Maatiin koo ''isa moo nuun filatta jennaan isan filadhan jedhe- Keessummaa Yeroo Jaalalaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 31. 07. 2024
  • Yeroo Jaalalaa;Maatiin koo ''isa yookiin nuun filatta jennaan isa filadhan jedhe- Keessummaa Yeroo Jaalalaa
  • Zábava

Komentáře • 771

  • @Wardatube235
    @Wardatube235 Před 11 měsíci +119

    Abshir iman tiyyaa namanii ilmon jiduu jirtuu bakka 1adan hin dhaquu anuu jarsaa kiyyaa wajjin addaa bahee turee ergan herumuuf waan hundaa xumaradhee manguddon nikhaa godhuf guyyan 3naf hafee ilmaa dhira qabna kan wagga 8mucaan kiyyaa ofiin ajjessa yoo attii kiyyaa dhufte herumtee jedhe abba isattii dawalee bohee abban isaa manguddon garaa mattii tiyyaa ergee anafii abba isaa walittii nuu debisaee kuno amma ergaa walittii debinee wagga 2gehuttin jira Alhamadulilh seenan kiyyaa dheraadha turtii wagga turba7 boda amaa jiru ngya jirachaa isins rabbii walittin isin haa debisuu inshaalh ❤❤😢

    • @user-lb3ms5hm4g
      @user-lb3ms5hm4g Před 11 měsíci

      Abashiri😊

    • @sabbotuuoromiya6012
      @sabbotuuoromiya6012 Před 11 měsíci +5

      Dhugaa bayyee dasii namaa jedhaa namani dhalaa waliraa qabuu esanuu wali gahuu ini gudaan garaa dhifamaa qabachudhaa malee hudafuu abaa manaa kee ganamatii abaa ilmoo ketitii bagaa nagaan debitee amayuu jajali waqayyoo dachan isinifi haa bayyatuu 🙏❤❤❤

    • @Caaltuu
      @Caaltuu Před 11 měsíci

      😢😢😢😢😢😢

    • @fatumatube3721
      @fatumatube3721 Před 11 měsíci +3

      Baga Rabbin walitti isini deebise alhamdullilaahi

    • @badhasanejash5710
      @badhasanejash5710 Před 11 měsíci +2

      Marshal Allaah Imoon akkanaa nama Gammachisa

  • @fatumaafatumaa6666
    @fatumaafatumaa6666 Před 11 měsíci +7

    Yaa Alhaaa isaaf jetee warraa isiiti irraa addaa baattee inni immoo ishee gatuuni hedduu namaatti dhagaahama
    Yaa Abbaa warraa ishee yoo kaa sagaalee ishee kana dhageefatu ta'ee maalloo ofittii wamii

  • @rahiimaajalalatuum520
    @rahiimaajalalatuum520 Před 11 měsíci +13

    Hayyii jaalalaa dhugaa Innii yoo tanaa fudhee jirenyaa garii jirataraa isiin garuu isummaa eydii rabbii wolittii isiin haa debisuu❤😢😢

  • @jaalovital9644
    @jaalovital9644 Před 11 měsíci +8

    Wlhi inshaa allaah yoo dhagahuu baatellee Manaamaan rabbiin isa Haa dararu Dhufu malee akkan fayyinetti rabbi isa haa dhukkubsu

  • @kilamamo5170
    @kilamamo5170 Před 11 měsíci +44

    Yaa rabbii kiyyaa woliti isiin debisii mee atti yaa allaah

  • @aliyashankule3830
    @aliyashankule3830 Před 11 měsíci +2

    Rabbii wolitti isini haa deebiisu .obn isiin qophii jalala qoppeessitani nama bochisuu male sofatii imimaani hin qoppeessiitani .mee bareedduun akkana faa harka ofitiin haqati sofati takka ishiggin takka ji'a takka qoppeessaa .

