Siifan Warqiin isiin argatte irraa fuudhamuu qaba.siifan gantuudha. kan badi qabu siifani mo tigisti

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 9. 09. 2024

Komentáře • 295

  • @ayishakadeer1068
    @ayishakadeer1068 Před 29 dny +17

    Rabbi dhugaa baga irraa si oolche siif koo namni haqa qabate hin kufuu inshaa Allah ❤❤❤❤❤❤ mabruuk siif koo

  • @user-gy9vj9pf8x
    @user-gy9vj9pf8x Před 29 dny +24

    ሲፈን ገንቱ አይደለችም ጀግና ነች ወደ ኢትዮጵያ መመለስ የለባትም

    • @user-ve1iw1oo7f
      @user-ve1iw1oo7f Před 29 dny +2

      እትዮጵያን ጠልታም አንደለም እንደዝህ አይነት ሲፋን ጥሩልጅነች

    • @heywet
      @heywet Před 29 dny

      Manew yememelsat sejemer????

    • @Ansarobustdt
      @Ansarobustdt Před 29 dny +1

      True speech

    • @FatyaFatiya
      @FatyaFatiya Před 29 dny

      Llllskksk#(~(kkkskkskjeks​@@Ansarobustdt

    • @TsigeEthioTube
      @TsigeEthioTube Před 29 dny +2

      እኮ ደግ አደረገች የእዉነት ጀግና ነች

  • @FayyisaaAhmadAadam
    @FayyisaaAhmadAadam Před 27 dny +1

    Diqaaltonni ilmaan qeesonni charchii keessatti dhalchan waan islaama taateefis ni jibbu haa gubatanii

  • @Fatiiman-ju5te
    @Fatiiman-ju5te Před 29 dny +8

    waa'ee Ashabbir dhiisa ! Oromoon biyyattis hin amanamu, gantuu jedhamnaan achittis akkana yoo ta'e eessuma dhaqama dhiiroo ! warri himata dhiheesse mee dhaqee warqicha haa fiduu dhiisaa ! kanaan dura Atileetii Itiyoophiyaatiin dhahamtee yoo carraan ishii gufatu himadhu jennaan hin himadhu jettee nama dhiifte ta'uun akkamumatti dagatama ! SIIFAN NAMA GUUTUU DHA ! warri biyya keenya kun oolmaa hin beekan ittuma dhiisaa !

    • @GsysCddxcfca
      @GsysCddxcfca Před 28 dny

      ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ 1:57 1:58

  • @chaltudame8347
    @chaltudame8347 Před 29 dny +6

    Hafe jira abdu, warqin Sifanif Akka kenamu murtahe jira.

  • @user-qs3fs6iu5x
    @user-qs3fs6iu5x Před 29 dny +8

    Double GOLD for Oromo means double DEATH for enemies of Oromo. This is a nightmare for the enemies of Oromo. Who are Naftegnas to undermine the authority of the Olympic committee? Sifan Hassan did not betray Ethiopia, but Ethiopia betrayed her and forced her into exile because she is OROMO. This is one of the days Ethiopia should harvest the fruit of selective mistreatment of Oromo people. Congrats Siifan and Tigist Assefa , the other beautiful Oromo athlete who won silver.

  • @tasfayyazo3797
    @tasfayyazo3797 Před 27 dny

    Jabaadhu itti fufii hayuu oromoo, bekka nama , jaba nama 👍💯

  • @Ansarobustdt
    @Ansarobustdt Před 29 dny +3

    Abduu hedduu galatoomi
    Hedduu si jaalanna
    Oromo waan taate qofaaf miti waan ati yaada sirrii fi rational tahe qabduufi
    ❤❤❤

  • @abebaararsa8171
    @abebaararsa8171 Před 29 dny +3

    Balleessan jalqabaa kan Tigisti
    Kun dorgommiidha
    Unmanni Ethiopia kun sobduudha.
    Sifookoo baga irra ante
    Itti qaaneffadhe ummata keenya addunyaan sobashii harkatti kufaa godhe
    Tigist balleessaa qabdii humna fixnaan karaa cufuu dhaqxe
    Congratulation sifuu🙏🏽💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💝

