Eida Barana Kobaa Tiyaa Akamitin Dabarsee 😭😭💔Eid Mubarak ❤️🙏

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 29. 08. 2024

Komentáře • 254

  • @jallatusabaa4817
    @jallatusabaa4817 Před 4 měsíci +43

    Ayii yaa mustariyaa anii walahii kaa hadhaa hin qabnee yokan kaa abban mucaa kotilee narraa hin qabiin dayimaa waggaa sadii obbolaan kiyyaa narraa xixiqotiin dhisee biyyaa bahee kun hunduu jirenyaaf hatahuu amma kunoo alhamdulililah gudatee waggaa 11 gaheraa alhamdulilah innu amma naa jajabeessaa kotyuu galii hadhaa koo siif guddadheraa anuu nan jedhee anna jajabeessaa atii immoo yeroon sii laluu ammaa anaa yeroo jalqabaa dhufee saan naa yadachiftee kaa waggaa 9 duraaa wanatii hunduu nii darbaa 🙏🙏🙏 atti moo alhamdulilah jechuu qabdaa malifuu yasiin mashaa allah abbaa garidhaa akka argaa jiruttii kanafuu hin yaddayin jajabachuu qabdaa kayyoo keef jechaa❤

    • @fatumat7506
      @fatumat7506 Před 4 měsíci +2

      Ammallee Rabini Baakka Atii yaadeeni sihaa gaa. uu😢

    • @jallatusabaa4817
      @jallatusabaa4817 Před 4 měsíci +1

      @@fatumat7506 Amiiiiin qalii koo sii lee yadaa muradaa kee rabbii siif haa guttuu ilmaan yoo qabatee rabbii bakkaa gariin siif haa gahuu yoo ganaa tatee moo ilmaan gagarii kan irratii araa galfatuu siif haa latuu kaa dinii rabbii kadamuu kaa sii gamachisuu sii haa badhasuu🥰🥰

    • @fatumat7506
      @fatumat7506 Před 4 měsíci +1

      @@jallatusabaa4817 Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin
      🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 Glb to♥️ waanii naafii kaadhaatee olliti Maalleekoni Raahaamani sifi haakadhaatuu lshaa Allah Jzk😘😘♥️♥️

    • @KadijahAl-su6hd
      @KadijahAl-su6hd Před 4 měsíci +1

      Absiiri sanyii too Alhamdullillah jedii❤❤❤

    • @user-ot1sr8dk1h
      @user-ot1sr8dk1h Před 4 měsíci +1

      Maashaa allaa Maashaa allaa tabarakallaah rabbiin nagayaan itti si haagalchu

  • @FoziyaaAbdulhakim
    @FoziyaaAbdulhakim Před 4 měsíci +7

    Dhifamma wajji yeroo saalamtaa baftuu ufir gadii hin laalin ❤

  • @MariyemKedir
    @MariyemKedir Před 4 měsíci +1

    As we wb yaa ummuu kansii yaa habibitii koo bay'ee sin jaladhaa yaa ruhii koo ❤❤❤ rabbii yadaf murdaa kee sifii haa gutuu yeroo gabaduu keessatti abbaa waraa keef ijoolee kee fanyaa waltii sin haa qabuu❤❤❤ walih jabadhhu atii unuf fakkenyaa keenyee ani yeroon video kee arguu bay'ee gamdaa❤❤

  • @FalmataaAbdurahaman
    @FalmataaAbdurahaman Před 4 měsíci +1

    Aaaaaaaaaaaah wahii 😢😢😢😢😢jirenya adunya 😢😢😢😢 Abshir uktiiyye 😭😭😭😭

  • @annasabdii6695
    @annasabdii6695 Před 4 měsíci +1

    Abshiir yaa ummu kanus rabbii nagahan woliti isiin haa debisuu

  • @user-dr2ng1me6e
    @user-dr2ng1me6e Před 2 měsíci +1

    Masha allh alxamdulilh abshir ❤❤❤

  • @ghUguu-io2qg
    @ghUguu-io2qg Před 4 měsíci +3

    Ummu kanus rabbiin yadaf murada kee siif ha guttu jabdu tiyya jabadhu obsi ni gessa bakka yadde inashalla siin jalladha rabbiif jecha ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @moomoo6397
    @moomoo6397 Před 4 měsíci +1

