚❤️❤️
I am from United state ilove oromo music
Wow Oro koo nuff jiraadhuu❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹🌹🙏
Amazing Chala Koo,yoomu hin dagatamtuu,xiyyiiti nama
❤❤❤❤❤❤❤❤ sirbaa garii yeroo isaa egatee qaxalee Oromoo jabadhuu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
shagar moo finfinnee laltee filatta gofaree😮😮❤
Baay'ee siin Dinqisiifadhe!! Sagalee bareeda qaba jabaadhu bro.
Malas qalasi Dhiisii walta'ii Nagaa Buusii 🎉🎉🎉
Wow so Amezing Rachee Qiimamii oromoo jabadhu jabaa kenyaa 🥰🥰🥰🥰🥰💯👌
🎉🎉
rachuu qashitii namaa jabadhuu
Hojii gaariidha chala jabaadhu tokkicha keenna
Masamas baraake❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ rachuu ko naa jiiradhii waagaa kuuma 1000
Rache tridenti koo jabadhuu oromo sii walii jiraa
Good job broo
Goood work❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Thank you! Cheers!
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabaadhu waan gaarii fiddee
I'm from Tanzania ilove oromo music ❤❤❤
We love ❤ you too 🎉
May God bless you!
❤❤❤
🎉❤❤❤❤❤❤
Beautiful
#FahadAnjum
good work rachu🎉
1ffaa dhaa❤
Clip
Camera
Voice
Message...%100 1ffaa dhaa👌
Hoodhu ammas ammas
Yoo argattee qammas
Yoo dhabde mallas ❤❤🎉🎉
Dhugaa mucaan warra keenyaa sirba addaa hojjate akkasumas racheen gudda isaa galatoomi❤❤❤❤
Walaloo bareedaa
Yeedaloo bareedaa
Sagalee bareedaa
Video editing bareedaa
#Rachuu Entertainment ❤
Oromo Music Best of the best 🖤❤️🤍
Wow amazing music bro jabadhuu
Baay'ee na maati tolaa ijoollen oromo
Nii taphaati dhugaa
Dhugaa bayee baredaa jabaadhaa❤💯✅💯✅❤
Jabadhuu ittii fufii caraa garii sif hawaa qommo koo🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶
Wow bro nice music
Walleen bayye bareeda dhugaa waaqa🎉
Dhugaumaa Atii Tirridantii oromotii jabadhuu Rechee
Woow sirbaa bareedaadha👌
wow chaliye ja aadhuu hojii addaa hojjatte 🥰❤️
Sirba kana yoo xinnaate guyyatti yero shani ol dhageefadha ❤❤❤
Baayyee bareeda ❤❤❤❤❤
Waan ajaa'ibaatin as nuu baate Tridentii keenya.... jabaadhu Qorichoo sabaa ......
Good work
𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒏 𝒏𝒂𝒈𝒂𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒅𝒂𝒂𝒅𝒂!❤❤❤❤❤❤❤❤
Hojii gardhaa jabadhaa
Rachu obaleysa koo rabbin siibiraa hadhabatuu❤❤❤❤❤❤❤
Wan hundaa sirra tolli hojii nama gamchisu jabbadhu qaxaalee mucaa
Good massage I listening from Madagascar ❤️❤️❤️❤️
Caaliyyee bonsiftuu sabaa fi biyyaa.Jabaadhu hirriiyyee hojii bonsaadha.ilma biyyaa hojii yeroo isaa egattedha♥
king jon bor🎉🎉🎉❤❤❤
Erggaa guddaa qabba mee lallaa❤❤❤❤ umattaa Oromoo koo
Ijoollee keenya 🔥🔥🔥🔥👏❤️
I am from oromoo l love this song 😂😂😂😂😂😂😂😊
😂😂😂🎉❤❤
Jabaadhu,baay'ee namatti tola Caalishaa!!!!!!!!!!!
Woow Trident oromo Amazing
Keep going rache more than one million subscrip
I love orommo music 🎵💪💪❤️ ❤💙💙👌
Baga milkoofte Caalaa keenya 🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Akkas jaaba ilma Abba gaada❤❤
The owner this song is close friend to me and his name chala. he is wonderful guy who likes to sing as well as dance. he has amazing voice and devoted to best singers. he is simple and nice guy.
my side,i really like his his music and i just to say to him...congra chala. and i am so proud of him
waw baayyee namatti tola.jajjabeeffamuu qaba baayyee nama hoji boonsaa akka kana hojjate.100%♡♡♡
Warrootni sirba kanaratti hirmaattan hundinuu ni dandeessu ✌️👌
Garmaamu Toola Fon Hadha Koo ❤🔥
Great quality
Great lesson
Well done!
Young artist with outstanding voice, deep and meaningful lyrics 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Welcome back 🙏 🎉
🎉
@@RachuEntertainment2 Raachu maqaa fi mata-dureen sirbaa entertainment dura gochu qabda turte!!?
Wawoo oromo koo love ❤rachee
Garmaamu Tola Foon Haadha Koo never give up ❤❤❤
Wow kle yelgem betam arif music new bertalegn ❤❤❤❤❤ yabed new
Www hedduu namatti tola jabaadhu
Oromoo koottaa bakka afaan hin beeknef nama maalummaa isaa hin beekne biraayyu ni dhaabbannaa keennas haaguddifnuu raachen keessan dhufe isiniin jechaa jira
❤❤❤❤❤ atii nama addaatii barr...gltm...❤❤❤
"Ammas ammasii dhiisii
Wal tahii nagaa buusii"
Wow sirba ajaayibaa!
Rachu
Good job 👍👍
ምርጥ ሙዚቃ በርታ ❤❤❤❤
Good job sher like everybody ❤❤