OMN :Horn Odeessaalee (Waxabajjii 27,2023)

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 8. 09. 2024
  • ● Shiftooma maqaa WBOn dalagamu

Komentáře • 102

  • @IdrissAhmedsaid-mk1fg
    @IdrissAhmedsaid-mk1fg Před rokem +2

    Jabadha itifufa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Ijatu qabeenyaa wal'ansaa gzx Yihun Ingidaa humni dhageeffatu yaadaafi qalbiin qaaliidha Duniyaan Eegumsaa Geejjibni

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Waan Duniyaan sobaa yaaluu rakkatee akkuma bara mallaszenawii burhjaajjeessuu feedhiin dhunfaan ittisaa dhaloota fayyaan

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 Před rokem +4

    Harka fuune qaqqaalii waan sabaa Baga nagaan dhuftaan Dr Yihun Guyo Abrahaam 🎉🌹🎉🌹🎉🌹
    Translate to English

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Eessa fiddaree Dr Darajjee Dhugumaa Dhugumaa ijjis waraanaaf gurruma wal'ansaa qabeenyaa barnootaa Dubarttoonnii walumaan galatoomi

  • @IdrissAhmedsaid-mk1fg
    @IdrissAhmedsaid-mk1fg Před rokem +1

    Guyookoo gotabaraati

  • @DhugafinJiradha-fs9ji
    @DhugafinJiradha-fs9ji Před rokem +1

    Wanbadeen motumaan pp gurmeeyse maqaa wbo xureysuuf boba'aan wbo xureysuu hin danda'uu.!! Wbo lubbuu takkiti qabu saba isatif waregama kafalaa jiru umataa isarati gocha akkasi akka hin hojanee jala sarartani bekkun barbachisadha. #Wbon_Haa_Waruu❤💚❤💯
    #Oromiyaan_Biyya❤💚❤💯

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Guyyoo congratulation gzxYihun Ingidaa Ingidaa hawaasaa seera Canada injifannoo hawaasaa siyaasni Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad

  • @getachewjiru3263
    @getachewjiru3263 Před rokem +1

    Baga Nagaan Dhuftan
    Baga Ayyana Arafaa Geessan

  • @user-ki1ep7zt5v
    @user-ki1ep7zt5v Před rokem +1

    Yihun, Abirahaam, Guyyoo fi miseensonni garee OMN hundi keessanuu waan kana irraa dubbachuu keessaniif ammas jabaadhaa. Waan isin dhibu godina shawa lixaa kanneen akka, Gindabarat, Abuunaa Ginda bart keessati inumaayyuu marsaa 2 fi isaa ol qaama WBO ykn ABO jedhuun uummanni maalaqa ofiifuu lakkahee hin beekne gaafatameet lubbuu isaa oolchachuuf jecha hanga gargaarsa gaafatee lubbuu oolchachuutti gaheera. Qaama waan kan akkas godhu otoo qaama waan kana hoogganu itti dhiyyeenyaan gaafattanii waan kun uummata irraa dhaabbatee gammachuu daangaa hin qabnedha. Waan jedhamu baay'eedha garuu, ammaaf haa gahu odeeffannoo dabalataaf keessaan wal dubbisuun ni danda'aama.

  • @user-bo9ye9tg2r
    @user-bo9ye9tg2r Před rokem

    Dhugaa dubachufi Imani shawaa xitaa tii maagudduu daraa jiruu maqaa WBO tinii sagallee taa

  • @CalaamusbaaMusbaa-ym6vk
    @CalaamusbaaMusbaa-ym6vk Před 2 měsíci +1

    Akamii Jollee oromiyaa omn gubaa jitan

  • @user-bn8uy4zv4h
    @user-bn8uy4zv4h Před rokem +1

    Dhugadha qarishii kuma 100000 hang 1000000 gaftama jira uummannee oromo midha gudda gessissa jira

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Fayyaan yaaddoodhaa Janaaf Eegumsaa dursii Sabaafi sab Maarshal BiranuuNagga hinarginee waraanaa Biraadeemnee Biraanuu juulaa Biyyaaf Eegumsii ifaa garuu wal amantiin loontu dubbii Eegumsaa

  • @user-qs3fs6iu5x
    @user-qs3fs6iu5x Před rokem +1

    Maaloo ummanni mana ciisee dhumuu mannaa WBOti akka dabalamu gorsaa.