  • @meseretnigusee6109
    @meseretnigusee6109 Před 29 dny +12

    Sifoo ko oromtittii ko bagaa injiifate bagaa milkooftee Leencitit ko Jabduu Oromiyaa Biqilchitee takkiti Qixxee kumaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫✅️✅️✅️✅️🐅🐅🐅🐅🐅

  • @Booresabaa
    @Booresabaa Před 29 dny +7

    Sifuu koo maaltu dhaqqaba baga milkoofte❤

  • @user-sf9od6fi6i
    @user-sf9od6fi6i Před 29 dny +2

    Dhugaa dubanaa tanan tigst kara itti cufee sifan ammo ufirraa dhibuu dirqamaa qabdi wantichi dorgomiraa jiran wan tahe garuu ammoo warroni sifan wan jibbisaa irraa qaban qofafi kuni sirri mitti

  • @ayuuwaalagaa
    @ayuuwaalagaa Před 29 dny +7

    Dhugaa dhaa siifaani baagaa gaamaadee ❤❤❤

  • @Johara-oz8hh
    @Johara-oz8hh Před 29 dny +2

    Siifan dhiibamteeti ifirraa dhiibde abdu akkuma ati jette

  • @user-cy1bj3vd9u
    @user-cy1bj3vd9u Před 29 dny +4

    sifaan mabruk mabruk Alfaa mabruk jabdu intala 🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @RameeTube-qf4ym
    @RameeTube-qf4ym Před 29 dny +3

    Wlh nama aka kee dhugaa dubatuun dhabee illa hanga ijooleen tun wal mo,atuutii nama dhugaa dubatuun dheebe galatoomi ❤❤❤💚💚💚❤❤❤❤

    • @omarfami88
      @omarfami88 Před 29 dny

      ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤siiiiiiiiiiiiiifan hasssssssssan

  • @user-nk3if5ie2i
    @user-nk3if5ie2i Před 29 dny +3

    Congratulations 300k subscribers ❤

  • @BontuGetachow-id5zl
    @BontuGetachow-id5zl Před 29 dny +2

    dhugaa keeti siifanis dubbatteetti ijoolleen irratti hojjetamu qaban qaqqaxalee meeqatu jira Etopiaf kan bu'a guddaa buusaan isaan osoo jajjabeessanii gaariidha dogongorrimmoo 2n isaanii bira jira

  • @Aminahusen-du1bg
    @Aminahusen-du1bg Před 29 dny +1

    Sifana hasan my king 🤴 ❤️ ♥️ 💙❤❤❤mashalaa Mashalaa baga milkoftee sifuu

  • @nuredinibrahim5841
    @nuredinibrahim5841 Před 28 dny

    Siifan sirrii jirtii jabaadhuu jabduu teennaa❤

  • @madenagashura1819
    @madenagashura1819 Před 28 dny

    Dhugaa ketii enuu biyaa jibuu ilchaa sisasaa sani malee biyaa hinii jibuu❤

  • @AbdisaAbdulkadir
    @AbdisaAbdulkadir Před 26 dny

    Siifan Ethiopia dhaaf fiiguu hin qabu sirrii jirti❤❤

  • @user-kg9uu7zc6w
    @user-kg9uu7zc6w Před 28 dny

    mashaalhaa soofii koo gootaa naa bochiftee walhhi bagaa gamadee tagistii darabuu yadee haa kuuftufii siifani ofiraa debiftee ciiquuni rabii akka namti miiti abshiiri siifoo koo gotiitii orommoo❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @hayatah7696
    @hayatah7696 Před 29 dny

    Jawee koo bagumaa Nitii kee isii duraa dhifitee isii kuni bay'ee si biraa bareedii wly 👍❤️❤️❤️

  • @user-ub2yz4kk3r
    @user-ub2yz4kk3r Před 29 dny

    YOU are right bro, kana laaluun ogummaa biraa waan barbaadu miti, tigist akka siifan bira hindabarreef beekuma itti galte

  • @jaklv7906
    @jaklv7906 Před 29 dny +2

    Sifan hassan congratulations 🎊 🎊 🎊 🎊 🎊 🎊. Hinaftuun sababa hin dhabuu 😂😂😂😂.