    Maasha Allaah Jaabaduu ABSHIR Raabiin Raahmata Sif Haa Gooduu
    Milkaawij Lubuu Tiyaa Qaali Tiyaa Amiiin ☝️☝️☝️👐👐 💕💕💕💕💕💕

  • @hawwiitube
    @hawwiitube Před 4 měsíci +1

    Abshir habibitii tiyaa qaalii too ❤❤❤❤

  • @arifaabdala2526
    @arifaabdala2526 Před 4 měsíci +1

    Yaa mustariya rabbiin yaadaaf muraadaa kee siif haa guutuu wly anii waan biraa hin jedhuu

  • @ummumuhannan3465
    @ummumuhannan3465 Před 4 měsíci +1

    Mashaa Allaah Mashaa Allaah Rabbiin nagayaan ilman ketiin waliin. Sihaa gahuu yeroo gababduu kessaatii Anafilee du,Aii.naf godhaa. Obboleyaan waggaa 6 ilmaan kotii waliin hin Argiinee😢

  • @merriamsulaeman3263
    @merriamsulaeman3263 Před 4 měsíci +1

    Waayi mustariyaa wlyii bayyyee sijalladha❤️❤️❤️❤️💋💋💋

  • @HhGg-mr1fm
    @HhGg-mr1fm Před 4 měsíci +1

    Abshiir qaalii namaa Rabbiin yaadaf muraada Kee guute ilmaan keeti sihaa deebisu wollahi rakinaa kee arguu hin fedhu❤❤❤❤❤

  • @mudasiramaan9466
    @mudasiramaan9466 Před 4 měsíci +1

    Abshiir umukans Yadafii muradaa kee Rabbii Galmaan sifii haa gahuu

  • @aralhammadi8736
    @aralhammadi8736 Před 4 měsíci +1

    Rabbii waan atii yadee cufaa sii haa gutuu 💗💗💞💞💔💞💯💯

  • @urjimohamed3424
    @urjimohamed3424 Před 4 měsíci +1

    Abshire ummu kanusu rabbi jira jabadhu

  • @mulukaamulukaa39
    @mulukaamulukaa39 Před 4 měsíci +5

    Amshir hundii kenaa ilman gane tuma man biya bane 💪💪

  • @SomayaS-dw4di
    @SomayaS-dw4di Před 3 měsíci +1

    Hy as wr wb uumuu kaanus akam Ngh jirta qalii nama hunda caltuu me gara ke aka dhufuu anis duayii naf godhii wudee tiya gara kayroo dema jedhe yada jira amaf garuu sudii jira wly aka gara ke daffe dhufuu me hala naf mijesa jana walin luubbu hadara kesan eshii qalii duayii naf godha 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @MakidaEdo
    @MakidaEdo Před 4 měsíci +1

    Abshir habibaty😢😢😢

  • @Sumaya511
    @Sumaya511 Před 4 měsíci +1

    Mashaallaha ummu kanusi ati jabdudhaa dura jajabadhuu qaalii tiyyaa ❤❤❤ janna sii birraa jirti moo ijaa tiyya

  • @user-mv3gm4br9v
    @user-mv3gm4br9v Před 4 měsíci +1

    Silaa ijolee gatee dhuftee mafii nutii busaa

  • @fatiyaaarsii4765
    @fatiyaaarsii4765 Před 4 měsíci +1

    Maasha allah tabaara kallah jabaadhu rabbiin yadaafi muraada ke sif haguutu ❤❤❤❤

  • @OBSINAANOROARSII-rl3rb
    @OBSINAANOROARSII-rl3rb Před 4 měsíci +3

    Hadhaa kanus jabadhu egaa biyyaatee Rabbiin yaada muraada kee siif hagutuuu❤❤🙏🏾👆

  • @jituuintalaaarsiilixaashas9956
    @jituuintalaaarsiilixaashas9956 Před 4 měsíci +1

    Abshir habibitii tiyaa rabbiin nagahan walitii isiin haa debisuu habibitii tiyaa ❤❤❤

