Komentáře •

  • @abdulaziznureddiin5466
    @abdulaziznureddiin5466 Před 10 měsíci +63

    Gurbaan kun dhumnisaa nama jabaa fi doreesa aka tahu hawwii kooti nitahas insha'allah 😢

  • @tarikewayumaa2527
    @tarikewayumaa2527 Před 10 měsíci +104

    Gafaan Dhagefaadhu imimman qabachuun dadhabbe😢😢😢 Dr Nafyad Galatoomi Bayy'ee Si jaalan waaqayyoo Umurii kee nuuf haa Dheerressuu❤

  • @tigist-hm3jt
    @tigist-hm3jt Před 10 měsíci +19

    አማርኛ ብትውሩ ሁሉም ሰው ትምርት የሆን በጣም ጣነካረ ልጅ ነው እግዚአብሔር የስድግ❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰ሚስኪን 🥺🥺🥺🥺🥺

  • @miserms4091
    @miserms4091 Před 10 měsíci +14

    Qabenyaa Oromoo Dr Naf Yaad galatoomi ❤
    Qaxalewaanko umurii dheraa jiradhaa❤

  • @botuuwallagga5264
    @botuuwallagga5264 Před 10 měsíci +27

    Garagararu Barabadaa maloo ijoleee kanaa ❤❤❤

  • @nasrumamud5217
    @nasrumamud5217 Před 10 měsíci +8

    Dhugaa baaye nama gadisiisa Dr. Baaye galatoom ijoollee kaniin biraa akka nuuf dhaabatan gara qaamota birootis nuuf dhiheessi, nuuf jajabeessi galatoom baaye kuni waan Rabbin sirraa jaalatu nuuf dhiheessite ❤❤❤❤🙏 Namoonni akka keeti osoo deemani ijoole taniin bira osoo dhaabatani Jedha.

  • @user-hs5xk4yd3y
    @user-hs5xk4yd3y Před 10 měsíci +7

    Uuuuffff Dr..🙏Ebbifamaa Waaqayyoo siin haa Ebbisuu dhugaa Rabbii baayyee garaa nama nyaata 😭😍😍🙏🙏

  • @rosemail1801
    @rosemail1801 Před 10 měsíci +13

    አንዳዴም በአማርኛ በስራ ጥሩ ነው እኔ በግሌ ከምታሳየዉ ነገር ብቻ ነው አይቼህ ምወጣው ኦሮሞኛ አልችልም ለማወቅ እሞክራለሁ አንድ ቀን ኦሮምኛ አንድ ቀን አማረኛ ቢሆን ጥሩ ነው ብዬ ነው ለአንተም ተከታታይ ይኖርካል በተረፈ ጥሩ ነው አብሶ ከቤተሰብ ጋር ያደረከው በአማርኛ ቢደገም አሪፍ ነው በተረፈ የምሰራው ስራ በጣም ጥሩ ነው በርታ ከዚህ የተሻለ መስራት ትችላለህ አቅም አለህ በርታ😘🙏

    • @martamekonen7455
      @martamekonen7455 Před 10 měsíci

      የ13 ዓመት ልጅ ነው አባቱ ከሞተ በኋላ ከእናቱ ሌላ ስታገባ ከቤት ከወጣ 7 አመቱ ነው እናቱ ና ብትለውም ካለው ጫና የተነሳ መመለስ አልፈለገም ጎዳና እያደር ማስቴካ ሶፍት እየሸጠ ይማራል ከዛ መሀል ይሄ ልጅ አግኝቶት እያገዘው ይገኛል ደስ እሚለው ምንም አይነት ሱስ የለበትም በጣም በሳልና በጣም የእውቀት ሰው ነው አሁን ቤት ተከራይተውለት ብቻውን እየኖረ ነው

