Saba Guddaa Taanee Hiyyeessa Ta'uu Hin Qabnu - Luba Dr.Gammachiis Dastaa
Vložit
- čas přidán 9. 09. 2023
- #SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited
Dr the day i saw you on you tube he was the left of my life your
Teachings are the cure of my life
Dr as i say still bless us many times and may God bless your years,
Baranootaa baayee nama toltu gooftaa bara jireenyaa keessaa siin haa ebbisuu dachaa dachaan❤️❤️🙏🙏🙏🙏
that is good education.god is bless you docter geme
Waqqayyo dabalee Dablee siyaa eebbisu Eebbifami Dr Gammachiis. Ati Kennaa Saba Kanaati!
I have listen this titourial sitting on my office for full hours of attention i don't say any think than thanking you from the bottom of my heart i wish you blessed in every directions of your lives . I have added a lot in my life too . sure this titourial will continue in to several parts . God bless you again doc.
Ebbisaan dr keenyaa Waaqayyoo bara keessaan haa ebbisuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Waanti atti nama barsistu akkuma bishaan dhebotani dhugaanitti namatti tolaa ! I never miss your preaching, teaching. Dhaalota qaara jirtuu kanaa bor ijaassaa ni argita. Thank you we love you Doctor
Right ❤
Waan hedduu irraa baradhe! Waaqayyoo dachaa si haa eebbisuu,Dr.
jaba oromooni qabdu keessaa isiin isaa tokkoo ❤❤❤❤waqaayyoo bara keessaan haa Eebbisu
Waqayoo gooftaa mucaa bara fi jireenyaa keessaa haa Ebbisu Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa ayyyanni waqayoo isinif baya'atu 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
Eebbifama Eebbifama barsisni keesani Baye abdi namati horaa!!!!
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ebbifaama Waaqayyo baraaf jireenya keessaan haa Ebbissuu Ebbifaama dacha dachaan hallelujah iyesus Goftaadha 🙏 👏 🤲 ❤❤
Thank you Dr.
Ebbifamaaa dachaa
Waaqayyo bara keessan haa eebbisu. Umurii nuuf dheeradhaa. Jireenya isa bara baraas dhaalaa Maqaa Yesuusiin.
Waaqayyo gudda isin haa ebbisu bayyee irraa baranera dr
Waaqayyo isin haa eebbisu Dr. Gammachiis! Barumsa guddaa kennitan! Waan gara fuulduraatti itti fufuu qabudhaa. Gara fuuladuraatti matadureewwan gurguddaa kennamanirratti namoonni role model ta'an utuu dhiyaatanii gaariidha.
Waaqyyoo dacha isiin haa eebbissu.Isiin eebba keenya❤❤
Dr galatoomaa,umurii arraagessaa nuuf jiraadhaa.
ebifama luba kenya❤❤❤
Ebbiifamaa DR. keenyaa
Hiyyumn hiyyuma caalu hiyyummaa SAMMUUTI!
Wwwwwwooowww Dr ebifama ✊ ♥
Akkami namati tolaa!!!!!!!!!❤❤❤
Wowowowo wowowowo gooftaan koo sinaa ebisuu ebbifamaa ebbifamaa maqaa iyesusn nama Waqayyoo
barnoota adda dha Dr gammee waqayyoo si ebbisuu🙏
Wow ❤❤❤ we hear we see galatoom amen we have to read it in the future generations we pray from Sweden
Waaqayyoo dachaa isin haa eebbisu!!!
God bless you Dr.
I'm very happy to have the opportunity to learn from you. you are a gift for us
my great p❤❤❤❤
Barumsa baayee gaarii ture
Baayee waan nama fayyadu qaba abbaa itti fayyadameef
Galatoomaa
Luba: Dr: Gammachiis
May God bless you🎉our intellectual
Ebifamaaa Ebifamaaa ❤❤❤❤
Wow amazing thanks ❤
Wow that's great 👍 thank you Dr
Ebbifami dacha
wow! GOD bless you Dr.
Barnoota jabaadha. Eebbifamaa Dr.!