  • @sittinamamma9276
    @sittinamamma9276 Před 4 měsíci +1

    Rabbin yadafi murada kanke sif gutu

  • @user-ik9fi7is9c
    @user-ik9fi7is9c Před 4 měsíci +1

    Abshiir yaa mustariya Rabbiin hajjaafi muradaa kee sif hagutuu Rabbiin milki dhumanqabnen wal biratii isin ha deebiisu❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤️🥰🥰❤️😭😭😭😭😭🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶Rabbiif jachan sii jilladhaa naaoliiti Rabbiin siihaa jallatuu❤❤❤❤☝️☝️☝️

  • @jgh2792
    @jgh2792 Před 4 měsíci +1

    Maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah qaalii namaa Rabbii yaadaa muradaa kessan Rabbii isiin haa gahuu hamtuu Rabbii isiin irraa haa qabuu ♥️ ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤

  • @aasiyaaabduljawaad3012
    @aasiyaaabduljawaad3012 Před 4 měsíci +1

    Rabbii obsaa siif haa kennuu Abshiir ummukanus 😢
    Eid ul-Fitr mubaraak ❤

  • @ShameeAliyi
    @ShameeAliyi Před 3 měsíci +1

    I shall alh rabi waiting is in ha fidu

  • @user-jp5oc1xm2m
    @user-jp5oc1xm2m Před 4 měsíci +1

    Amshirii umuu kanus😢😢😢😢😢❤️💔😭😭😭💔💔💔

  • @awwdaychannel55
    @awwdaychannel55 Před 4 měsíci +1

    Rabbii sii haa garagaru yaa muca

  • @user-en7mp5oi1q
    @user-en7mp5oi1q Před 4 měsíci +1

    Rabbiin nii dandaha yaada fi muraada kee siif guutee ilmaan teetifi abba mana keetii siha deebisu

  • @Hawwiishow1234
    @Hawwiishow1234 Před 4 měsíci +2

    Abshiir dhigaa too ❤️💔💔😢😢😢😢😢

  • @nahiliahmad3943
    @nahiliahmad3943 Před 4 měsíci +1

    Abshiir nii dabartii❤❤

  • @Emanmah
    @Emanmah Před 4 měsíci +1

    Abshi ummu khanus nin dabarte inshallah Wal agartani❤❤❤❤

  • @shashoshasho4696
    @shashoshasho4696 Před 4 měsíci +5

    Abshiir lubbuu tiyyaa nuu hunduu akkasumati gubata dabarsine wollahi anis yeroma atii dhuftee sani dhufee ijoollee lama dhiisee yoo video kee laluu imimani qabachu hin danda'u ana qofa mitii waan jedhuu sammuu tiyyaa kessa dedeme obsa naaf kenna alahmdulillah daa'imnni tee yasini bira jira hin yaadayin tiyyaa abbale bira hin jiruu anis bira deeme 😭😭😭😭😭😭☝️

    • @smediaone9635
      @smediaone9635 Před 4 měsíci

      Abshiir Hayyati Rabbin Nagan itti sihadebisuu

  • @AbbaasUmar-vk3wu
    @AbbaasUmar-vk3wu Před 4 měsíci +1

    አብሺራአ ኡሙ ካአኑስ ጃባአድሁራብብዕዕ ስጋርጋአራአ ያአዳአ ሙራአዳ ራብስሃአ guutuu

  • @KsaItel
    @KsaItel Před 4 měsíci +2

    Mashallahah Mashallahah Mashallahah Mashallahah Mashallahah Mashallahah 🎉🎉🎉🎉

  • @sifaniiibrhimii8865
    @sifaniiibrhimii8865 Před 4 měsíci +1

    Wolhii Rabii yadaa muradaa kee sifii haa gutuu oboletii tiyaa Qalii Abshirii Nii dabartii qalii tiyaa