  • @IMEE-uo3bu
    @IMEE-uo3bu Před rokem

    Omn ijaafi guurakeenya jabadha isin bira jiraa

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 Před rokem +2

    Rabbi ummataa keenya fi Habrmttuu🤲❣️። hattuu fi waanbadaa pp dhaa OPDO sheeftaa dhaa ummata keenya seerriit Bakka 💔

  • @mokoninnuguse3406
    @mokoninnuguse3406 Před rokem +1

    Dhugadha

  • @kedirbeyanbekar4697
    @kedirbeyanbekar4697 Před rokem

    You are right

  • @AsdDsa-gl9ko
    @AsdDsa-gl9ko Před rokem +2

    Welcome omn 🎉

  • @gedadadi1622
    @gedadadi1622 Před rokem +1

    yoyyaa qaqaaliwwan ilmaan sabaa bagaa nagaan dhuftaan

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Omn ÷ Eidul adaha Eid Mubarak muslims aswrwb Bahaa/dhihaa Eegumsa fagoodha

  • @sabaffalmi1473
    @sabaffalmi1473 Před rokem

    yeroo ABBAA GUYYOO MISEENSA PP HUNDA BAAR KAN SAAMA JIRTU.

  • @hemzamama4626
    @hemzamama4626 Před rokem

    Rabbii isaan haa qabuu

  • @NoproblemIdontneedEmaila-ee6gs

    This message for Omn Journalist Leave alone WBO only frreom WBO is not Government yet WBO only fight against Bixigina toRemov Bixigina

  • @user-yc1iq3de7k
    @user-yc1iq3de7k Před rokem +1

    Ijoollee Ajaa'ibaa

  • @derartuusmail5708
    @derartuusmail5708 Před rokem

    Jabadhaa

  • @Leenjisooleeqaaleeqaayay-zy1gy

    Omn ummati baayyee sin jaalata gabaasa jiru sirriitti jala deemtanii gabaasuu akka qabdan kabajaan sin gaaffanna jaala abiraaham sirrii jirta akkanumatti itti fufi.siin jenna

  • @user-ki1ep7zt5v
    @user-ki1ep7zt5v Před rokem +1

    Waan isin dhibu kan miidhaa guddaa keessa jiru uummata harka qalleessadha. Namoonni jireenya fooyyee qaban bakkicha gadhiisanii deemaniiru kan miidhaa hamaa keessa jiran uummata harka qalleessadha.

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Ethioforrum gaafa xiiqii OMN ija arginee km meeqa fagaatee Eegumsaa Eegumsaa gurriis Eegumsaa gzzx Abraham Birruu kolfaan dhumnee filannoon yaadatti deebi'ee

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Seeraa Raadiyoo deepika says mandisni humni barnootaa irkoodha gzx Abdii Jamaal aswrwb Eidul adaha Eid Mubarak filannoo

  • @hailutessema3976
    @hailutessema3976 Před rokem +1

    Iyyesa yokiin qotee bulaa oromoo saamicha nama irrat ajeechaa raawachaa turan hanga yoonaati shawaa bahaati shawaa dhihaati hsngs milion tokkooti raawachaaa turan

  • @raasaafantaallee2315
    @raasaafantaallee2315 Před rokem +1

    Godina Arsii Bahaa Aanota akka Jajuu fi Martii keessaas waraanni Garee Maafiyaa kun madheeffatanii Bosona keessa jiru.Namoota nagahaa Diinagdee qabu jedhaman adamsuun Qarshii kuma 50,000 _500000 gaafachaa jiruu ,nuuf haa qulqullaa'u!

  • @channelomediaChO
    @channelomediaChO Před rokem +1

    Galatoomaa OMN.