  • @bilalalii3414
    @bilalalii3414 Před 11 měsíci +75

    Obboleetti tiyya imaan akkam nagayaa fayyaadha ??? An akka nama obboleetti dubartii wajjiin dhalatee tokkoti waa si dagachiisu fedha , jaalalli mootiidha gara fedhee fi akka fedhetti deema garuu nuti ummata islaamaati islaamummaan seera rabbiin guddaan ilmaan namaa hundaa buuseedha , seera rabbi kana qofaan namni gammachuu duniyaaf aakiraa gammaduu dandaya , bareedaa jaalachuun rakkoo miti garuu ulaagaan ati barbaaddu bareedina qofa tahuun immoo rakkoo taha , akkan an yaadutti rakkoo dila kana dhukkuba dawaa hin qabne dhukkuba jaalala amata dila kana yeroo gammaduu qabdu wanni gammachuu malee si jiraachise seera diin islaamaatiin osoo hin madaalin filanna dogoggoraa bultiif filachuu keeti , ulaagaan intalti islaamaa itti heerumtu waa lama qabaachuu qaba 1 ffaa nama seera rabbii ykn beeku kan ibaada qabu kan rabbii sodaatu tahuu qaba 2 ffaa nama haalaaf amala gaarii qabu tahuu qaba kana gubbaab yoo bareedina qabaates sun nasiiba keeti malee ulaagaa rabbiin buusee miti , kanaaf namni aliifitti dogoggore aliif laamitti sirreeysuun ni ulfaata , fedhiin kee bareedina body shape , ykn dheeraa ija nama guutu kan laalchaan bareedu tahuun sun rakkoo zalaalama kophaa tee keeysa keetiin onnee keetin kophaa rakkattuus si saaxilee jira , duniyaarra waggaa 100 hin jiraattu jiruu amata 60 hin dabarreef jecha maaliif bareedina gubbaa qofaaf boojiamtee gadda zalaalam filatta ??? Nama bareedaa gatiin tee biratti rakkishaa irra nama xiqqo wayyaa kan ati gatiin tee biratti qaalii wajjin jiraachuu caala , gabaabumatti rakkoon tee diin rabbin si badhaase irraa fagaachuudha akkasuma ammallee furmaanni rakkoo teetii yoo gara diin rabbii si uumee addunyaarra si fideetti deebite qofa furamta 😍 by the way nuti ummanni kush hindii hin geenyu malee bareedinan africa irraa sadarkaa duraa jirra , miiraa gaafa joollumaa keeysa bahii itti yaadii gara rabbii deebii rabbiin si furaa , kan gandaa dhaquu tahu qofa jechaa hin oolin amma takka kan ganda aakiraatin dhaquu tahu jae yaadi , abbaan if dhawe if hin dandamu , azaabni adunyaa bultii jaalatte wanni bultii jallisu immoo seera diinin alatti bultii jaarrachuudha .

    • @FiloWardi
      @FiloWardi Před 11 měsíci +3

      Dhuga kee jette qali👍jalali yoo namni sun dursa sii jalate malee dhalan tokko ofi jalatte yoo kesa senani iyyu galmani hin gayani bari😢jalalti qixxe walif qodudha bari👍👍❤💚❤❤💔

    • @Susuu-1230th
      @Susuu-1230th Před 11 měsíci +1

      Jaazaakaallaahu keeyraan ❤❤

    • @hfhugfrghgc7442
      @hfhugfrghgc7442 Před 11 měsíci +1

      Gorasaa garidhaa imani dubifadhu ❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤

    • @user-zc1xu6us9y
      @user-zc1xu6us9y Před 11 měsíci

      ❤❤❤❤❤

    • @user-su6bo8in1d
      @user-su6bo8in1d Před 11 měsíci +2

      Jzk gorsa ajahiba nu gorsite isii qofa miti nama hunda fayyada gorsii kee wly guddaa galatomi anillee seena isiin wol fakkatu qaba ture kommentin kee kun wan bay'ee of na yadachise jzk ammas irraa deebii 'e bekkumsa kanan galgala gahii

  • @ukmk676
    @ukmk676 Před 11 měsíci +6

    Gurba yoo dhagefata jirate gali dhuga rabin jaza sif kafalah❤❤❤

  • @asifnuredin1454
    @asifnuredin1454 Před 11 měsíci +2

    Iman tiyya inshallah fedha rabittin walitti nidebitan gafa san garu akka wajin tatani nubeksistan hadara rabi sinjedha iman tiyya