  • @arabetube5988
    @arabetube5988 Před 4 měsíci +1

    Mashallah Mashallah Mashallah Mashallah Mashallah ❤ 💖 😍

  • @hegh2009
    @hegh2009 Před 4 měsíci +1

    Amshri 😢😢😢😢😢😢

  • @hxvcf2421
    @hxvcf2421 Před 4 měsíci +1

    😢😢😢😢😢😢😢Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin

  • @nujumaahmed2876
    @nujumaahmed2876 Před 4 měsíci +1

    Eid Mubarak

  • @zub4214
    @zub4214 Před 4 měsíci +1

    Mashallah

  • @temimaabduragaferahmed9091
    @temimaabduragaferahmed9091 Před 4 měsíci

    Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah ❤❤❤

  • @user-vr4py1mu1i
    @user-vr4py1mu1i Před 4 měsíci

    ATI dubaritii cimiituudha walihii ❤❤❤❤❤

  • @Yusuraa
    @Yusuraa Před 4 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢❤❤❤umuu kanuu abshire uktii kiyaa

  • @setahh7631
    @setahh7631 Před 4 měsíci

    Ashiiir lubuu qaliii rabiii nagayaan waltiii isiin haaa debisuu isha alh ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MudasirSiraaj-ns6fj
    @MudasirSiraaj-ns6fj Před 4 měsíci

    Mashaa Alla umuu kannuu jabbaadhuu

  • @JawariiMuhamadiiisnijala-mn9zp

    Maashaa alah Rabbin Yada fii muradaa kee sii haa Gutuu Ummu Fanus

  • @samiraabdi6544
    @samiraabdi6544 Před 4 měsíci

    Amshiir hundinuu nii darbaa yoo rabii jedhee qallii tiyaa ❤❤🎉🎉

  • @muntahaamuntii6756
    @muntahaamuntii6756 Před 4 měsíci

    Ws wr wb Masha'Allah bara dhufu ijollee kee wajjiin rabbii sin haa gahuu sin jedhaa ❤
    Mustariyaa tiyaa bareduu tenyaa wan siin jedhuu ammaa Wi-Fi siritii qabdaa akkaa biyaa San illee bizii hin tatuu. Mee kotuu online irraan Lee tatuu lafati Lee tatuu barantota Diini baradhuu quranaa fii kitabotta addaa addaa baradhuu kotuu ti masrii kessatii madarsaa Diini hedduu jiraa. You tube fi TikTok Lee guyyaa boqana keeti hojadhuu. Rabbiin risqii baloo sif haa kennuu ittii yaadi yadaa fii cinqii biyaa ormaa kana kessatii baranonii Diini bareduu dha kara zoomi tin yaalii mee yoo komantii tiyaa tana argitee tolee jedhii mee I love you Ummu kanuus❤❤❤❤❤

  • @rabia1287
    @rabia1287 Před 4 měsíci

    Aswrwb Abshiir umu kanus Raabiin yeroo gabduu keestii waallitii isiin hadebiisuu😢😢😢😢😢❤❤❤❤😂 uuuuuuufffff

  • @user-mg7gs9jq1s
    @user-mg7gs9jq1s Před 4 měsíci

    Masha Allha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤masha Allha Abshiir hadha kanus ❤❤❤

  • @FayooBaalee
    @FayooBaalee Před 4 měsíci

    Abshir inshaa allha Rabbii yeroo gaba ti wal isn haa garssu ❤❤

  • @asiyaaloveasiyaa633
    @asiyaaloveasiyaa633 Před 4 měsíci

    Wl wr wb maashaallaah rabbiin yeroo Gabaduu keessati yaadaa fi murdaa kee sii haa guutuu ummu kanus

  • @user-bq1nr8cy4d
    @user-bq1nr8cy4d Před 4 měsíci

    Amiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiin walumanuu rabbiin ilmaan kenatii nu hadebisuu ishaa alhaa ❤❤❤❤

  • @tajudinmd1634
    @tajudinmd1634 Před 4 měsíci

    As wr WB mashalhaa rabbiin umriii kessaani dheresee nagayaani woliii isin haa agarisisuu inshalhaa❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @NASRATUBE-pu3ur
    @NASRATUBE-pu3ur Před 4 měsíci

