🙏😍bagaa ayyana buhee geessan ayyana garii 😍🙏

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 8. 09. 2024
  • #Tadalutube#hacalu#qanqeeshow#oromo
    bagaa ayyana buhee geessan ayyana garii

Komentáře • 25

  • @booneeentertainment1175
    @booneeentertainment1175 Před rokem +1

    Waaqayyoo sagallee jireenyaa saa dhaaggeesissuu ebbiifami koodeekoo bagaa waalumaan geenyee kan naraa ufun nu haa gahu waaqayyoo

  • @askelachitube23
    @askelachitube23 Před rokem +1

    Ameeen ameeen ameeen Baga walumani genyee Waqaayyoo Goftaan sagalee jirenyaa Siinaa dhagesissuu Bara tajajjilumaa keesaanii Siin haa dheresuu Eebbiifama 🥰👏⛪👏 Ayyaana Debretaabooriin Baga Ittiin isin ga'hee
    Waaqayyoo Goftaan Biyyaa kenyaaf Nagaa nuuf haa Kenuu
    Eddoo jirtaaniti Ayyaana Garii ⛪️♥️🌻

  • @burtetube
    @burtetube Před rokem +1

    Baga dhuftaa ❤😊baga walumaa genyaa amen amen amen 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏💒

  • @ehementube132
    @ehementube132 Před rokem +1

    Naageenii waqaayoo siifaa yaabaayatuu luubuu

  • @oromoforomiya165k
    @oromoforomiya165k Před rokem

    Ameen bagaa waluman geenyee jabadhaa bayyee namati toltuu jabadha

  • @kiyyaatube2899
    @kiyyaatube2899 Před rokem +1

    Nagan waqaayo mana kanaf haa ta'uu baga nagan dhuftan saanyii waan koo congratulations 🎉

  • @mulugetayouTubee
    @mulugetayouTubee Před rokem +1

    Naganyii mana kanafii yaa bayyatuu baga dhuftee jabadhuu bayyee namatii tollaa

  • @sadamshow9484
    @sadamshow9484 Před rokem +1

    Ana dhufuu bagaa nagan dhufte jabadhu

  • @mesiigettube4326
    @mesiigettube4326 Před rokem +1

    Nagenyii waqayoo sif habayatuu bagaa nagaa dhufite bareduu to Ameeen Ameen Ameen bagaa walumaanu genyee ❤❤❤

  • @urjiitube
    @urjiitube Před rokem +1

    Ammen bagaa gesse lubbu ❤❤❤

  • @ዜና-DAILY
    @ዜና-DAILY Před rokem

    Yoyyaa ashama jiraa jirtuu bagaa nagaan dhuftee tadaluu jabeesii

  • @yusraatubeak3090
    @yusraatubeak3090 Před rokem

    Welcome bagaa nagaan dhuftee qalii namaa jabadhuu

  • @asnatubee
    @asnatubee Před rokem +1

    Naga waqayoo mana kaanafi haa baayatu baga waalumani geenye haadhoo koo waaqayyoo Naga biyaa keenyaa haa godhuu 🎉🎉🎉

  • @tokkeetwo
    @tokkeetwo Před rokem +1

    Nagenyi rabi mana kanafi ha bayatu ana dhufu baga Nagayan dhufte qalikoo jabadhu jajabekoo iti fufi haluma kanan 🥰

  • @siinqeetube7973
    @siinqeetube7973 Před rokem +1

    Nageenyii waqayyoo hundumaa keessanif yaa ta'u Ameen Bagaa Walumaa nuu gahee galatomii ❤❤

  • @caalliitubechannel1033
    @caalliitubechannel1033 Před rokem +1

    Bagaa ittiin sih gahee sanyii tiyyaa ❤🎉

  • @RidiiReact430
    @RidiiReact430 Před rokem

    Ameen.ameen ameen

  • @discocell5690
    @discocell5690 Před rokem +1

    ወልጮመ ዎዎውውውው ❤❤❤

  • @adanuutube3411
    @adanuutube3411 Před rokem

    Nagaan waqaayoo lafaa jirtuuttii siif haabayyaatuu qalii koo jabesii ittii mudii bayyee namaatii tolaa 😮❤

  • @kubaatube2911
    @kubaatube2911 Před rokem

    Nagan mana kanaf isiniif taa ta uu Bagan nagaan dhuftee aemn amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @kareemahgv9864
    @kareemahgv9864 Před rokem +1

    Nagawaaqayyoo manahaa baayatuu baga waaluma geye jaabadhuu baayee gaariudgaw

  • @yordanosmamo6642
    @yordanosmamo6642 Před rokem

    አሜን አሜን አሜን ❤❤❤ዉዶች

  • @anfaljamaal
    @anfaljamaal Před rokem +1

    An haa dhufuu bagaa nagahan dhuftee baredu koo ayyana garii siif haa tahu nama bara dhufuu matti kee walin basu sii haa godhuu 10:47

  • @haadhajaafar
    @haadhajaafar Před rokem +1

    Tadeye an haa dhufuu bagaa nagahan dhufte qalii nama baga ittinsii gahee bareduu koo kan barana kan bara heddu kan matti kee walin dabarsitu siif haa tahuu 10:47

  • @keennaatube8046
    @keennaatube8046 Před rokem

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