  • @zamzam3091
    @zamzam3091 Před 11 měsíci +5

    Hararigee kuni umataa jalalati mii dhugumaa bareduko Ayizoshii 😢😢😢😢

  • @mixawonjimixa1795
    @mixawonjimixa1795 Před 11 měsíci +3

    የኔ ህይወት በሌላ ሰው ሲደገም ማየት ከባድ ነው በጣም ያማል አልቻልኩም

  • @kedirahimed3450
    @kedirahimed3450 Před 11 měsíci +3

    Seenaan kun barreeffame bifa fiilmiitin taatoon kuulaame dhiyaachu qaba. Xinsammuu miyyoo tana tiksuun ilmaa isaf gaaddisa ta'uun dirqaama abbaa sanati.

  • @maskayyitemararaa5370
    @maskayyitemararaa5370 Před 11 měsíci +24

    Dhugaa mucayyoon jaalala dhugaa jaallattee turte. Innillee garuu hin jaalannee ammashee😢😢

  • @fayseedaddi
    @fayseedaddi Před 3 měsíci

    Rabbi waalitii sin hà debiisuu wantii isaaf dadhaabamee in jiruu❤❤❤❤❤

  • @halimakasim4188
    @halimakasim4188 Před 11 měsíci +12

    😢😢😢misikan rabbi walli issani haa debisu ❤❤

  • @zeyidajabelabadiga5241
    @zeyidajabelabadiga5241 Před 11 měsíci +4

    ❤Uuuuufffff Wollahii Rabbii Walii sin ha agarsisuu Wollahii Imiman qabachun dadhabee😢😢😭😭😭😭💔💔💔🙏

  • @OsamaElias-el4jg
    @OsamaElias-el4jg Před 11 měsíci +1

    Yaa rabbi walitti deebisi. Wallaahi jaalala akkanaa hin garre baayyee na ajaa'ibe.

  • @birtudiroohammasabdiijiraa8858
    @birtudiroohammasabdiijiraa8858 Před 11 měsíci +2

    Waqayyoo waalitti isiin haa deebbisuu seenaa kiyyaa waan ta'eef ilmoo osoo waal irraa qabanii gargar ba'uun bayyee ulfaa😢😢😢😢❤❤❤❤

  • @jamelashako6219
    @jamelashako6219 Před 11 měsíci +1

    Rabbii garaa isaa lafisee woliitti isiiin haa deebbisuui😢😢❤❤❤

  • @Yusuraa
    @Yusuraa Před 11 měsíci +1

    Rabbiin wolit isin haa debisu rabbiin ishallaah❤❤❤

  • @daliilbaale6749
    @daliilbaale6749 Před 11 měsíci +1

    Rabbiin woliti isin haa debisuu

  • @RediyeHamid
    @RediyeHamid Před 11 měsíci

    Rabbii wolitti isiin haa debbisuu.innis ilmo ufii gammachisuf,Matti jalala ta'uunf ishee arguu qaba

  • @abdiigadaa5923
    @abdiigadaa5923 Před 11 měsíci

    Inshallah! Rabbiin Nagayaan walitti isin haa deebisu, jireenya miooftuu fi ilmaan dabalee isinii haa kennu!

  • @sabaafduuli
    @sabaafduuli Před 11 měsíci +17

    Rabbiin guddate gara Isaa raase hin turini daddafitti as haa deebisu sitti😢😢

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 11 měsíci

    ❤❤ifaa ijjii ilma dhiiraa dubbi dhorkinee Bultiinis dhorkinee jaalalti Keennama dhalootaa walumaan jannaataaf wal'ansaa yaadachisii lubbuu yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi ijjis bakkuma jirtuuti wal'ansaa jechama UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb Imaan sifaana jirraa Amshiir

  • @heranmg4839
    @heranmg4839 Před 11 měsíci +7

    Bareeduuu kooo jalalaa dhugaati❤❤❤❤❤

  • @queenzuzu710
    @queenzuzu710 Před 11 měsíci

    Dhiiraa jechaa jireenya ofii balleessuu boodee raakkinaa yaa obbolleettii tiyyaa raabbii nama ofii sih jalaatuu sih fide Abshery hiree qoodaa raabbitti sirratti murteessituu hin danda’u ani🙏🙏🙏

  • @ayanasiraj-ko9mu
    @ayanasiraj-ko9mu Před 11 měsíci

    Seenaa jaalalaa akkaan garaa nama raasu dhugaa rabbiin walitti isiin Ha deebisu abshiir jabaadhu.