    ❤❤❤❤ Rabbii obsaa siif haa kenuu ishaallah

  • @user-wr8qc1nz8i
    @user-wr8qc1nz8i Před 4 měsíci

    Rabiin hajaa tee hudhaaa siif ha gutu umu kanus❤❤

  • @ObsaaAliyyii-fo5cg
    @ObsaaAliyyii-fo5cg Před 4 měsíci

    Eid.muubaark .wara
    Barranna.kan.bara.hedu.
    Nuha.godhu.ummuu.kans

  • @romatyt3126
    @romatyt3126 Před 4 měsíci

    Ws wr wb maasha Allah Maasha Allah rabbi yaada muurada kee siifi haa guutu abishiri ❤❤❤❤

  • @sifaniiibrhimii8865
    @sifaniiibrhimii8865 Před 4 měsíci

    Wlh Rabii tokochii hin dadahaa wanii atii yadefi kaa atii hin yadinisiisi wolitii sii Haa qabuu yeroo dhihoo kesatii Abshirii ❤❤❤❤😢

  • @AminaAmina-ss3kr
    @AminaAmina-ss3kr Před 4 měsíci

    Abshiiiiiiiir ummuu kanus hin booyiin rabbii nagaan itti sihaa debiisu insha'allaah

  • @sabontuwalo
    @sabontuwalo Před měsícem

    abshir.okti.qalii😢😢😢.Rabin.nagaya.walin.isin.hagayu

  • @user-zo8vh1od7r
    @user-zo8vh1od7r Před 4 měsíci

    Wl As wr wb Mashaallahu mashaallahu mashaallahu ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤

  • @sanyiijawaartube8434
    @sanyiijawaartube8434 Před 4 měsíci

    jabadhuu rabbiin nagayaani itti sii haa debisuu

  • @kooketi7326
    @kooketi7326 Před 4 měsíci

    Maasha allah giftikoo Abshiir❤❤❤

  • @Fhgk-wy5mr
    @Fhgk-wy5mr Před 4 měsíci

    Abshir hadho koo wanii hin dabaree hin jiruu obbasii jiruna yoo obbasan malee hin tatuu inshala fulii kee durii ifaa yoo rabbin biraa ta,e😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢Nagan itii galii Wana yadhee Hunda aragadhuu❤❤❤❤❤❤❤ sin hanagafee hunda nama haa milakesuu

  • @halfiyyaa
    @halfiyyaa Před 4 měsíci

    Anii wan jedhee duayii sifii godhuu ilmoo tetin waltii sii ha debisuu inshaa Allah yaa rabbii koo❤❤

  • @AyanUsmail
    @AyanUsmail Před 4 měsíci

    Rabi ngyn ilman ke wajjin siha garsisu yada murada ketis siha gutu qali tiya

  • @user-vy2ht2mp3h
    @user-vy2ht2mp3h Před 4 měsíci

    Amshiir rabbiin yeroo dhiyootii wolii isin haa fiduu❤❤❤❤

  • @sabontumohamed9192
    @sabontumohamed9192 Před 4 měsíci

    💋💋💋❤️❤️❤️ Masha Allah ❤️

  • @barakqsxsw90
    @barakqsxsw90 Před 4 měsíci

    Uuuffff Amshr qaalii too 😢😢😢😢❤❤❤❤

  • @user-vk6pm9rm3v
    @user-vk6pm9rm3v Před 4 měsíci

    Masha Allah ummu kanus

  • @MawradiiTaHamzaa
    @MawradiiTaHamzaa Před 4 měsíci

    Rabin nagaya waliti si ha debisu 😢😢😢

  • @alhamdulillahalhamdulillah2934

    Mashaallah rabbi in six ha lafisu habiti❤❤❤

  • @user-wj8mm8kr8r
    @user-wj8mm8kr8r Před 4 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤Abshiiru qaliii tiyyà

  • @ummrayan5483
    @ummrayan5483 Před 4 měsíci

    Mustoo. Tiiyaa. Rabii. Niidandeyaa. Yaroo. Gababdu. Keysatii. Yadafii. Muradaa. Kee. Sif. Gutee. ilman. Katii. Fii. Abba. Manaa. Ketitii wajiin. Walitii. Sihadebisuu. insha allh

