Video není dostupné.
Omlouváme se.

Salaam Alamaayyoo: Milkii Too ** Oromo Music 2018 New

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 15. 08. 2018
  • Oromo Music :Salaam Alamaayyoo - Milkii Too (Official Video)
    RE-UPLOADING THIS VIDEO IS PROHIBITED!
    Sirba kana bakka biraatti fe'uun dhoorkaadha!

Komentáře • 2,2K

  • @firriiamboosimbo913
    @firriiamboosimbo913 Před 5 lety +63

    Uuuuufffffff maaloo waarrii hadhaa keessan jalataa likee naaf godhaa😦😦😦😦😍😍😘😚

  • @omarasir5373
    @omarasir5373 Před 4 lety +7

    Wow harmee too yoomiyyu hin dagaadhu olmaa kee naaf jiraadhu umurii harragessa fayya gaddamessa siif yaa kennu 😍😍

  • @ibsaoromia4152
    @ibsaoromia4152 Před 3 lety +15

    Ayyiii garaa na nyaate dhugaa seenaa heduu keenya ibsa sirbiin kun imimmaan koo tohachuun dadhabee yeroo dhagefadhuu😭💔😭

  • @sumayaaaabbuu7493
    @sumayaaaabbuu7493 Před 5 lety +88

    Uuuuuuuuuuufff garaan na boorahe😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 wly yaa Rabbi haadhaaa koo umrii naa dheeresi ilmoo koolle nagahaan itti na galchiii

  • @user-ey2oj2gc6q
    @user-ey2oj2gc6q Před 6 lety +83

    ማን እንደ እናት እናት የሌላዉ ሰዉ የምድር ደስታ ግማሽ ነዉ😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

    • @sunnykhan8444
      @sunnykhan8444 Před 5 lety +3

      👍👍👍👍👍💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙

    • @busrahkhan8923
      @busrahkhan8923 Před 5 lety +2

      Wnet new hulammm ykefal

    • @eliedib1063
      @eliedib1063 Před 5 lety

      Siifaangiirmaa👄👄👄👄👄👄👄👄👄👄👍👍👍👍👍👍👍👍💏💏💏💏👥💏💏💏💏💏💏💏💔💔💔💔👍👍👍

    • @user-vs6fw9rt2i
      @user-vs6fw9rt2i Před 4 lety

      😭😭😭😭😭😭

    • @nelliesagayap40
      @nelliesagayap40 Před 4 lety

      Hii

  • @Ibrahim_traveling-
    @Ibrahim_traveling- Před 5 lety +10

    اثوبيا و اريتريا شعب طيب و مسالم لكم مني خالص التحاية و التقدير والاحترام اخوكم من السودان
    ربما اول من يعلق بالعربية بما اني لن افهم التقري او الامهري

  • @user-iw6go5yo9q
    @user-iw6go5yo9q Před 2 měsíci +1

    Dhugaa hadhaa malee kaani namaa yadu hin jiruu❤❤❤❤

  • @jiituukooojiituukooo5624
    @jiituukooojiituukooo5624 Před 3 lety +5

    Dhugaa jetee sabontukoo jabadhuu homaa mitii hin darba hunduumuuu👏👏👏👏👏👏💛💛💛💛💛💛💛💛💛👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏dhugaa ni darbitii rakoonii

  • @bestlove7032
    @bestlove7032 Před 5 lety +11

    Hayiiiìi si yaadee harmee to
    😢😢😢😢😭😢😢😢😢😢
    Guddadhuuf harmee ketiif😗😗😘

  • @user-wu1ln4dl6y
    @user-wu1ln4dl6y Před 5 lety +13

    ቋንቋ በልችልም በጣም ውስጤን የሚነካ ነው በርች

  • @njfkadet8070
    @njfkadet8070 Před 5 lety +2

    kaan luubbuu naaf laatu harmee koo sii malee enuu !bakka jirtuti umrii kee naaf haa dheeratu@ sirbaa baayee bareedadha jabadhu 💖