  • @AbdurehmanAhmed-ht8pi
    @AbdurehmanAhmed-ht8pi Před 28 dny

    Dursa yeroo mara rational taatee wantoota hubachuu keetiif si dinqisiifachaa itti fufi jechuu barbaada. Dhugaan jiru kanuma. Namoonni ijaafi sammuun sirritti hojjatu kana akka gaafitti hin kaasu. Itoophiyaan kana akka gaafitti kaasuun isheetuu dhugaa rabbi hedduu na aja'ibsiise. Siifan kan raawwatte sirriidha. Tigist karaa itti cufuudhaaf yaalii baayyee goote. Ijoolleen lachuutuu kan keenya. Dhugaan garuu warqiin kan siifani. Jiraadhu abduu keenya.

  • @haadhajaafar
    @haadhajaafar Před 29 dny +4

    An haa dhufuu bagaa nagahan dhufte qalii nama jabadhuu heduu nuf galatomi namni badii namicha dhisani sifan cimina issi lalani itti ka'ani waa hundafu 2 bagaa mohani gamaneraa ijolen laffa dhufan kan issi calan heduu jiraa garuu biyyatin kena rakko qabdii rabbin motti haqaa nuuf haa dhabuu 15:55

    • @Makiya-hw8gc
      @Makiya-hw8gc Před 29 dny +1

      Wawwwoooo Abduu 300kwawooojabadhuu jabaa namaa

    • @haadhajaafar
      @haadhajaafar Před 29 dny

      @@Makiya-hw8gc ♥️♥️♥️galatomi bareduu koo❤️🥰👌

  • @user-vn1ul6ej7q
    @user-vn1ul6ej7q Před 27 dny

    Oromoo kirstan 🇪🇹🙏🎂😍💪♥️🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ammmaa2633
    @ammmaa2633 Před 29 dny

    Congratulations to Hassan Sifan for winning the Paris Marathon!
    Hassan Sifan of the Netherlands has emerged victorious on August 11, 2024 Paris Marathon, crossing the finish line with an impressive time of 2:22:55. This marks a significant achievement for Sifan, as it is her first major marathon victory.
    Sifan's triumph was hard-fought, as she faced tough competition from a field of elite runners. She maintained a steady pace throughout the race, gradually pulling ahead of hir rivals in the latter stages. Her determination and resilience shone through as she surged towards the finish line, securing a well-deserved victory.
    Hassan's victory is a testament to her talent, dedication, and unwavering spirit. It is a proud moment for her country and an inspiration to all aspiring runners. We extend our heartfelt congratulations to Hassan Sifan on this remarkable achievement.❤❤❤❤

  • @madinahhirphoo5547
    @madinahhirphoo5547 Před 28 dny

    Sifan Nidhibamte male hin dhibnnee❤😢🎉🎉🎉

  • @queenzuzu710
    @queenzuzu710 Před 29 dny +1

    Sifaan raakkoo takka hin qabduu ummata balagee hinaafaa qofaa mirgaa isheetti nezerland fiiguu ishee kalleessaa miti kana jalqabdee

  • @user-wc7mv8ep5t
    @user-wc7mv8ep5t Před 28 dny

    Siifan is king 👑👑👑👑👑👑👑

  • @hundemarro4480
    @hundemarro4480 Před 29 dny

    Siifoo koo baga nuuf mootee Itiyoophiyaatu gantuudha malee Siifoon goota nuuf jiraadhu Siifoo koo