  • @JamilaMohamed-ms4mv
    @JamilaMohamed-ms4mv Před 10 měsíci +5

    Anii kiraa manaa waggaa tokkoo irraa kamala naa dubbisaa❤❤❤❤

  • @aliyahusen6970
    @aliyahusen6970 Před 10 měsíci +11

    Rabbii isaa haa gudisuu. Jabadhuu baradhuu namani baratee lafa hin baduu ❤❤❤❤❤❤

  • @selamademsung5995
    @selamademsung5995 Před 10 měsíci +9

    ልብ ይስብራል
    አይዛክ ትልቅ ደርጃ ትደርሳልክ የእኔ ትንሺ ልጅ 😢❤

  • @hallowiyatube575
    @hallowiyatube575 Před 10 měsíci +17

    Waayyii Baayyee Garaa Namaa Hamesaa Dhugaa Nin Bo'ee 😢😢Dr Nafiyad Atii Namaa Gudadhaa 🙏 Abdiiyee Raabbii Bakkaa Guddaan Sihaagahu Gudadhuu Mucaa Cimadhaa Borruu Bakkaa guddaa Gessaa Inshaa Allah ❤❤❤

  • @maskitube4495
    @maskitube4495 Před 10 měsíci +5

    Senaa Garaa nama nyaatu😢😢
    Waqayyoo goftaan sin Haa gudisuu❤
    Artin ykn shubifnii ijolee kana Akumaa Soraa kiyyati😢😢😭

  • @KennaDerartu-jv8ob
    @KennaDerartu-jv8ob Před 10 měsíci +6

    😢😢😢😢😢 Ayyii bayee namaa gadisisaa dhugaa maloo garigaraa adaraa kesani❤❤❤❤❤

  • @SingitanYesus-nr7fz
    @SingitanYesus-nr7fz Před 10 měsíci +1

    Emmii waqqayyoo siha
    Ebbisuu kan gochuu keetii baay,ee nati dhagamhee dhugaa dubachuuf😭😭😭😭 jabadhu ammayyu inni si ummee singatuu

  • @Waanoroo
    @Waanoroo Před 3 měsíci +1

    Baay'ee natti dhaga'ame dhugaa! Yaa biyya lafaa.... I appreciate this interview!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @aayyuutube2457
    @aayyuutube2457 Před 10 měsíci +12

    Naafiikoo big respect i can't 😢maloo nan gargaara esani gargaaruu 😢

  • @yosilove1998
    @yosilove1998 Před 10 měsíci +13

    He is my hero I learn lot of thing from him big respect ❤❤🙏🙏

  • @Mesii-kd3ol
    @Mesii-kd3ol Před 10 měsíci +1

    Dhugaa senaa baay'ee garaa namaa nyatuu 😭😭 Dr Ebbifamii waaqayyoo sii haa ebbisuu

  • @InatuNedi
    @InatuNedi Před 10 měsíci +4

    Yaa rabii koo kunii jirenyaa kotii
    Bayee namaa gadisissaa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😮😢😢😢😢😢😢OMG
    Anii ilnii Ababa fi hadhaa hin qabuuuuuu😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤uuuuuffff 😮

    • @basirahmmad4163
      @basirahmmad4163 Před 6 dny

      👉☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️😭😭😭😢😢😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢😭😭😭😢😭😭😭😭

  • @samerajamaal3216
    @samerajamaal3216 Před 10 měsíci +9

    Rabbii isa haa guddisuu mashallah sammuun gaariin ilaalcha waliqixxummaa maddisiisa

  • @belayche4050
    @belayche4050 Před 10 měsíci +8

    DR God Bless you and your family ❤❤❤❤

  • @monidejenetech9192
    @monidejenetech9192 Před 10 měsíci +9

    he is a brilliant, committed, and dedicated child. Dr. God bless you, team cultural dancing organizer you are a hero for all. Emi @#1

  • @letibrhanu67
    @letibrhanu67 Před 10 měsíci +3

    ❤❤❤❤Nuu jiraadhu Heemii Namnni mullata qabuu akkakee nuuf haa baayyatu sabaabnni Lafaa kahuu mucaa kanaa goofttaa gaditti sidha,sabaabnni isaas Situu mucaa kana ofitti qabee haalanni keessa jiru keessatti,nuu jiraadhu baayyee SI jaallanna dhugaa.Doktr Atillee nuu jiradhuu Tolee jette mana mucaa kanatti waan hargamtteef❤❤❤❤❤

  • @baliyubaliyu3934
    @baliyubaliyu3934 Před 10 měsíci +8

    Yaa waaqayyoo Koo ati sabaa Koo yaadadhumee ❤❤❤

  • @hdks432
    @hdks432 Před 10 měsíci +5

    Rabii biraa Haa jiratuu ishaa Allaaha 😢😢 Bagumaa dhiraa tatee osoo 😢😢😢

  • @FtFyh-fg7iv
    @FtFyh-fg7iv Před 10 měsíci +4

    የኔ ወንድም እኔም በተመሳሳይ ህይወት ውስጥ ነው ያሳለፍኩት ፈጣሪ ይጠብቃችሁ

  • @tgoromia3556
    @tgoromia3556 Před 10 měsíci

    Uuuuffffiiiii hadhoo koo cimaa waqayyoo sii ebissee saa gudisuu senaa kee siraa yaa jijiruu jajabaa ilmaa❤❤❤❤❤

  • @genetbilo9808
    @genetbilo9808 Před 10 měsíci +8

    wow amazing good job ❤

  • @ahlamdebele1384
    @ahlamdebele1384 Před 10 měsíci +28

    ምርጥ ሰዉ ዶክታር ናፊ ያ ጌቱ ❤❤❤❤

  • @oromtitii
    @oromtitii Před 10 měsíci +2

    dhugaa heduu garaa namaa nyaata uufee ilmoon dhiraa Abbadhumaf haadhan tolte turee😢😢😢❤

  • @user-kw5mr1xx6n
    @user-kw5mr1xx6n Před 10 měsíci

    Wawu amezing. Doctor god blessing you ❤❤

  • @samemersha
    @samemersha Před 10 měsíci +4

    ዶ/ር እናመሰግናለን በጣም በቅርብ አቀው ነበር በጣም የሚገርም ልጅ ነው ማረግ ከፈለገ ያረጋል ከ3 አመት ፊት ነበር እዛ የማቀው በስራ ምክንያት እርቄ ነው ።
    ስላየከው በጣም ደስ ብሎኛል🙏🙏🙏

  • @bashat5742
    @bashat5742 Před 10 měsíci +5

    sorressi yoom bartee bakkaa gahee ?!ijoollen hiyyessa gaaru❤guddadhu ammille bakkaa gaarii waqqayyo siin haa gaahu 🎉dhiraa jechuun akkaan🎉

  • @user-ip8kj7oj5c
    @user-ip8kj7oj5c Před 10 měsíci

    Great work you are supper hero for oromo people my dear .i have a big respect for you really nafi

  • @riyadhbest8056
    @riyadhbest8056 Před 10 měsíci

    ዶክተር እጅግ በጣም እናመሠግናለን💕🙏💕❤❤❤❤❤❤❤❤
    Thanks doctor 💕🙏💕👍👍👍

  • @rosarosa9032
    @rosarosa9032 Před 10 měsíci +24

    የት አሌ አካዉንቱ የአቅማችንን እንሪዳዉ ዶክቴር አካዉንቱን አስቀምጥ ኮመንት ላይ 😢😢😢😢

  • @user-no2wu7kw3v
    @user-no2wu7kw3v Před 10 měsíci +2

    Yaa rabbi umrii kanaa akkatii rakkatee rabbuman bakkaa gudaan siin Haa gahuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @murreestara4196
    @murreestara4196 Před 10 měsíci +1

    Bayye nama Gaddisisa wlhi Rabbi haalaffisuuf takkalle...

  • @mmmsss7192
    @mmmsss7192 Před 10 měsíci +1

    Wow baayy'ee namatii tolaa dhugaa waaqayyoo jabba mucaa waaqayyoo sii'aa gudiisuu boruu kaanii kaana caalutii deemtaa hin Garra darbee gaaruumaadhaafi jabaadhuu 😢❤

  • @D-d415
    @D-d415 Před 10 měsíci +3

    ኡፍፍፍ አጀቴ ተላወሰ የኔ ውድ እኔ ልንከራተትልህ😢😢😢

  • @solomondawit8866
    @solomondawit8866 Před 10 měsíci +6

    Proud of you man 👨
    Ilma biyyaa 💪💪💪

  • @hanan.2128
    @hanan.2128 Před 10 měsíci

    WAAQAYYOO ijoollee abbaaf haadha hin qabnef yaa dhabatuu. WAAQAYYOO isaan yaa guddisuu. ❤ gaddiissaa fi abbaa dhugaa kan tahe kiristoos sin waalin yaa tahu. Dr galatoma

  • @Masarattube
    @Masarattube Před 10 měsíci

    😢😢 wawww qaxallee mucaa nuf guddadhuu waqayyoo sii haa guddissuu 💪💪💪💪💪gotaa jabbaa rakkinaf hin jilbifannee ofirraa darbee biyyaf furmattaa

  • @user-ro1bp7uv8j
    @user-ro1bp7uv8j Před 10 měsíci +7

    Mashaallaah ❤❤❤❤❤❤🎉

  • @user-tw6ks6fp8e
    @user-tw6ks6fp8e Před 10 měsíci +6

    Waaqayyoo si'aa Eebbisuu!❤❤❤❤

  • @dbv4216
    @dbv4216 Před 10 měsíci

    Waaqayyoo barra fi jireny kessan haa ebisu ❤❤❤❤❤amazing 👏❤ijoollee kana immoo goftan nuf haa gudisu🎉🎉🎉🎉❤

  • @user-rs5tt5ls3s
    @user-rs5tt5ls3s Před 10 měsíci

    WOW!Dr.dhugaadha baayyee sii jaallanna nama jabaa akkasii dawwachuu keef GOD Bless you

  • @fatemakhanam112
    @fatemakhanam112 Před 10 měsíci +9

    Rabbiin sii haa gudissuu inshaa Allah 👆

  • @kadijaa9088
    @kadijaa9088 Před 10 měsíci +3

    Maashaallah Emii hedduu galatoomii ❤❤❤

  • @user-yl2vh1kx4t
    @user-yl2vh1kx4t Před 9 měsíci

    Dhugadhaa bayyee namati tolaa rabbii sii haa ilaaluu obblessaa fayyaa 👍👍👍

  • @user-rm7ej8mx8s
    @user-rm7ej8mx8s Před 10 měsíci

    Wowww waqayo siihaa gudisuu gudadhuu idoo gudaa akka gesuu hawii kotii waa bayee siraa baredhee❤❤

  • @boonigalatoo3797
    @boonigalatoo3797 Před 10 měsíci +3

    Rabbii sirraa haa jalaattuu doctor keenna ❤

  • @zenabsharif6965
    @zenabsharif6965 Před 10 měsíci +5

    Maashaallaaa 😢😢😢😢❤

  • @obsinetmalee6182
    @obsinetmalee6182 Před 10 měsíci

    Uuuuuy waqayyoo saa ebbisuu dhugaa qaxalee koo jabadhu

  • @lili-fi2cg
    @lili-fi2cg Před 10 měsíci

    Jechaan ittiin sii ibsuu hin qabuu umuriin kee nuf haa dheraa ❤❤❤❤imimaan qabachuu dadhabee❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @sisiolika3058
    @sisiolika3058 Před 10 měsíci +4

    Mashalaaa❤❤❤❤❤❤❤

  • @likkeemekonin8288
    @likkeemekonin8288 Před 10 měsíci +5

    Waqaayo gooftaan sii haa guddisuu obbolleessa keenyaa ❤

    • @arsiitoo7120
      @arsiitoo7120 Před 10 měsíci

      ❤❤Gaalatomii Docrt atii❤❤

  • @dammeebalay1304
    @dammeebalay1304 Před 10 měsíci

    Galatommii Dr Anillee mucaa kana biraa dhabaachuu keef Waqaayyo Amayyu isaa gargaaruu hedduu garaa namaa nyaataa uuuffee❤😢😢

  • @aberashyemane3329
    @aberashyemane3329 Před 10 měsíci

    Waqayyoo iddoo gudhan sin Haa gargaruu 🎉🎉❤❤ Dr nufi jaradhuu atilee ame heduu galatommii

  • @kafaneeaebba8773
    @kafaneeaebba8773 Před 10 měsíci +5

    God bless you our doctor❤🙏

  • @Fafirruu
    @Fafirruu Před 10 měsíci +3

    Rabbiin sihaa guddisuu bakkaan sihaa gahuu hadhookoo❤ Dr galaatoomi

  • @ayanoboresa-jq7kp
    @ayanoboresa-jq7kp Před 10 měsíci +1

    Qaxalle keenya nuuf jiraadhu
    Waqayyoon umurii dheeraa siifa keenu !!
    Keep it up

  • @destadiriba6150
    @destadiriba6150 Před 10 měsíci

    Waaqayoo si yaa Eebisuu Dr naaf yaadi Guddaa galatoomii 🎉🎉🎉🎉

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar1477 Před 10 měsíci +8

    Imimmaan koo qabachu dadhabe waaqa gafuma ilalaan nama marara rabbii 😢😢😢

  • @birtukandereje
    @birtukandereje Před 10 měsíci +3

    ❤❤ Galatooma dhugaa 😢❤❤❤❤ Dr nafi and amikoo❤❤

  • @oromiyaajittu7188
    @oromiyaajittu7188 Před 10 měsíci

    Personal I learnt alot, wali gargaaru ni adda kenyaa jabadha walii haa jabeessiinu

  • @AlexAlex-rd3vv
    @AlexAlex-rd3vv Před 10 měsíci

    Yeroo dhagefadhuu imimman qabachuu dadhabbe 😢😢 Dr nafyad Galatoomi Bayy'ee si jaalan waqqayyoo umrii Kee nuuf haa dheerressuu

  • @GenetBatiry-cm9dg
    @GenetBatiry-cm9dg Před 10 měsíci +35

    ወይኔ ሆዴ ተንሰፈሰፈ 😢😢😢😢😢😢ፈጣሪ ሆይ ለብቻቸው የምኖሩት ህፃናትን ይርዳልን🙏🙏🙏

    • @user-ub8gw6pr1k
      @user-ub8gw6pr1k Před 10 měsíci

      Wowowo wowowo 👍

    • @amineam3568
      @amineam3568 Před 10 měsíci

      ያረቢየቤተሰብመለያየት ስቃይ😢😢😢

    • @obsaderessa9014
      @obsaderessa9014 Před 10 měsíci

      Bayessa seena ajahibbatti. Amoo Atis seena hojetta jirta jabadhuu

  • @riyadhbest8056
    @riyadhbest8056 Před 10 měsíci +3

    Rabbii bakkan isaa haa gahu inshallaah

  • @user-no3mc7ey5h
    @user-no3mc7ey5h Před 10 měsíci

    Wooww Dr. Immiimmaan qabachuun dadhaabeem. Jiruun koo ani dabarsee fi mucaan kun dabarsee wal natti fakkaatee .waaqayyoon karaa qabaa. Gid bless you.

  • @biroteshome7748
    @biroteshome7748 Před 10 měsíci

    Anaan bareedu koo jabaadhu kaayyoon kee guddaadha
    Dr naf yad🙏 🙏 🙏 🙏 🙏

  • @Siifoon430
    @Siifoon430 Před 10 měsíci +6

    Akkamiin gargaruu dandenyaa 😢😢

  • @madinaaahmed6736
    @madinaaahmed6736 Před 10 měsíci +3

    Rabbin siin haa gudisu kichuwan koo❤❤❤

  • @user-bv3we7tz4n
    @user-bv3we7tz4n Před 10 měsíci +2

    Waqqayyoo gooftan sin yaa yaadatuu Ebbiiffammaa❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @SeenaaArsii
    @SeenaaArsii Před 10 měsíci

    Ana Nyatuu waqayyoo seennaa kee haa jijiruu jabadhuu ❤❤❤❤❤🤲

  • @Abonesh835
    @Abonesh835 Před 10 měsíci +11

    Yaa waqaayyoo Atii mucaa kan Gargarii!!!!🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @msirajamal4515
    @msirajamal4515 Před 10 měsíci +5