  • @dhgdhgzhgdjvz1472
    @dhgdhgzhgdjvz1472 Před 4 měsíci

    Abshiri habibtii insha Allah 😢😢

  • @MakiyaaJamaal-jv3he
    @MakiyaaJamaal-jv3he Před 4 měsíci

    Mashaallaah tabarak amshirii qalii tiyaa ❤️❤️💯💚❤

  • @FhjGhk-pc6mf
    @FhjGhk-pc6mf Před 4 měsíci

    Mashaa Allaa Mashaa Allaa Mashaa Allaa Mashaa Allaa Mashaa Allaa Mashaa

  • @user-cz3ke3zm2w
    @user-cz3ke3zm2w Před 4 měsíci

    Abshiir habibti 😢😢😢❤❤❤❤❤

  • @sadsaddd4077
    @sadsaddd4077 Před 4 měsíci

    As wr wb rabbii yaada muradaa siifi haagutuu❤❤ qalii❤🎉

  • @huzeetube3047
    @huzeetube3047 Před 4 měsíci

    Osoo hinturree rabbiin maatii teetiin walitti sihaadeebisu

  • @saliysally2393
    @saliysally2393 Před 4 měsíci

    Abshiir qalii ko wlh hundii kenyaayu akaaumaa boyaa rabbin,kaadhaata jiraata jiraa abshiir😢😢😢😢

  • @yaaallahaa712
    @yaaallahaa712 Před 4 měsíci

    Mashaa allahaa garu boahiinoliinii rabiin nagayan waliitii isiin hadebiisu yadaa muradakesiihagutu❤❤❤❤ obsii ilman ketiile abbatu biirajiira garu bakahadha namnii gauf hiinjiiru isaniis sumayadutii jiiranii

  • @shashoshasho4696
    @shashoshasho4696 Před 4 měsíci

    Rabbiin waan atii yaade hundaa wolitti siif haqabu inshaallah 😘😘😘

  • @aziizaahmad2940
    @aziizaahmad2940 Před 4 měsíci

    Abshiir habibiiti qalli jabadhu

  • @aminnaji6681
    @aminnaji6681 Před 4 měsíci

    Mashaa allaaha rabbii siif haalafisuu jabaadhuu

  • @feyruzamohamed8780
    @feyruzamohamed8780 Před 4 měsíci

    Hinboohin ummu kanus Kairo keysatti yoo boya olte hiraaraara olte dhukkuba siqabaa
    Ani masri keysa wagga heddun jiraadhe niin beeka
    Yoo dhukkubsatte doktora hin argattu saniifuu obsi wanni hin dabarre hinjirtuu insha allah yero gabaabdu keysatti ilmaan keetiifi abba mana keti waliin walitti isin hadebisu Abshir habiibti ❤

  • @user-ir9vq1qr4s
    @user-ir9vq1qr4s Před 4 měsíci

    Abashir abifti koo hin daraba ❤❤😭😭😭😭

  • @user-im9jk8hf6c
    @user-im9jk8hf6c Před 4 měsíci

    Ummu kanuus uuff hin jajjiin xiqqoo uuff hin goggodhiin

  • @maliaasabet1320
    @maliaasabet1320 Před 4 měsíci

    Abshiri qaalii namaa rabbiin yadaf muradaa yeroo murasaa kessaat siif guttee waaliit issiin haa debissuu

  • @user-hh9nn7bx2g
    @user-hh9nn7bx2g Před 4 měsíci

    Mashalhaa Mashalhaa Mashalhaa Mashalhaa Mashalhaa

  • @OroAbarahim
    @OroAbarahim Před 4 měsíci

    Jaabadhu ummu kunus

  • @kwtstc7657
    @kwtstc7657 Před 4 měsíci

    Mashaallaha maashaallaha mashaallaha maashaallaha mashaallaha ❤❤ ♥ ❤ ❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤🎉❤mashaallaha ❤❤❤mashaallaha mashaallaha 🎉❤❤❤❤❤❤❤

  • @gadasalaadinmohammed4590
    @gadasalaadinmohammed4590 Před 4 měsíci

    Rabii yadaa muradaa kee sifii haa gutuu

  • @TimiraaAmnahaji
    @TimiraaAmnahaji Před 3 měsíci +1

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @shamsahmohammed13
    @shamsahmohammed13 Před 4 měsíci

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔Abshiir bareedu too