Ayyoo Foolii Gorbaa kutaa 3ffaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 22. 08. 2024

Komentáře • 32

  • @adnandirani6481
    @adnandirani6481 Před 6 lety +1

    imamakoo bagaa jiraataanii
    umuurii dheeraa siniif yaa
    latuu adhaa kiyaa💚❤💚❤
    dhugumaa jeetaan
    amas dabarsee kaan waalkeenuu oromo mittii??
    bagaa oromon dhokee dhaa jeetaan 👏👏👏👏👏👏👏
    dhoke mo dhekee dhuguma👍

  • @zumiyeloveiluu2870
    @zumiyeloveiluu2870 Před 8 lety +1

    hayyoo keenya isin Umrii nuuf dheeraadhaa. dhugaa keessanii.nuit Oromoon wal fayyaduun baayyee nutti ulfaataa ofii keenyaaf diina walitti taanee diina fiea godhachuu nuuf salphaadhaa kun immoo maaliif akka ta'e naaf hin galle.
    kan waa hubachuu danda'u kanumarraa waanta baayyee hubataa. inni kaan garuu jecha tokko isin dubbattaniif gubataa. utuu akkas isa diinni kallatti afuriin nu miidhaa jiru waliif gubannee ykn miidhaan lammii keenyaa nutti dhagahamee silaa......... isinumaafan dhiisa.
    hayyoo too naaf jiraadhu beektuu namaa♥♥♥♥♥

  • @Oromo2011
    @Oromo2011 Před 11 lety +2

    Thanks for posting this vedio.

  • @boontukabbedaa3134
    @boontukabbedaa3134 Před 4 lety

    Dhugaa waqaa bayee gar nam nyataa
    Bagaan dhaladhee seenaa matii koo dhagahee gumaan isaan hin baduu

  • @sedrasedra8000
    @sedrasedra8000 Před 4 lety

    Woyii imaa dabarti gafaa toko imaa ifati bana yaa harmee koo baga jirte Atumtuu

  • @sinbookoo3378
    @sinbookoo3378 Před 3 lety

    Uuuuuuuu ffffff dhugadhaa jagamaa keloo tii basasee gantuu duruma dhalati

  • @helinaanreasson1194
    @helinaanreasson1194 Před 6 lety +2

    She reminds me my grandmother i miss her !!! 😓😓😓😓

  • @sadyatorara8224
    @sadyatorara8224 Před 5 lety

    Nuuf Jiraadhuu Waan Ofii koo 😚😚💖💖💖😍

  • @nadhiioromtittiioromtittii6983

    warreen har'as lammii isaanii gurgurachaa jiraniif dhaamsa guddaa qaba.....jaagamaa keelloo qofaa miti firoottan isaa fi sanyii isaatu seenaan himatamaa jiraatu...barumsa isiniif haa ta'u sanyii keessan hin nyaatiinaa....

  • @sadyatorara8224
    @sadyatorara8224 Před 5 lety

    Rabbiin kan jannataa Sii haagoodhuu

  • @KELOEBAN
    @KELOEBAN Před 8 lety +2

    Harmee koo nuuf jiraadhuu bara baraani jenataa kessa!!!!!

  • @boontuuyohaanniswaqqayyoos9277

    umuurii keessani hadherettuu maaamaa

  • @sarlat7088
    @sarlat7088 Před 6 lety

    Bagaa jirtee umurii dheradhuu amsaa jirnyii gardhaa du.atuu garii mitii

  • @user-zj4di3ou9r
    @user-zj4di3ou9r Před 9 lety +2

    Umurii keesaan ha dheresuu adee folii

    • @genat1797
      @genat1797 Před 6 lety

      seennaa firaol ganatkamal

  • @badhassaee
    @badhassaee Před 11 lety +1

    very strong statement and very sad..

  • @mabratmengistu8518
    @mabratmengistu8518 Před 6 lety

    Dhugaa jete jartiin tun orommon dhoqeedha ammas orommon ofumaf qabde wal keeniiti yoo ofii dhabde fedarala iti wamtete qerro kenyaa ficisiti dhugaa dubatee jartiin tunii warrii amara waliratii dutii male qabe wali kenanu

  • @arabaaman1420
    @arabaaman1420 Před 9 lety

    ati dhaama'aa namaati jechuun ni danda'ama garuu immoo ati afaan oromo dubbata malee oromo miti jedhee generalize godhuu nin danda'a jazbaa gantuu
    maalif of arrabsiste nus arrabsista

  • @badhassaee
    @badhassaee Před 11 lety

    Oromian must make public inquiry about this case..

  • @yannetadane1797
    @yannetadane1797 Před 6 lety +2

    jaartiin kun seenaa baayee bektii osoo gafatan kitabaa shan ni maxansuu bakka isheen jirtuu natii himaa dhaqeen gafadhaa?

  • @zinashzinash4843
    @zinashzinash4843 Před 6 lety

    Folii,,,koonabseekee,,ahmaarruu,,,,waaqaayyoo,,,seennaa,qabatikoo,,,jituu,saootuu,,,bhcuukoo

  • @sarlat7088
    @sarlat7088 Před 6 lety

    Maloo sillkii esanii nu kenaa uuufffff hadhaa koo

  • @tiyaali2756
    @tiyaali2756 Před 5 lety

    OromoTokkoRabbiinHagodhu

  • @gadisaabdulwahab8041
    @gadisaabdulwahab8041 Před 8 lety

    hayyee arrabsitulle seenaa xiqqo nu yadachiste

  • @moatashanne7862
    @moatashanne7862 Před 11 lety

    Gen.Jagema shame on you!!Sanyiinsaa maal jedhu?

  • @MynumberoCollections
    @MynumberoCollections Před 10 lety

    maali maaf video kana asirra galchite xinnoo ishe hin saalfatu mo???? Ayyoon kuni nama gudda garu kan isaan sitti himan hunda agarsiisun gaari miti. Akka ati "you tube post" gootu waan bekan natti hinfakkanne. Kabaju qabda. It is not really fair to post this video be respectful!!!

  • @misramisra8139
    @misramisra8139 Před 8 lety

    kunis Dhufeeraa

  • @Soosee-qp2cs
    @Soosee-qp2cs Před 6 lety

    Soosee