  • @arraatakuush
    @arraatakuush Před 11 měsíci

    Imaan tiyya rabbi walitti isin haa deebisu❤

  • @bisra7025
    @bisra7025 Před 11 měsíci +2

    Rabbii Walitii isiin haa debbisuu❤❤❤

  • @EthiopiannamamolafaAliiApp
    @EthiopiannamamolafaAliiApp Před 11 měsíci +1

    Uuuf yaa gara koo .... Rabbiin guddaan walitti isinii haa deebisuu🤲🤲🤲

  • @jameelajameela7132
    @jameelajameela7132 Před 11 měsíci

    Nama jajala Dhugaa nama jaalateetuu bekaa jaalaa dhuugaa Raabiini walitii isiniti haa deebisuu ishaallah wlh du.ahii godhaa fi pls hundii keesanuu keesatuu waarii jajala Dhugaa nama jalataani beekatani❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @nuraarsiiboqojjii3693
    @nuraarsiiboqojjii3693 Před 11 měsíci

    Uuuuuuffff Abshiir .Lubbu too Abdii kuutiin Allah Kareem Rabbii woliittii isiin hadebisuu

  • @makiyamuhammad1855
    @makiyamuhammad1855 Před 11 měsíci +7

    Dhiirii yoo nama jalatee malee ufii jalataan. Akkanumaa Nama isiin jalatuu dhiftaan kaa ufii jalataan fannaa hin demminaa

  • @saliharayya2409
    @saliharayya2409 Před 11 měsíci +3

    Rabbi woliti isin ha debisu❤❤

  • @AbyatarSeyoum
    @AbyatarSeyoum Před 11 měsíci +1

    Waaqni imimmaan kee siif lalee jaalala kee siif yaa deebisu❤❤❤❤

  • @samiyasami3316
    @samiyasami3316 Před 11 měsíci +3

    Rabbi nagan waliti issin hadebisuu😢😢❤❤😊😊

  • @calaqootube4665
    @calaqootube4665 Před 11 měsíci

    Rabbiin wal isin haa garsisuu wanuma harka naa qabutuu harka sii qaba xiquma wal dabartee malee sanifuu nama gubatetuu gubaa nama beka rabbiin walitii isin haa debisuu😢😢😢😢😢😢😢

  • @bontuuarsiiarsiibontuu7862
    @bontuuarsiiarsiibontuu7862 Před 11 měsíci

    Wolahii rabbiin waliti isin ha debisu inshallah ❤

  • @sukkareegaazzuu7173
    @sukkareegaazzuu7173 Před 11 měsíci +3

    Wowow miski koo ❤baay.ee nama tolaa garuu ati jabadhuu dhugaa rabii ❤❤❤🤲🤲🤲🤲🤲🤲👌👌

  • @hdks432
    @hdks432 Před 11 měsíci

    Abshir sanyiko rabii jiraa obsii Rabii walitii isiin Haa debisuu ishaa Allaaha

  • @maliaasabet1320
    @maliaasabet1320 Před 11 měsíci

    Misikn tiyyaa rabbiin waaliit issiin haa debissuu ishaa allaa

  • @user-yf1we4pz5s
    @user-yf1we4pz5s Před 11 měsíci

    Wallaah wallah kophiin akka har'a dhiheesitan kanatti garaa na nyaate (na marare) hinjiru Rabbiin walitti haa deebisu

  • @amiinaabulloo
    @amiinaabulloo Před 10 měsíci

    Wayi humna jaalalaa 😢
    Yaa rabbi kiyya warra wal jaalatu addaan baasin 😭🙏

  • @sofiaasfaw7234
    @sofiaasfaw7234 Před 11 měsíci +1

    Baareedu teena rabbin woli issin haa debissu !!!inshaa allah 🙏🙏❤️❤️💜

  • @SarahSoso-gx9oh
    @SarahSoso-gx9oh Před 11 měsíci +6

    Ashiir qalii manaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mohammedsadikhagelo857
    @mohammedsadikhagelo857 Před 11 měsíci +3

    Really amazing love!