  • @user-so2bu2tp5u
    @user-so2bu2tp5u Před rokem

    M❤

  • @kelilgebayo3265
    @kelilgebayo3265 Před rokem +1

    Rogeeyyii dhugaa

  • @GemedaJaleta-yr9br
    @GemedaJaleta-yr9br Před rokem

    yaadichii baliinaan irraatiiodeesuun gaariidha wanittii ajaajaa olana irraa gadii buu,u fi umata irratiii rawataa jiruu tookkoo miitii bayyee rakkoodha ulfaataadhas wbo gaachana malee yaddoo hinturee amaa garuu yaaddoo ta,ee mulacha jiraa kunii siraachuu baanaan biyyii garaa baduutii demaa

  • @jamilshhill4413
    @jamilshhill4413 Před rokem +1

    😍😍😍😍😍

  • @MadyaMethuniguse-tc9ky
    @MadyaMethuniguse-tc9ky Před rokem +1

    Maalloo oromya

  • @wakenamuleta340
    @wakenamuleta340 Před rokem +1

    OMN sagalee keenyaa!Ani waakkennaa Mullataa Barkeessaan jedhama.Godina wallagga lixaa aana kiltu kaarraa ganda baadiyyaa daandii guudii jedhamuttin maatii qote bulaa hiyyeessarraa dhaladhee guddadhe.Amma maagala finfinnee naannoo caffee araaraan fira bira jiraadha.Ta'us oduu aaraa tokkon gara sanaa dhaga'a maqaa waraana bilisummaa oromoo ykn waraana keenya kanaan uummata hoomaallee hin beekne fi hubannoo hin qabne dararaa hamaa irraan ga'aa jiru.naannoo kanatti harra maatiikoo keessaa miidhaa hamaa waan irraan ga'aniif gadda guddaan gadde.Gochi akkanaa kun akka hin baballanneef keessoo isaanii nuuf haa qulqulleessan nuuf gabaasaa cimsaatiin jedha.Oromummaan dhiiga!WBO n dhugaaf dhaabatu yoomiyyuu humnakooti.Waraana ani itti boonuudha.Anis WBO dha.

    • @wakenamuleta340
      @wakenamuleta340 Před rokem

      @@DSquareDSquare waraanni mootummaa kun WBO waliin hidhata qabda jedhee gaaf baayyee na rakkisaa ture.sana baqan deeme

    • @wakenamuleta340
      @wakenamuleta340 Před rokem +1

      @@DSquareDSquare WBO n hin godhu akkas isa saamame deebisuuf dhaabbate innoo dhiiro

    • @wakenamuleta340
      @wakenamuleta340 Před rokem

      @@DSquareDSquare yes.The real OLA fights for the freedom of oromo nation by all cost! But there may be some group by attaching this name.

  • @user-bn8uy4zv4h
    @user-bn8uy4zv4h Před rokem +1

    For the future like Somali and Libya style un stopped war happened if not ??

  • @tigistayano3767
    @tigistayano3767 Před rokem +1

    Warraani kun maal qabaa ummata keenyaa kan Horroo Guduruu Walgaa faanoo dhaan dararmu maalif baraaruu dhdabee nama naadebisu jiraa?

  • @abbaagoolee4496
    @abbaagoolee4496 Před rokem +1

    Mootummaan OPDO waggaa 2 caalee jira erga maallaqa dhabee . Kanaaf shitaa qopheessanii ittiin uummata keenya saamaa jiran hojjetoota isaatiif miindaa kafaluf .

  • @maldawugemeda6762
    @maldawugemeda6762 Před rokem +1

    ❤😊

  • @RTD-ni4ph
    @RTD-ni4ph Před rokem +1

    Bayyee Galattooma kan yero Kani irra dhugaa oromoo dubbacha jirtuu dubbacha wan jirtaniif
    1 kan Uummata irraa qawwee hikuun warra chiftaa jedhamaniti kan qawwe hidhe eenyuu?
    2 eddoo tokko duwwa uutuu hin ta'iin hojjetan Akka hojii hin dhaqine dhowu yaaddeduun hojii isaaniti:
    3 kan Ummata keenya irraa qawwee hikuun fixaleeyyiif kan dabarse kennee eenyuu?
    Yeroo Amma dhugaa dubbana yoo jenne Oromoon Amma firaa tokko ilee hin jirtuu dhiro!!! Galatooma!!!!!!

  • @masratfekado3597
    @masratfekado3597 Před rokem

    ❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️🤩🤩🤩🤩🤩

  • @user-bo9ye9tg2r
    @user-bo9ye9tg2r Před rokem

    Kumaa dhibbaa tokkoo fidaa jeedhii daraa jiruu kanii qabinee duwaa jiraa

  • @caalaajamaal7845
    @caalaajamaal7845 Před rokem +1

    ❤❤ 0:35

  • @Onj-bc3ol
    @Onj-bc3ol Před rokem +1

    🙏🙏🙏🙏😭😭😭😭😭😭💔💔

  • @Lemutube1
    @Lemutube1 Před rokem +1

    Ajandaan keessan har'aa baayyee gaariidha yeroo adda addaa osoo irra deddeebitanii irratti hojjetanii bareeda. ❤❤

  • @JustaThoughtUSA
    @JustaThoughtUSA Před rokem

    BUKOO JIRU HUNDAAF HIMAA !!! First time hearing from you guys what the so called ...BO / SHIFTAA IS DOING

  • @Onj-bc3ol
    @Onj-bc3ol Před rokem +1

    ❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Burraayuu deebisii Herreegi Burtukan Midhagsaa no distance from government Eegumsaa arginee deemsis homaa miituu Hello Dr lia Taddasaa fayyaa deemteeree
    Mootummaan Eegumsaa biruma Burtukan Midhagsaa sobduu rainfall

  • @WALABUUStudio
    @WALABUUStudio Před rokem

    ❤❤❤

  • @user-yk3qp9lq7t
    @user-yk3qp9lq7t Před rokem

    Ummatni oromoo abbaa dhabdee jirti hunduu yakka ofii raawwatee ana miti jedhee gara biraatti quba qabaa jira .waraanni uummata kanaatiifan dhaabbadha jedhee of ibse waranaa bilisummaa oromoo erga ta'ee oromiyaa hunda dhuunfannee jira jechaa jiru garuu yeroo uummanni ani siifan qabsaa'a jedhee ummanni kunis nuuf qabsaa'a jedhee meeshaa qabu itti kennee ofii isaatii harka duwwaa ta'ee har'amoo uummata kana dararaa hamaa ta'e kan seenaa keessattuu ta'ee hin beekne otoo isaan hidhatanii ummata kanaatii bosonatti galanii jiranii dhumaa jiraachuun oromoodhaaf qaaniidha. sababni isaas uummanni kun meeshaa isaa isinitti kennee jira maaf mootummaatti quba qabdu keessoo keessaan hin qulleessitanii imaanaa saba kanaa maaf nyaattu ;dursa mirga biraa gaafachuu irra mirgi ummanni kun lubbuun jiraachuun isaa dursamee haa kabajamuuf.

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Burraayuu Burtukan Midhagsaa kuftee

  • @getachewjiru3263
    @getachewjiru3263 Před rokem +1

    Burtukaan Isa Lalise Osoo Hin Taanee Isa Goge Taate.