  • @jamalahmed6124
    @jamalahmed6124 Před 29 dny +4

    ሲፈን ቄሪት ናት ለዛ ነው መንገድ የዘጋቸው ጀግና 😂 ጀግና

  • @AmiinaAbdallah
    @AmiinaAbdallah Před 29 dny

    Mashaallah bagaa gammade sifoo tenyaa qaali ❤

  • @medinabamud2789
    @medinabamud2789 Před 28 dny

    Bagaa ufiraa dhibdee injifatee sifaan ❤❤❤ sunii jinni malif karaa itti cuftii tigistii😏😏

  • @HaniiAhmad-fu8ke
    @HaniiAhmad-fu8ke Před 29 dny

    Atiis gaalaatoomii sanyii ko Abaa dhuugaa❤❤❤

  • @KaftamuKatama
    @KaftamuKatama Před 29 dny

    Osoon siifaan ta.ee milaa jalaa ka.ee kufiisaa daamii bara darbe siifaan nii jaalallaan❤❤❤❤❤❤❤

  • @AbdelaTamena
    @AbdelaTamena Před 26 dny

    No sifaan gantuu mitti sifaan dhugaa qabdii sifuu koo jabadhui

  • @MustefaNura
    @MustefaNura Před 28 dny

    Sifaanin bayyee dinqsifadha jabduu oromoo

  • @CaalaaOro
    @CaalaaOro Před 29 dny

    Bagaa itti cabbasitee sifaan ❤❤❤

  • @bisra7025
    @bisra7025 Před 29 dny +1

    Congratulation Sifuu koo❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @JalataTube-q6l
    @JalataTube-q6l Před 28 dny

    Dhugaa keeti Abduu kiyya kanaaf das nagoota bar ati.
    Siifuu congra

  • @ibadurahman5546
    @ibadurahman5546 Před 29 dny

    Biyyii ufiitifi haati ufii badduu hin qabduu kanaaf biyyaa ormaa yaamsisuuf atileeti Ethiopia dhiibuun isii sirri mitii waan feetes tatuu biyyaa ufiitin kabajaa argaatuu

  • @SomoIya-s4h
    @SomoIya-s4h Před 28 dny

    Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹🌹

  • @omarfami88
    @omarfami88 Před 29 dny +2

    Baga gamadde siifan hasan

  • @user-gy4hi1zl6y
    @user-gy4hi1zl6y Před 29 dny

    Siifan baga Oromoo tate (oromiyaa)❤

  • @meymunahabib6113
    @meymunahabib6113 Před 29 dny

    mashAllah siifuu sitii hatooluu Congratulations ❤❤❤❤❤

  • @fatimah09alkmm22
    @fatimah09alkmm22 Před 29 dny +2

    Sifuu ♥️ 💚 ♥️

  • @saidgishe636
    @saidgishe636 Před 29 dny

    Excellent Abdu kiyya! It’s vivid explanation! Tell the truth faarse bulaa!! The so called Dr , Dr Ashebir should resign from his position!! His leadership failed new generation!! Immediate removal this man from his position will be the only way to improve the result of 2024

  • @meymunahabib6113
    @meymunahabib6113 Před 29 dny

    Kaharkaa qabaan dhiisii kazabaa kajeeluun nuff adaa siifuun citizens biiyaa jiiruutii osoo kawaagnuu Waguu kaahoruu horaa

  • @user-bk9jl2jv8d
    @user-bk9jl2jv8d Před 29 dny

    Ethiopia Ethiopia Ethiopia biyya bulchiinsa hatuu maaliif irraa fudhama

  • @QalbesaSaafi
    @QalbesaSaafi Před 29 dny

    Dhugaa keeti Abdu
    Anis yaada kee niin deeggara❤

  • @QalbesaSaafi
    @QalbesaSaafi Před 29 dny

    Siifuu baga argatte congratulations
    ❤❤❤❤❤

  • @mahadiimohammedofficial
    @mahadiimohammedofficial Před 29 dny +1

    ❤❤❤❤ siifan Baga Gammadde❤❤

  • @zaynaba4355
    @zaynaba4355 Před 29 dny

    Wwwwww sifnii bagaa ijfatee isnii gotaa Dhugaa hinftuu garanii haa gubatuu❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉💘💘💘🌳💪💪💪

  • @Abdii-lovii
    @Abdii-lovii Před 29 dny

    Sifaanin Haqa qabdi ❤❤🎉

  • @BekanAlemayehu-bj8zq
    @BekanAlemayehu-bj8zq Před 29 dny

    Siifan utuu kuffisteetti ta'eeyyuu baay'ee gaariidha hin gooneyyuu malee.