  • @Nabeese
    @Nabeese Před 11 měsíci

    Rabbiin umari wali isni dheersee wali isni haa dubisuu😢😢😢😢😢😢😢imane tenyaa jajabadhuu inshallah❤❤❤❤❤❤

  • @hfdccjh3331
    @hfdccjh3331 Před 11 měsíci

    Ayiii yaa jaalalaa dhugaa Abshrii barduu too rabbiin waltii isiin haa debisuu💔💔😭😭😭😭

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 11 měsíci

    ❤❤riqicha Duniyaanis kanaaf Rabbiin gidduu keessan haatiksuu.jabaadhu. walitti isin haa deebisuu Bultiinis waraanaaf gurruma/riqicha wawrwbjkl Eegumsaa

  • @SadiyaKamal-cv4hd
    @SadiyaKamal-cv4hd Před 11 měsíci

    Hayiii rabbii waalitii sii haa debbisuu❤❤❤

  • @user-dx9mu5nr6i
    @user-dx9mu5nr6i Před 11 měsíci

    Rabbiin woliittii issiin haa debiisuu❤❤❤

  • @fatiyaaoro2613
    @fatiyaaoro2613 Před 11 měsíci +1

    Rabbiin wolitii isiin haa debisuu inshaallaah 😢😢😢😢

  • @alfuuarsii4022
    @alfuuarsii4022 Před 11 měsíci +2

    Imimmaan jaalala kuno naran yaa an siin gargari bahe kophaa...💔 walitti isiin haa eebbisu Rabbiin guddaan❤

  • @AbayLema-tv3ju
    @AbayLema-tv3ju Před 11 měsíci

    Yoo ishee dhagayuu jalalaa najibisaa lamii koo saffuu irraa ofii egaa dubartiin hadha intala obbolttii hadhamana kettii kana hin dagattiina jalala fixanii hin banee hin egalliin attii dhoksaanii rawatuusii dhugaanii guyyaa egettii bayaa nama dhoksittii wqy siargaa seenaa xurawa dalaguu manaa duyyaanii baduu wayyaa 😂😂😂😂😂😂 rabbiin ishee ni lataffii jabaduu dubarttii jabadhuu.wqyn sihaa gargaruu.dhamsii anii seeqabu.barumsaa kee baradhuu.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @nejatmohamedamin9206
    @nejatmohamedamin9206 Před 11 měsíci

    Masha Allah rabin Aka yadaketi sihagodhu❤❤❤❤

  • @dagagaabdisa1415
    @dagagaabdisa1415 Před 11 měsíci +3

    Rabbi nagaan walitti sin hadeebisu bareeddu, dunbushee warra dirre

  • @Wankooshow
    @Wankooshow Před 11 měsíci +7

    Bara kana keessa jinjanaa malee jaalallii dhugaa hin jiru nan sobee yaa nama.

  • @RahimaBurka-ns9kg
    @RahimaBurka-ns9kg Před 11 měsíci

    Amshiir Rabbii wol isini hargisisuu❤

  • @S.Waliso
    @S.Waliso Před 11 měsíci +5

    Uuufff garaa koo na nyaattee 😢 Waaqni walitti sin haa deebiisu❤

  • @bashatube2045
    @bashatube2045 Před 11 měsíci +5

    Uuuuuuuuuuufi yaa Rabbii koo imimanii qabachuu dadhabee 😢

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 11 měsíci

    ❤❤dhibeenis haqaa dursii yaadadhuu kanaaf seerri Eegumsaa garuu namni arguu booda himata

  • @abdujibril
    @abdujibril Před 11 měsíci

    Atiin goota jaalalati wlh Nama ajaibati. Jalalaaf jecha waa hunda kee dhiiste Rabin aka ati jalatuti isa si ha jalachiisu.😢

  • @kebebedirbaba3817
    @kebebedirbaba3817 Před 11 měsíci

    Dhugaa dubbachuuf jaalallii dhugaa(true love is end) dhummaa hin qabu. Maaloo siinin haararsaa anni jaarsaa biyyattii.