  • @lenssaolana1486
    @lenssaolana1486 Před rokem +1

    welkom ❤ 🎉❤

  • @sabelfayeza9921
    @sabelfayeza9921 Před rokem

    💙💜💜🐅

  • @sadiqyasin-iy2nr
    @sadiqyasin-iy2nr Před rokem

    Obn live afan oromo odu galgala

  • @gadisaabdisa3575
    @gadisaabdisa3575 Před rokem

    Bilbila keessan nuuf ergaamee

  • @robsanshambel3622
    @robsanshambel3622 Před rokem

    mee dhiisaa, isiin maal agartan nuti wanta jiru nut beekaa

  • @user-we6rr1tq3t
    @user-we6rr1tq3t Před rokem

    Malloo Godinaa W/Bahaa Aannaa Kirraamuu Keessaatti Hedduu Ummataa Dararraafi Maqaa WBO ttin Hannii Ta'aa Jiruu Keessaa
    1ffaa. Gartuu Faqqadaa 2ffaa . Gartuu Mossee 3ffaa . Gartuu Magarsaa Kan Jedhamaan kun Ummataa Keenyaa Gabaa fi Bakka Adda addaatti Qabuun WBOn akka Jibbinuufi Waan Fokkisaa Nuhii Ijaa Keenyaan Argiinee oromoo ta'uu yeroo itti bayyee gaddineedha.
    Sabaan Keenyaa dangaa irraa waan jiruuf Gartuun faandoo sun uummataa keenyaa gubdee fixee namaafi manaa Jireenyaa Isaa Dabalatee Malloo Iyyaa Keenyaa Nuf dabarsaa obsii nuu dhumee jiraa OMN??????????????????? isiin Jallaadha Qalliiwwan Keenyaa Saddan!!!!!!!!!!!

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Journalists johar Muhammad filannoof seeraafi fayyaa dhageeffachuun riqicha barnootaa Hello DrAbiyyii Ahmed Dubbisi ato mallaszenawii kufaatii Biraanuu juulaa Beekumsii Eegumsaa filannoon Especialisty ijaa/Sirna haqaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Ethioforrum namarraa qabeenyaa dhufuu dagattee Uumaa Uumaa deebi'ee arginee

  • @habtetola3782
    @habtetola3782 Před rokem +2

    Osoon qabsoon akkuma studio taa'anii akkuma odeessan kana ta'ee baay'ee salphaadha.

    • @abebelamu5340
      @abebelamu5340 Před rokem

      Yoo akaamiti yoo taaee safisaan biilisi keegna dhuufa

    • @dareragirma-cx5gn
      @dareragirma-cx5gn Před rokem +1

      Maaloo oboleessa kanaa utuu argitee kanaa hin haasoftu
      Ykn dhihoo jirta ykn fagoo dhiisi anuu akka kee kanaN ture

    • @abebelamu5340
      @abebelamu5340 Před rokem

      Madaa oromoo ti faalata kaara hoofuu. Halaagan hin gamaadin.

  • @nuradinyusuf7042
    @nuradinyusuf7042 Před rokem

    7042

  • @user-yz7tl6wc4i
    @user-yz7tl6wc4i Před rokem

    Galani g

  • @user-bn8uy4zv4h
    @user-bn8uy4zv4h Před rokem +1

    Nuu galotomaa ??sirritta nu quileqilessa dhuga kanamuu '

  • @amalhassan2734
    @amalhassan2734 Před rokem

    Kuni biyya kiyya bar masnoo keessa nama arii,aan turaan

  • @NoproblemIdontneedEmaila-ee6gs

    Listen omn Journalist Ist not Respol for Everyone WBO fighting Trurest shaxaanaa Fanoo Tururest Bixigina but number Respol WBO istofigjt Freedom oromo Against Fashcit Bixigina number one Icensnt people killer

  • @dareragirma-cx5gn
    @dareragirma-cx5gn Před rokem

    Bilbilaa nuuf kennaa maaloo?

  • @zaharahzara5647
    @zaharahzara5647 Před rokem

    ❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😢

  • @bruk_1250
    @bruk_1250 Před rokem

    Gaafa fira keessanirra miidhaan gahu afaan bantu, uummata keenna Gujii durii haga hardhaatti qaama hin beekkamneen gidirfamaa jiru gaafa tokkocha dubbattaneefii beettanii? Isinuu hattuu, filattanee boottani.

  • @dhhfhj9818
    @dhhfhj9818 Před rokem

    😢😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭💔💔💔💔💘💘💘🖤🖤🖤☝️☝️☝️☝️

  • @dandiduga7009
    @dandiduga7009 Před rokem +1

    "Hin" fi "ni" seeraan fayyadamaa kaa!?

  • @user-bn8uy4zv4h
    @user-bn8uy4zv4h Před rokem +1

    Fala nuu kessaa maala yaa gonnuu ???

  • @user-bn8uy4zv4h
    @user-bn8uy4zv4h Před rokem +1

    Mee nuu qulqilleess???