  • @user-yg7di1nc4u
    @user-yg7di1nc4u Před 29 dny +1

    Bagaa gamadde ❤siifan❤❤❤

  • @meeyaad12
    @meeyaad12 Před 29 dny +1

    Yaadni kee gaariidha. Siifan line ofii irra turte. Tigist sarara Siifan seenuuf siifanitti utaalte. Siifan ceekuun ofirraa achi deebistee fiigicha itti fufte. Balleessaa tan qabdu intala taani❤

  • @Biqilaahuseen-of3nd
    @Biqilaahuseen-of3nd Před 29 dny

    Waw sifaan ko bagaa rabiin si milkese❤❤❤❤

  • @FiraaolBaayisaa
    @FiraaolBaayisaa Před 29 dny

    Baga argatte❤❤sifaan

  • @Asuu22
    @Asuu22 Před 29 dny

    Dhugaa ketii bro sifuu koo congratulations 🎉🎉🎉❤❤❤

  • @bilisummanimoona7761
    @bilisummanimoona7761 Před 29 dny

    Siifan kara iti beka chufnan ofirra darbatte. Ballesan kan Siifan miti.

  • @yilmayadessadaba3178
    @yilmayadessadaba3178 Před 29 dny

    Yaada madaalawa dha. Jabaadhu.

  • @tasfayyazo3797
    @tasfayyazo3797 Před 27 dny

    Abdu yada ketiif guddaa galatomii
    nama jechuun kan akkaa dhunfaatiiti ilaluu oso hin tane kan akkaa namummaati ilaluu male kanuuma jalataan farsuun ykn kan jibaan qequun bu'a hin qabu

  • @AhmadAbrahim-rf6ov
    @AhmadAbrahim-rf6ov Před 29 dny

    Waluma galaatii sifaan hassan jabdu tenyaa bagaa gamadee

  • @fatmahamad3409
    @fatmahamad3409 Před 29 dny

    Dhugadhaa jetee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AlemitukonjoGoftanu
    @AlemitukonjoGoftanu Před 29 dny +2

    Bagaa dhugaa dubbatee tigsitutu akka hin dabaree dhorke malee homaa tokko hin gone

  • @bilisumatahiro9895
    @bilisumatahiro9895 Před 29 dny +1

    Galatomi oboleesa koo qali go Sudan go❤🎉👍

  • @Biqilaahuseen-of3nd
    @Biqilaahuseen-of3nd Před 29 dny

    Ethiopian🇪🇹 biyyaa tenyaa miti nutis isi hin benuu kan benuu oromiyaa dhaa abdii hin dogoriin dogogrtee nama hin dogogrsin

  • @user-yg2us4xs9c
    @user-yg2us4xs9c Před 29 dny +2

    Siifuu❤❤❤❤❤❤, motii oromya 💯💪💪💪💪💪💪

  • @samarhsan4562
    @samarhsan4562 Před 29 dny +1

    Congratulations Sifuu ko❤❤❤❤❤

  • @AnesaDaba-xp2pn
    @AnesaDaba-xp2pn Před 29 dny +1

    Dhugaa rabbii tigistii karaa itti cuftee baga of irraa ishii darbitee sifoo koo dhiraa too naf xaanyaa safuu hin bektuu😂😂😂