  • @hawwimakura9541
    @hawwimakura9541 Před 11 měsíci

    RABBIIN woliiti isiini haa deebbiissu abshiir qallii too

  • @abdulkerimhassen
    @abdulkerimhassen Před 10 měsíci

    Jaallalli dhugaa yoomuu in du.u!! Rabbi walitti isin haa deebisu. Abshiir

  • @dolardolar7473
    @dolardolar7473 Před 11 měsíci +13

    😢😢😢😢😢😢😢😢Isaaf jeetee maatiin wal dhabdee😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ jaalala dhugaa laateef turtee❤❤❤ dhiisii homaa miitii ❤❤😢😢

  • @sabbontusaba3101
    @sabbontusaba3101 Před 11 měsíci +1

    Inshaallaa rabbiin wallitii isiini haa debisu

  • @user-vf9yl9sj4w
    @user-vf9yl9sj4w Před 11 měsíci +1

    Rabbii waliti nagayani isiin haa fiduu

  • @user-cj6xb2ny9q
    @user-cj6xb2ny9q Před 11 měsíci

    wly bily talay anis jalala akana kesan jira duwai naf godha rabi kesan hedu na rifachiste wly bily 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @user-ec2ct9kl8o
    @user-ec2ct9kl8o Před 11 měsíci +2

    Rabii watii isinii Haa debisuu❤❤❤😢😢😢

  • @sameramohamd7742
    @sameramohamd7742 Před 11 měsíci

    Duayii kadhafii oboleyaanii wolyii rabiin ofetumaa jarsaa isii hagalchufii jalalii isii isatilee haa dhagayamtuuu

  • @mameismael6585
    @mameismael6585 Před 11 měsíci

    Rabbii walitti isiin haa deebbisuu dhugaa baayyee garraa namaa rasaa

  • @bashatube2045
    @bashatube2045 Před 11 měsíci

    Rabbii dandadhaa wolitii isanii haa debisuu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 11 měsíci

    ❤❤Hawaasaa says garattis mariin ifaa jaalalaa Jaarra Jaarra deemsis democracy love and peace dhiirrii Bultiinis eegii ykn dhiisanis bultiinis qaaliidha

  • @user-nx1oc7vy9k
    @user-nx1oc7vy9k Před 11 měsíci

    Rabbin walitii isini haa deebisuu inshaaallah

  • @solanegalata7206
    @solanegalata7206 Před 11 měsíci

    Waqayyoo walitti siin haa debisuu Ayyanii jalaalaa

  • @chaltujirene2341
    @chaltujirene2341 Před 11 měsíci +49

    Rabbi watti sin haa debbisu 🤲🤲🙏

    • @asmaaabdii1348
      @asmaaabdii1348 Před 11 měsíci

      Rabbiin walitti isiin haa deebisu dumbushee to😢😢😢

    • @KayyoonkooMilkauunsaKakuuWaaqa
      @KayyoonkooMilkauunsaKakuuWaaqa Před 11 měsíci

      𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨 𝐰𝐚𝐚𝐥𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐡𝐚 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮

  • @lulu-lu9kr
    @lulu-lu9kr Před 11 měsíci

    no word bayee namati toltii kessuma kessani haraa

  • @user-dt4qt9dd4j
    @user-dt4qt9dd4j Před 24 dny

    Jabaadhus!! Abdii hinkutatin, dubartii cimtuudhaa!!!!!

  • @yaabbiinufiibirmadhuuynb6201
    @yaabbiinufiibirmadhuuynb6201 Před 11 měsíci +1

    Hayiiiiiii yaa rabbii kiyaa namaa wolii jalatuu addaa basinii atii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @user-eo5yc8rx9c
    @user-eo5yc8rx9c Před 11 měsíci

    Abshirrii Rabbii Wolitti isini haa debbisu

  • @oromiyaoromiya7709
    @oromiyaoromiya7709 Před 11 měsíci

    Rabbiin walitii isiin haa debisuu adunyafii akirallee addaan isiin hin basiiin

  • @halimahalima3669
    @halimahalima3669 Před 11 měsíci

    Wollahi hedu garaa naa nyate
    Rabiin wolii isin haa garsisu😭😭

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 11 měsíci

    ❤❤❤sawsawsaw Addee Saaraa Hasan AdamTuulaa jila daa'awaa/daawwii Ilmai dhiiraa Qabenya uumaa kenna Rabbiitii Imaan Shaamii/Nageenyaa Maashaa'allahgzxfa'zaa baga Gammadaan Agarii Tulluu tooftaa barnootaa irkoodha ijji

  • @user-yz4sl1rm5n
    @user-yz4sl1rm5n Před 11 měsíci

    Rabbii isiin weltii haa debbisu❤❤❤❤

  • @haniiyoutube1021
    @haniiyoutube1021 Před 11 měsíci +1

    Rabbiin waalitii siin haa deebisuu wly Abshiir waani hudii ni daabartii qaashatii too

  • @hannabarecha8808
    @hannabarecha8808 Před 11 měsíci

    Bareduko baye namatitola. Dhuga waaqaayo sihamikechu ❤❤❤❤❤

  • @user-og7nn3bn6i
    @user-og7nn3bn6i Před 11 měsíci

    Rabbiin ilmoo tanaa jedhe walittii isiin haa debisuu

  • @user-sv7je3py1i
    @user-sv7je3py1i Před 11 měsíci +2

    Rabbi walitti isin haa deebisu 💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭Imaan teenya jabaadhu imimmaan Koo qabachuu dadhabe deddeebi'ee ilaalaa ture dhiironni garuu hanga yoomii onnee keenya cabsitan 😭😭

    • @MuradMedia652
      @MuradMedia652 Před 11 měsíci

      Dhiira Oromo itti gafatamumma hin qabu hindi gaafadhu.

  • @hababoodeme6294
    @hababoodeme6294 Před 11 měsíci +1

    Waqayyoo gara isaa lafisee wal isin yaa fusisu😢😢😢😢❤❤❤

  • @saddiqelemo2029
    @saddiqelemo2029 Před 11 měsíci

    Walahi nabochiste iman Rabbin waliti isin hafiduu

  • @xajjeetube4778
    @xajjeetube4778 Před 11 měsíci +1

    Rabbii danda'aa waliittii siin haa deebisuu.yaa Rabbii attii waliittii deebisii 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @user-jf6dd2hs9x
    @user-jf6dd2hs9x Před 10 měsíci

    obboleettii koo dhiirri ati baay'ee jaalattu bar isheenuu na jaalatti harka koo keessa galfadheera jedheetu sitti boona anumarraa kaasee........addunyaa kanarraa namni namaaf hubatu tasuma jira jedhee hin yaadu ani jaalalli dhugaan kunuunsan qabu jaalala dharaa malee.

  • @Meronii-uw4ws
    @Meronii-uw4ws Před 3 měsíci

    Ishi rabi adani isini ibasini woliti isini hasufu woliti isini hahidhu😥😥💔💘💯🫶🙏

  • @badriaabdullah1044
    @badriaabdullah1044 Před 11 měsíci

    Rabbi wolitii sifi haa debissuu😢😢😢❤❤yennee wuddii

  • @user-dg8ir3do4v
    @user-dg8ir3do4v Před 11 měsíci +2

    Inshaalla raabbiin wolitti isiin haa deebiisuu

  • @aliyibuli1289
    @aliyibuli1289 Před 11 měsíci

    Rabbiin ni danda'aa walitti isin haa deebisu

  • @fikaderegassa8107
    @fikaderegassa8107 Před 11 měsíci

    Rabbi walitti isiin haa deebisu maalo

  • @YASINTUBE230
    @YASINTUBE230 Před 11 měsíci

    dhugaa dubachudhaf jalalaa jachun kan heduu garaa na nyatee walahi ❤❤