We love you our hero ❤
god bless you ❤❤❤❤
Waaqayyo sammu kenyaa haa misoomsu ❤❤❤ 🎉
Eebbifamma ammayyuu
Thanks Dr this is very true teaching
Ani akkaa nama fooniitti waan jedhu hin beekuu akka nama afurattii ebbiiffamii dacha dacha bara kee daribii barisiisii naafii jenanni barisisuun waanni salipha fakkaaata garu miiti ilmaa baratee waanii ta.eefii jabbadhu jabbaa koo
Barumsaa guddaadha waqaayyoo siin haa ebbisuu🙏🙏🙏🙏🙏
God bless you 🙏🏻 ❤
utilizing. Addis grown. Can be listen, 2nd language. Technically. Kin folks used it to talk about you, or talk secretly. Entitled. 2nd class citizen. New day, new you - better than yesterday. Good question. Will be back to adds soon after nearly 20 years. Wish me luck. Good luck. Amazing initiative. In my prayers, okay I've said too much. Good night. ❤😊😮😢
Darba darbaa deema kana calaa ebifamaa❤❤
Wawoo bayeen gamadee barumsaa kana barachuu koof Ebifamaa dhugaa ❤❤❤
It's now the time for 'Oromo Youth' to be the members of World Class Intellectuals. May the Lord help Us.
Waaqayyo umurii dheerra siniif ha kennu Waaqayyo nu ebbiseera ammayu siiniin nuf keenne
Woww Dr Gammee kenyaa Bayye sin
Jalana umuri nufi dheradha EBIFAMIA
Ameen ameen wwwww god bless you dr gamee❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤ameeeeennnnn
I appriciate you Dr.
God bless you Dr
❤❤❤❤
❤❤
Bless you.
i appreciate you DR
Ebbifamaa ebbifamaa 3❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wowwww dr ebifami dhugaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Thanks Dr.
Dr. Gammachis kennaa waaqayyoo saba keenyaf kennedha ati!
Dhugaa dubbaachuuf Dargaggoonnii guyyaa gaafa san nu wajjiin leenjii san argatan har'as ilaalaa jiraan carraa qabu
Many thanks ❤
Ebbifami dr
Ani. Mattimuslimaa. Keessa waqqayyo naargaate lalabni lubaa gamachis dastaimmoo baayee naa utubaa waqqayyoisihaebbisu
Dinqi dha eebbifamaa Dr.
My god
ebbiffaami namaa waaqayyoo sii ebbisuu baayee ba
rumsaa nama jijjiruudhaa
Waqayyoo sin Haa ebisuu umurii kessaan Nuf has dheressuu
Eebbifamaa dachaaa
gaf tokko akka DR gammachiis ta,u qaba gafas dhaqe dubisa
Baayyee natti toleera galatoomaa
Wow ebifamaa
𝙳𝚛 𝚗𝚞𝚞 𝚓𝚒𝚛𝚊𝚊𝚍𝚑𝚞!!
❤❤❤🥰!!!
Ebifaamaa
Ebbifama Ebbifama
Kanafu akka kiyattii namota harika qaeyyii garigaruni hujji mana sagadatti jedhe yada adara gofitara fudhate wani ta,efii sijaladha lalaba cima waqii siebisu kana yena jedhu wali gala manasada hundafi hadhaqabu galimerati galimesisufi wani waqi itini gamadu hojatu qabiidi fkn master Abinet kebede ilala hojadha galatomii
Ok
please part 2🙏
Waa'ee Emmanuel Abraham, kitaaba isaanii ( autobiography) bitadhee dubbiseera. Maaliif audio tti jijjiramee hin bau Dr. ? Maaliif Lutheran Ethiopia isa kana irratti hojjechuu dadhabde? Mootummaa n Itiyoophiyaa ammaa miidiyaan waa'ee isaanii baaksiisuu qaba.
Wow
Eebbi famaa Dr barnnotaa hedduun irraa argadhe
wow
Jesus ❤❤❤❤
🙏🙏🙏🤲🤲❤️❤️❤️🙏🙏
❤❤❤❤❤❤❤
🙏
Hendu Galatom Gamnaa Ko
Waan dhugaati
❤❤❤
❤❤❤❤❤
Visionary Man, really you are human bieng!!
Wwww ooww ❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰
❤
Oromoon bituf malee gurguruuf hin ta'u
Lakobsi tv mo'aa ykn chaanalin keessan nudura bade nu erga !