  • @نعيمة-ر9ت
    @نعيمة-ر9ت Před 28 dny

    Wow siifuu baga gammadde

  • @mekdesuae4765
    @mekdesuae4765 Před 29 dny

    Abdii barsisaa kenyaa ❤

  • @AnawarAbdulqadir
    @AnawarAbdulqadir Před 29 dny

    Sifan hassan king ❤❤❤❤❤

  • @Johara-oz8hh
    @Johara-oz8hh Před 29 dny

    Siifan Hassan 💪💪💪💪💪💪🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅😘😘😘😘😘🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘

  • @diboram-ss1we
    @diboram-ss1we Před 29 dny

    Sifoo koo bagaa gammaade ❤❤❤❤

  • @ibrishtube3616
    @ibrishtube3616 Před 29 dny +1

    Congratulations siifan hassen

  • @user-or8gs8dn9z
    @user-or8gs8dn9z Před 29 dny

    Congratulations Siifan great achievement

  • @user-tm3cl7jy7w
    @user-tm3cl7jy7w Před 29 dny +1

    Congratulations 300k jabaa namaa ❤❤❤

  • @kamaalUsmaan1075
    @kamaalUsmaan1075 Před 29 dny

    Sirridha jechi Kee, Yeero duraatif namni dhibame Siifaan Hassan, Isiinis ufiraa darbiteet bira kutte. Kani isfa gala.

  • @ayuuwaalagaa
    @ayuuwaalagaa Před 29 dny

    Dhugaa kee jeetee saanyii Gootaa nufi jiraadhuu ❤❤❤❤❤

  • @shamseyasuleim
    @shamseyasuleim Před 29 dny

    ❤❤❤❤siifu qaalii oromtiti koo baga gamade🎉🎉🎉

  • @HayatAhmed-bk6pw
    @HayatAhmed-bk6pw Před 29 dny +1

    Congratulations sifuu

  • @MagarsaaMagarsaa-mp1yj
    @MagarsaaMagarsaa-mp1yj Před 29 dny +1

    Baga gammadan isin lachuu jena ga sifaan baka batun dhabdee ifira darbitee❤❤

  • @YasribAbabiyaa
    @YasribAbabiyaa Před 29 dny +1

    Siifaan bagaa gamadee ❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-qf2ps3mf3h
    @user-qf2ps3mf3h Před 29 dny

    Dhuga jete Abduu qali nama ❤

  • @MagarsaaMagarsaa-mp1yj

    Abdu jabadhuu hedun si jalalaadha obbolleesa ko yanii ke naf tahe❤❤❤

  • @MaHi-qy3xd
    @MaHi-qy3xd Před 29 dny +1

    The other lady deliberately blocked and narrowed Sifaan’s path. There was no other way Sifan would have done in the last crucial moments of the battle. Rather Sifan should submit objection to the way the other lady conducted herself.

  • @user-mi9di1yk9o
    @user-mi9di1yk9o Před 29 dny +2

    Siifuu kiig

  • @Firo_Tube-official
    @Firo_Tube-official Před 19 dny

    Sifan hassan 👑 😊

  • @user-rt2lv7wi3o
    @user-rt2lv7wi3o Před 29 dny +2

    Galatoomi si.egaan jira

  • @Oroomoo11
    @Oroomoo11 Před 29 dny

    Bagaa gamadee sufuufiu tigistii ijolee oroomootii lachuu

  • @RameeTube-qf4ym
    @RameeTube-qf4ym Před 29 dny +1

    Congratulations sifan ❤❤💚❤❤

  • @user-cy1bj3vd9u
    @user-cy1bj3vd9u Před 29 dny

    subahanaallaa yero hedduu si lalaa Abdu ati nama kolfisisiftaa waalhii jechotaa ajibaa hasoftaa😂😂❤❤❤masha Allaa Tabraakkaallaa jabadhuu

  • @ToofiqAbdii-lz8gt
    @ToofiqAbdii-lz8gt Před 28 dny

    Rakkoo siifan dubbachuu dura ethiopian dimokraasi ni qabdii dura miyyoon maaliif kiyyaa baate ni beekani

  • @MahmudomarOmar
    @MahmudomarOmar Před 29 dny

    Finna oromotif maaf darba jetta gowwa baga injiifatte siifan