  • @Msskorean
    @Msskorean Před 6 měsíci +4

    Mom I love you more than myself
    Respect 🇪🇹 as a 🇸🇴 We should respect each other because we brothers and neighbours

  • @oromoofirst789
    @oromoofirst789 Před 5 lety +37

    እናቴ ኑሪልኝ
    እናት ለሆኑ ረጅም እድሜ እኛም እናት ለመሆን ፈጣሪ ያድለን
    እናት እናት እናት እናት እናት
    Harrmee koo naf jiradhu

  • @muluadugna9159
    @muluadugna9159 Před 6 lety +23

    ፍፍፍፍፍ የኔም ህፃና ሆዳን አስባሰችኝ በተረፈ አሪፍ ነው በርቺ

  • @hayukwt4218
    @hayukwt4218 Před 4 lety +10

    ሁለቱም ዋው ግን እናትየው የጠይም ቆጆናት ሙልት ያለች 👍👍👍😘

  • @makiyamuhammad1855
    @makiyamuhammad1855 Před 3 lety +4

    Harmee ufii😭😭😭
    Ilmaan Adhaa malee hin toltuu🥰

  • @sesaiithu3379
    @sesaiithu3379 Před 6 lety +84

    አፍ ቋንቋ ባልችልም ገብቷኛል በርች የኛ ታሬክ ነው

    • @ebromameshewa1717
      @ebromameshewa1717 Před 6 lety

      Sesai Ithu 😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃

    • @sisosososo9225
      @sisosososo9225 Před 6 lety +1

      Sesai Ithu photo of 😢😢

    • @rak1rak572
      @rak1rak572 Před 6 lety

      guudda naf galatomi garu nama bolchisa bayyee❤❤❤❤🌷🌷🌷🌷

    • @user-wz4dl9mo6q
      @user-wz4dl9mo6q Před 6 lety

      kkkkkkkkkkkkkkk

    • @user-su5hg4vt1b
      @user-su5hg4vt1b Před 5 lety

      ምድነው እስኪ አስረጅኝ ማለቴ ምን ለማለት ነው????

  • @dghhkfdg9208
    @dghhkfdg9208 Před 6 lety +63

    ቋንቋው ባልችልም ገብቶኛል አንጀቴን በላኝ

  • @user-md9ph6wh6q
    @user-md9ph6wh6q Před 4 lety +4

    Uuuuuufffff lubbuu too guddadhu.💘💘💘💘💘💘💘💋💋💋🌹🌹🌹🌹
    Kan akka haadhaa eessaayyuu hin jiru.💗
    Yaa Rabbii Umrii UMMAA teennaa nuu dheeressi😭😭😭🤲🤲🤲🤲
    Warreen nurraa darbanis jannataan nuu qananiisi😭
    Ummii too si yaade. Ija ngyn wol nu haa garsiisu Rabbiin🤲
    Dhugaa keeti💯✔ inuma darbaa abshiir ruuhii tiyyaa😢❤❤❤❤

  • @user-gf7th4bd6n
    @user-gf7th4bd6n Před 2 lety +9

    የኔ ጣፋጭ ምርጥ ሙዝቃ ነዉ

  • @medanitbonesa8002
    @medanitbonesa8002 Před 5 lety +6

    Harme jireny simale hin tolu ❤❤❤
    Hadha koo omiri dhera nafi jirdhu😍😍😍😍😘😘😘❤❤❤❤

  • @obseeabbaashee3974
    @obseeabbaashee3974 Před 6 lety +33

    Haadha koo siin jaaladha Giifti kooo Harmeee💔😣

    • @birbir6115
      @birbir6115 Před 4 lety +1

      Uuuuuuuuuuuuuwiii anis armee koo yadadhe uuuuufffff yomile kanan hin argine

    • @sophieatayan3129
      @sophieatayan3129 Před 4 lety +2

      Wayo gara nama balesa sirba bareda me ya shamarani biya arabati shitibeti dhiqtani biri dhira latani me hadha kesani ladha arasi borusi beka tube guya hunda yoni lale dhira na jibisisa

    • @saadamohammed6825
      @saadamohammed6825 Před 3 lety

      Aswrwb

    • @samiasraj1844
      @samiasraj1844 Před 3 lety

      😭😭😭😭😭😭😭

    • @kdrfts1411
      @kdrfts1411 Před 3 lety

      Erfum

  • @milkeebilal4153
    @milkeebilal4153 Před 4 lety +3

    Ya Rabii umaa ko biraa naf jiradhuu atii umurii isii umurii Argesaa naf godhii

  • @fooziyaaoromoo3460
    @fooziyaaoromoo3460 Před 5 lety +12

    Walleen tee Tuni Bara Baraan Haarawa Salaam Maalif Jannaan Haadha Hundaaf Gorsa Laata Akka Ilmoo Ofii ITT Cichanii Godifatan Godha ❤

  • @genidipil6891
    @genidipil6891 Před 5 lety +17

    ኡፍፍፍፍ ልጄ ናፈቀችኝ እውነት ሆድ አስባሰኝ ውይ ስደት አምላኬ በሰላም ላይነ ስጋ ያብቃን እሱ ያውቃል 😰😰😰😭😭😭

    • @lornabolado3170
      @lornabolado3170 Před 5 lety

      .ji🤣😂😂💗💗💗💗

    • @hiwotmola8326
      @hiwotmola8326 Před 3 lety

      Tt112222 wet up 0 po uno iui uno OP 0 DC mo iui otte on iiiiopoii hinoki 8 u mikki you 7777 ink ii8989⁸⁸9

  • @user-vs3bv8io6r
    @user-vs3bv8io6r Před 5 lety +35

    ውይ ልጅቱ ስትዘፈን አንጀቴን በላችው ግን ይቅርታ ትርጉሙን ባላውቀውም ልጅቱ በጣም አጀቴን በላቼኝ

  • @cathlopez8908
    @cathlopez8908 Před rokem +3

    Uuuuuufffffeeee Ya Hadha Ofii 💔😭😭😭😭 ilmo Abaluu jejuu Fii mali Godha Maqani kee yo jetuu kanaa Ani Fuduraa Kotuu Natii Dhagamaa 💔💔😭😭

  • @aminaendris7748
    @aminaendris7748 Před 5 lety +30

    አይ እናት ለልጆቻ ስትል የማትሆነው የለም አዎ ይሄ ችግር ያልፋል የማያልፍ የለም!!!!

  • @medinadeko8085
    @medinadeko8085 Před 6 lety +10

    Wow, Amezing music, hujii gariidha akkanum itti nuu fufii 😍😍

  • @jitumamo-jy9cr
    @jitumamo-jy9cr Před 6 měsíci +2

    jireenyaa hadha maale hin baareduu waaqqayyoo dhalaa keenyaa irraa nu yaa jiraachisuu hadha teenyaas nuf yaa jirachisuu umurii dheeraa❤❤❤❤

  • @user-mw7tn8xj1l
    @user-mw7tn8xj1l Před 5 lety +3

    Sirba kana.dhagefadhe.jirenya.ani.dabarse.nati.dhagahme..jabadhu.salamiyee

  • @zahrasaied377
    @zahrasaied377 Před 5 lety +33

    ኢትዬጲያውያዊያን ነኝ የትውልዲ ቦታየ አማራ ትርጉም ባገባኝም አጀቴን በላሺው አይይይይይ

  • @shawalove9293
    @shawalove9293 Před 6 lety +28

    Uffff lubbuuu tiyyaa gara naa raste hin dabartii rakkon yaa biyyaa ormaan anis muca koon yaddee akamiti akka jirtu hin beku sin yadee 😭😭😭😭😭

  • @sabbontuuoromoo5443
    @sabbontuuoromoo5443 Před 3 lety +2

    Uuuuuuuffffffiiiii Ebadaa hadhaa ofiii waan hadhaa ta,aa hundaa rabbin umrii haa dheresuu wayiiiii Senaa hadhaa too fakkataa Yaa rabbi

  • @alamefa9505
    @alamefa9505 Před 4 lety +2

    Uuuuuuffffiiiiii yaa hadhaa Koo yaa ishii naa desee jaladhee mitii karatuu siraa faggesee 1l

  • @hadijahdambi5485
    @hadijahdambi5485 Před 4 lety +50

    The struggle is real but our mothers never give up on us whatever the case,,,, may God bless all mothers around the world for their care and support for kids, thanks for the song it carries heave messages, lesson learned

  • @samsnyenenew3113
    @samsnyenenew3113 Před 6 lety +12

    ዋዉ ያምራል እናት ህይወት እኮ ናት
    እናቴ የሁልግዜም ናፍቆቴ

  • @obseejaalataa8154
    @obseejaalataa8154 Před 3 lety +2

    Sirba Akkaan Garaa Nama Nyaatu
    Haadha Jechuun Ifaa Jireenya Addunya Kanaa Jechuudhu dhugumatti bo'I bo'i Na godhe
    yeroon dhageeffadhu Nuuf jiraadhaa !!

  • @kareemaabdalwahab6480
    @kareemaabdalwahab6480 Před 4 lety +1

    Wly wanti akka Haadhaa namati hin jirjirame Oso wanti fedhe gales haadha ofii uuuuuuuuuuufii haarmee tooo wanti kee hin dhumuu guyaa tokootu yaa Rabbi bakumaa jirtuu bira nuf jiradhuu haarmee teenyaa yaadafu jiruu biyaa ormaa gargara nu fagese 😭😭😭😭

  • @hiruutkedir1537
    @hiruutkedir1537 Před 6 lety +11

    Heduu nama tolaa guddadhuu bakka yaadee gahii❤❤❤❤wanti hadhaa ofi yoomuu hasaayamee hin dhumùu

  • @kareemawaaho5205
    @kareemawaaho5205 Před 6 lety +6

    Ee wallah enyuuule kan harmee si gahu hin jiru yaa rabbi nagaya wal nu argisi hadha to 😭😭😭😭😭😭😭

  • @sabootuucaalaalomii9279
    @sabootuucaalaalomii9279 Před 3 lety +2

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 yaa hadhaa too inumaa kechaa banaa jiruu biyaa omaa uuuuuuuuufffffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭nufii jiradhuu sanyii too

  • @aminamohammad2964
    @aminamohammad2964 Před 4 lety +1

    Uuuuuufffff gaaran naa boraye harme koo sin jaladha umrii naa dheradhu yaa Raabbii nagahaan itti naa deebisi 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢😢😢

  • @user-ec4nr7bn8z
    @user-ec4nr7bn8z Před 5 lety +8

    በናታቹሁ ዳስ ይላል ዘፈን ነው ውይ ምደነው

  • @bersabehdawit1789
    @bersabehdawit1789 Před 5 lety +8

    Amantaan koo protestantidha garuu Dhaggeeffadhee quufuun dadhabe sirba kana😍😍😍💗💗💗

  • @mariyya6639
    @mariyya6639 Před 4 lety +2

    Bayye garaa na nyaata muuziqaan kun garuu yeero isa dhageffadhu marayyu harmee koo yaadadhe booya yeero maraa garuu namni haadha qabuu sirba kana irrattu laalanii haadha ofii jabeffachuu qabu haadha ofii jechuun ija ofii jechuudha'i. Love you harmee too💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟

  • @abbaabareento2397
    @abbaabareento2397 Před 5 lety +1

    Haadha koo otoo mi'aa kee bariin siraa fagadhee hundinuu sheenaa natii tahe siif dhufa haadha too
    Rabbiin haadha teessaan umrii nuf haa dherersuu ilmaan oromo hundii kessanuu

    • @lamiikoo5830
      @lamiikoo5830 Před 5 lety

      Dhugaa kesanii uuuuffffi esa jira kanii aka adhaa

  • @najatismail7553
    @najatismail7553 Před 6 lety +49

    Baayee namati tola rabbi umri harme kenya nuuf ha dheresu

    • @maashallaamaashallaa9292
      @maashallaamaashallaa9292 Před 5 lety +1

      Maallshaa mashallaa mashallaa uuuuuuuuuuuffffffffffffffff💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💌💌💌💌💌💌💌💌💌

    • @hakimamanya4993
      @hakimamanya4993 Před 3 lety

      czcams.com/video/IjQlo0Cu4ew/video.html

  • @riverpond4106
    @riverpond4106 Před 5 lety +37

    😟😟such a heart breaking song. Beautifully sang. bitter sweet. ❤😊

  • @user-mb7jn5bh5s
    @user-mb7jn5bh5s Před 3 měsíci +1

    0:18 Haadhaa jechuu ifaajirutii adunyaa kan iraa haadhaa qofaakan hin argamane bayee 0:45 nama boharsaa walhi ilmoo had hadhaa. malee hin toltuu ❤❤❤😭😭🙏🙏🙏🙏

  • @dammad8575
    @dammad8575 Před 5 lety +4

    Waantii akana yeroo ani tiqoo naa mudate hatii ormaa hadhaa nama hin tatuu harme too sii duraa biyeen naa nyatu gargarsa Abaa malee bakka jetu sanitilee garan koo bay'ee naa badee 😭😭😭😭😭😭 jabadhuu itii fufii horaa buulaa

  • @user-sm5qm4fq7r
    @user-sm5qm4fq7r Před 6 lety +10

    Uuuuffff sirbi kee ijoolee koo na yaadachise waaqayyoo iddo jiranit naafi haa eggu bayyise nama gammachisa jabadhu harme ofii dawuti jirutu annis harme koo biyya alga ta'e dhabe warra qabdanif lubbu siin haa dheresu

  • @alahaamdulillaahyaarabbiig5543

    Uuuufffff mee yoon tasgabaa.ee garaan naariifataa fuula itti guraanii najalaa boose lattaa😭😭😭😭😭

    • @rabiyaarabiyaa2226
      @rabiyaarabiyaa2226 Před 4 lety +1

      Uuuuuffffffffff yaa mee umii too urmii naf dheressa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭bay'ee gara nama boressa

  • @nestanesta2087
    @nestanesta2087 Před 5 lety +6

    Hadhaa malee yommiyu jirenyi hin tolu dhugaa😢😢😢😢😢😢 bayye gara nama hamessa jabbadhu itti fufi😘

  • @user-sj9kh7wp7c
    @user-sj9kh7wp7c Před 2 měsíci +1

    Life is dark without mother 😭😭😭😭😭😭😭😭 haati dagalee jiruuti 💪💪💪💪💪💪💪♥️♥️♥️♥️♥️ummmiitiyya naaf jiraadhu waggaa kuma 💋💋💋❤️❤️❤️💞💞💖

  • @kennaaraggaasaa9587
    @kennaaraggaasaa9587 Před 6 lety +23

    way damma too garaa nama balesa sirbii kee jabadhuu bakkaa yadee gayii💝💝💝💝💝💝💋💋💋💋💋

    • @alamiirm5058
      @alamiirm5058 Před 6 lety

      yenenesh Ragasaa Ragasaa 😍😍👍👍❤

    • @kennaaraggaasaa9587
      @kennaaraggaasaa9587 Před 6 lety

      @@alamiirm5058 dammaa too biyyaa ormaa jiraa yeroo wan gara nama balesuu yon dhagahuu imiman tuu naqaba naa jiradhuu sanyii tiyyaa 💝💝💝🌷🌷🌷🌷🌷

    • @alamiirm5058
      @alamiirm5058 Před 6 lety

      yenenesh Ragasaa Ragasaa Eyyeni Dhugaa ketii jetee sanyii ofii Homa mitii Guyyaa Tokko hin bariyaa..❤❤❤❤

    • @cheltoasefa9701
      @cheltoasefa9701 Před 6 lety

      uuuuuuffffff yaa hadhaaa ofii maltuu jiraa kan akkaa harmee ofii jabaadhuu

    • @yesufabdu7093
      @yesufabdu7093 Před 6 lety

      yenenesh Ragasaa Ragasaa
      Fyaa

  • @hayathayat6726
    @hayathayat6726 Před 4 lety +14

    seenaan sirba khanaatiifi seenaantiyyaafi tan joolleetiyya tookko waantaheef sirbikhuni naaf sirbame nattifakkata😭😭😭😭😭

  • @edasoramato7334
    @edasoramato7334 Před 2 lety +1

    Sirba baayy'ee akkaan garaa nama nyaatudha.seenaa dhugaa irratti kan hundaa'e fakkaata.jabaadhu.

  • @hawwiidarajee2303
    @hawwiidarajee2303 Před 4 lety +3

    Wayoo hadhaa ofii 😭😭😭😭😭😭😭 dhugaa baay'ee garaa nama rasaa uuuuuuuuuuuufffffffffffffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @user-hv2lm3gl1m
    @user-hv2lm3gl1m Před 6 lety +4

    huuufff heduu garah nama belesaa yarebi umre hadha tenya nuuf dheyresi😭😭😍😍😍😍😍

  • @masarath4258
    @masarath4258 Před 3 lety +4

    Wwwooww bayyeen namatii tola kan akka hadhaaa ofii esaaa jiraa 💞💞💞😭😭😭

  • @DubaiDubai-gy8kz
    @DubaiDubai-gy8kz Před 9 měsíci +2

    Rabini si haa gudisuu💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭💔👍

  • @hirpawaksuma5746
    @hirpawaksuma5746 Před 2 lety +12

    This song breaks my heart!! I love my mother

  • @amirak1474
    @amirak1474 Před 4 lety +45

    This is absolutely amazing song 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭there is no one like ur mom in this world mom long life 💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕

    • @KhadiijaSaahir
      @KhadiijaSaahir Před rokem +5

      Boiuo

    • @SisayReta-uv1mk
      @SisayReta-uv1mk Před rokem

      3:54 3:54

    • @shoghigjamourian4265
      @shoghigjamourian4265 Před rokem +1

    • @ayman_15
      @ayman_15 Před 11 měsíci

      😂😂😂😂😂😂😂😂😢😢😢😢😢😮❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂

    • @ayman_15
      @ayman_15 Před 11 měsíci

      😭😭😭😭😭😭😭👍👍♥️♥️♥️♥️🤣🤣🤣🌹🌹🌹♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @emu2419
    @emu2419 Před 6 lety +10

    ውይ የኔ ማሮች አስለቀሳችሁኝ የኔ ህወት መሰለኝ

  • @alioudiallo6113
    @alioudiallo6113 Před 3 lety +19

    😭😭😭🇮🇹🇮🇹🇸🇳🇸🇳👏👏👏🤲🤲 j'adore beaucoup les éthiopiennes 👏👏👏🇮🇹🇸🇳🤝🇪🇹👍

  • @natinati6844
    @natinati6844 Před 9 měsíci +2

    dhugaa dubbachuf baay'ee natti tolee jabadhaa

  • @iloveethiopiaghh4132
    @iloveethiopiaghh4132 Před 5 lety +17

    እፍፍፍፍቋቋው አልገባኝም ግን ውድን ባረባረ አለኝ መቸም ለልጅነው የዘፈነይው በረችልኝ እህት

  • @sukenashariif7364
    @sukenashariif7364 Před 6 lety +10

    Uuuuufff dhugaadha keeti galatomii qashiitii 👏👌😍💜 Bayyeeeee namatii gaadisiisa

  • @SaraSara-yy9jo
    @SaraSara-yy9jo Před 4 lety +6

    Jabadhuu Sabontuu oromoo ❤💚❤💯💯😭😭💪💪💪👍

  • @ethiopiahagara4130
    @ethiopiahagara4130 Před 4 lety +27

    ማን እንደናት እናት የሌለው ሠው የማይነጋ ጨለማ ውሥጥ መኖር ማለት ነው

  • @getiyelove7105
    @getiyelove7105 Před 6 lety +6

    አፍፍፍፍፍፍፍፍ አንጅቴን አንጣለጣልሹ የኔ እናት እውነትሽን ነው ሁሉም ያልፈል የማያልፍ የለም አንጅቴን በላሹ ምን እንዳምል አለውቅም በርች የኔ ቆንጆ

    • @kuwkuw1671
      @kuwkuw1671 Před 6 lety

      uuuuuuuuuuuffffffffffffffffffffffffff woyii hadhaa ofii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @bestlove7032
    @bestlove7032 Před 5 lety +10

    Nuuf jiraadhuu Umurii dheeradhuu sanyii ko
    Sabbontuu keenyaa
    😍😍😍😍😍😗😗😗😗😗

  • @Yasinbulaybt24_22
    @Yasinbulaybt24_22 Před měsícem +1

    Si guddisuun tiyyaa anaaf dirqama kootii siifoo mirga keeti!
    Milkii homtuu sirra naan na'u love milki watching 2024

  • @user-yf2qr2ke6z
    @user-yf2qr2ke6z Před 4 lety +1

    ቋንቋው ባይገባኝም ግን በጣም አስለቀሰኝ አይ እናት ትኑር ለዘላለም

  • @serawet9488
    @serawet9488 Před 6 lety +7

    ዋው እውነት በጣም ደስ ይላል በርቺ እኛ ሴቶች ሀላፊነታችን ብዙ ነው

  • @kennaaraggaasaa9587
    @kennaaraggaasaa9587 Před 6 lety +36

    way hadhaa ofii jirenyii hadhaa malee hin toluu yaa lamii koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

    • @rabintokochamallekaadunehi8601
      @rabintokochamallekaadunehi8601 Před 6 lety

      yenenesh Ragasaa Ragasaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💃

    • @asmasharjha6970
      @asmasharjha6970 Před 6 lety

      yenenesh Ragasaa Ragasaa U

    • @rak1rak572
      @rak1rak572 Před 6 lety

      yenenesh Ragasaa Oromtitii 😢😢😢😢😢😢😢muuca koo na yachifttan uuuufffii

    • @kennaaraggaasaa9587
      @kennaaraggaasaa9587 Před 6 lety

      @@rak1rak572 abshir sanyii tiyyaa homa mitii gafaa rabii jedhe wal argitaa rabii nagaan matii ketii siyaa galchuu lubbuu too homa hin yadinaa dammaa too 💝💝💝💝❤❤❤❤🌷🌷🌷🌷🌷🌷rabii jiraa bakkaa jiritutii fayyaa naa ta.ii

    • @samahdaou7150
      @samahdaou7150 Před 6 lety

      uuuff jabadhu umuri dheradhu hadhoko seena gaara nama nyata sirbike hadhakon yadhadhe

  • @lomiabdo5392
    @lomiabdo5392 Před 5 lety

    Uuuuuuuufff harmeto Nuuf jiradhuu bakka jirtutii yaa hadhaa offii

  • @kassukonjo6027
    @kassukonjo6027 Před 5 lety +13

    ቁንቁው ሳይገባኝ የገባኝ ያስለቀሰኝ ዘፈን የውነት ታሪክ ነው ስታምሩ ደጋግሜ አየሁት ወደድኩት

    • @emanumer4738
      @emanumer4738 Před rokem

      Bigabash dasyilang nebere 😢😢😢

  • @sarameskerem3693
    @sarameskerem3693 Před 6 lety +61

    እውነት ልብ ይነካል አስለቀሰኝ ልጄን ናፈኩ

  • @Online-wn6mp
    @Online-wn6mp Před 2 lety +4

    ዋዉዉዉዉ ምርጥ ሙዝቃ

  • @wubiyeseife9895
    @wubiyeseife9895 Před 4 lety +3

    😭😭💔💔💔uufff seenaa dhugaa dha sirrebb kun 💚

  • @workyworky3857
    @workyworky3857 Před 2 lety +1

    Harmee too yaadee dhugaa ❤😭😭😭😭💚❤🙏Akkana Nanii jeete Gara Nahaa Rasiinii 😭😭😭

  • @rakdig7579
    @rakdig7579 Před 5 lety +17

    እናቴ ህይወቴ ነት እማዬ በርችልኝ ኦሮሚያዬ የእናቴ ቋንቋ

  • @urgoentertainment7172
    @urgoentertainment7172 Před 4 lety +1

    😭😭😭😭 dhugaa jettee sanyii Namaa qashittii intalaa oromoo

  • @makeyaaliyyi3446
    @makeyaaliyyi3446 Před 4 lety +1

    Uuuuuuffffu wara hadha ofi irra fagate jirtu one qabsa sirba kuni hadha ko dhufa jira inshaalla guyya mursa boda rabbi ija nagaya wali nu ha gahu dubayi irra m a m

  • @birkneshmamo627
    @birkneshmamo627 Před 2 lety +6

    Amazing! I'm in tears as I listened to this. A mother is an unreplaceable human. Love both the strong mother and the cute girl.

  • @sjjssjjssj6180
    @sjjssjjssj6180 Před 3 lety +3

    ufiii anii takitii koo gatee biyaa abaa kesaa jirchuu kooo naa gadee bayseee🥺😭👏

  • @fatmadresa4099
    @fatmadresa4099 Před 4 lety +1

    Uuufff umurii hayoo kenyaa nuu ha dheratuu i love you so much mamaa😘😘😘

  • @ganeetdiriba8220
    @ganeetdiriba8220 Před 5 lety +2

    Uuuuuf wana laphe koo sirbite jabadhu 💗💖💖💖💕💖💖💖

  • @user-qc6zy4qp6r
    @user-qc6zy4qp6r Před 5 lety +3

    Baay'e namati tola nama bochisan nama gamachisan gatii haati namaaf kafaltu guddadha haadha too umrii naaf dheradhu hangan siarguti hamtun sin argin😢😢😢😢😢

  • @salmajohar5511
    @salmajohar5511 Před 4 lety +6

    I love my mum 💕💕

  • @yommiguyyanlataayaarabbi6351

    Woyii harmee ofii yaa Rabbi urmii nufii dheresii 😭

  • @sadyatorara8224
    @sadyatorara8224 Před 5 lety +1

    Wayyoo yaa rabbii Hadhakotii Nagadhaan Naa Galchiii 😭😭😭😭😭

  • @user-gn1jh7re8p
    @user-gn1jh7re8p Před 5 lety +5

    ትሩጉሙንም ባላቀውም ደስ ይላል በርቱ 😍

  • @sukenashariif7364
    @sukenashariif7364 Před 6 lety +13

    Uuuuufff bayyeeeee namatii gaadisiisa yaa rabii koo 😭☝️ uuuuufff 😭😭😭

  • @freefree9033
    @freefree9033 Před 3 lety

    Umaako sin jaladhaa bayee rabiin hadhaa abaa kenyaa umrii nuf haderesuu 😘😘😘❤❤❤❤❤❤

  • @user-pt1ox9rp8h
    @user-pt1ox9rp8h Před 11 měsíci +2

    Awesome 🎉🎉🎉🎉🎉🎉best song ... emotional too

  • @yaadanguitame7617
    @yaadanguitame7617 Před 6 lety +6

    Uuuuufffffff baay'ee garaa Nama booreessa guddadhu horii buli umuri dheeradhuu bareedu tiyya

  • @ahmedoromia2329
    @ahmedoromia2329 Před 6 lety +30

    AKKANA OROMOO KOO HIYYUUMMAA FI GABRUMMAAFIS HARKA HIIN KENNINU JABAANNEE KEESSA BAANA