  • @samsonteshome3164
    @samsonteshome3164 Před rokem

    Jilanfos galas kkkkk

  • @JustaThoughtUSA
    @JustaThoughtUSA Před rokem

    MAAL DHAGEESANII UUMMATAAF DUBBACHUUTTI KAATAN???

  • @user-gd2xg8br7o
    @user-gd2xg8br7o Před rokem

    🎉🎉🎉🎉😂

  • @sabaffalmi1473
    @sabaffalmi1473 Před rokem

    MAALTU MALA JETUUMEE AMA?

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Ethioforrum falmii gaddaa Manarraa /Duniyaa idea dheessan malee gurriis Eegumsaa uumaa deebi'ee karatti garatti of Caqasii hinarginee dhibeenis daguun qabeenya government Duniyaan Eegumsaa Geejjibni

  • @rabumagada8902
    @rabumagada8902 Před rokem

    Garee gurmaa’ee saamicha uummata irrati bo’bba’e keessa pooliciin motummaa ni jirty. Nami ani beekuu qarshii lakkoofsa baankii kanati galchi jedhee doorsisa gaafa ergu akkuma barame qarshii jedhame erga galchee booda bilbilli irraa bilbilame kan poolisii motummaa dalagaa irraa jiru lakkoofsi baankii qarshiin itti gale kan abbaa poolisichaa ta’ee argame. Dabballooni keessa hin jiran jechuun ni danda’amaa?

  • @user-qs3fs6iu5x
    @user-qs3fs6iu5x Před rokem +1

    Jawwee keenya waatu liqimsee moo waa liqimseetu cal jdhee laata? Namni akka isaa fi akka Hacaaluu Oromo sochoosu hindhalanne. Yaroo diinii karaa meeqaan Oromootti duulu kana nama ummata tokkomsee kallattii qabsoo agarsiisu hedduu murteessaa dha. Dubbiin kiiramuu hiikaa argate moo maaliif keessummota biroos afeertanii furmaata akka barbaadan hingoone? Diasporan akkamitti deegaruu danda'a.?

    • @user-qs3fs6iu5x
      @user-qs3fs6iu5x Před rokem

      @@DSquareDSquare Dhugaa keeti. Anillee nama maqaa dhayee qeequun amala koo hinturre. Yookan hindhubee yookan KFOtu luugame ta'a. Garuu ABO fi KFOn ummani ennaa akkasitti dararamaa jiru maaliif akka callisan naaf hinfudhatamu. Hamma 2025 ti cal jedhaanii filanoo Abiy eebbisuufiif taa'uu moo maaliif ummata hiriiratti hinwaamne? Oromia keessatti hirriirri dhoorkaa dha waan jedhamutu jira. Yoo didanii bayan malee silaa mootummaan essaattuu hirriirri aka irratti bayamu nifedhaa?

  • @NoproblemIdontneedEmaila-ee6gs

    Burtukan Miidhaagaa was didn't do good 👍👍👍 Job 👍👍👍👍 in the but now Burtukan did Good Job stop working with Dictator Bixigina Trurest killer instinct people Bortucan miidhagaa did good Job to stop working Trurest shaxaanaa Bixigina Expired government good fo Burtaan did Good Good Job sto working with Trurest Abiyot Kase Shaxaanaa children killer No body Like Bixigina Abiyot Kase killer

  • @user-bn8uy4zv4h
    @user-bn8uy4zv4h Před rokem +1

    Yakka kunnee magala sheger jadhamnee kessa jiru qarish fidaaa jecha jiruu 1 Sululta 2 burrayyo 3 sabata4 galanne

  • @habtetola3782
    @habtetola3782 Před rokem +1

    Diinni Oromoo Oromoodhuma. Hololaa fi afaan faajjii qabsaawota irratti hin hololinaa!

  • @NoproblemIdontneedEmaila-ee6gs

    Listen Amarha people sytop making oromo very bad Enymy for ever Stop killing oyher why god will come After Fanoo

  • @tubenasir-xg5qc
    @tubenasir-xg5qc Před rokem

    ❤❤💚💚❤❤🔴🟢🔴🌳