    ❤and ❤❤❤❤❤❤❤❤mashalla

  • @shimellisgudeta2333
    @shimellisgudeta2333 Před 8 měsíci

    Naafyaad keessaan na qunnami ykn akkaataan ittiin si qunnamu daandii naaf bani thank you 🙏

  • @zanaboukebede1095
    @zanaboukebede1095 Před 10 měsíci +2

    Bayyee na bochise😢 garaa na nyate dhugaa dubachuf Bayyeeeen sin galatefadha 🙏❤️❤️💯

  • @user-ii7ur4ec4f
    @user-ii7ur4ec4f Před 10 měsíci +6

    😢😢😢😢😢😢😢😢የምለውጠፋኝ በእባ ነውየጨረስኩት❤❤❤❤❤

  • @kenenisabekana6147
    @kenenisabekana6147 Před 10 měsíci +6

    Wow oromoo Koo 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @gemetbulti319
    @gemetbulti319 Před 10 měsíci

    Dr. Nafyad hojii bareeda eegalte kana jabeessi itti fufi jabaadhu guddaa galatoomi

  • @masaratmasarat220
    @masaratmasarat220 Před 10 měsíci

    Dhugaa imimaan qabachuu dadhabee yoo dhagefuu goftaan lafaa yaade si ga'a jabadhuu

  • @tigstbaqual5786
    @tigstbaqual5786 Před 10 měsíci +3

    የኔ ውድ ልጅ ፈጣር ያሰድግ አይዞህን

  • @abush1305
    @abush1305 Před 10 měsíci +5

    Big respect Doctor

  • @tsehytsehy4824
    @tsehytsehy4824 Před 10 měsíci

    Dhugumatti waaqayyoon sin ha eebbisu Dr keenya💓

  • @MustefaAmano-uc5nh
    @MustefaAmano-uc5nh Před 10 měsíci +1

    Dr.Naafyaadi fi AM hedduu galatooma.guyyaa ayyaana kanaan sammuu isaanii bashanansiisuu keessaniif namoonni akka gargaaraniifi yaamicha obbolummaa godhu keessaniif.ijoolleen akka kanaa magaalota Oromiyaa guutuu keessa jiru.kanaaf yaa ilmaan oromoo bakkayyuu jirtan ijoolle akka kanaaf bira haa dhaabannu daandii irraa haa kaafnu kun yaamicha obbolummaati

  • @madenamadena1704
    @madenamadena1704 Před 10 měsíci +5

    ሱበሀን አላህ በጣም ያሳዝናል በዚ ልጅነት እየን ሁሉ ነገር ማየት በጣም ይከብዳል ጥንካሬዉን ሳላደንቅ አላልፍም ማሻ አላህ ጎዳና ላይ ሁኖ ለትምህርት ያለዉ ቦታ ነገ ትልቅ ደረጃ ይደርሳል አካዉንቱን አስቀምጡ

  • @user-xm4en8wc9g
    @user-xm4en8wc9g Před 10 měsíci +3

    ❤❤Dr garaa nama nyaata dhugaa waan nuuf qooddaniif guddaa galatoomaa hundumti keessan warri naqamtee!

  • @sifani8590
    @sifani8590 Před 9 měsíci

    Uuuuufffff bayye na bochisee
    Galatomii dr❤️❤️

  • @TollasaAshu
    @TollasaAshu Před 10 měsíci

    Dr waqayoo saa ebbisuu ebbifama hunddii keesaan 🙏 dhugaa Kuni waan ajayibaati

  • @madinaintalaxiqii5488
    @madinaintalaxiqii5488 Před 10 měsíci +27

    My hero❤❤❤❤❤galatommi 😢😢😢❤❤❤

  • @SomoIya-qh7jz
    @SomoIya-qh7jz Před 10 měsíci +4

    Oromo 🙏🙏🙏🙏❤️❤️💯

  • @user-gf6qb1ki4e
    @user-gf6qb1ki4e Před 10 měsíci

    Rabbii isaa haa gudisuu Jabadhuu baradhuu namani baratee lafa hin baduu❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-dr2re5rl3k
    @user-dr2re5rl3k Před měsícem

    Woow i love both you good job mango keep it up

  • @lensa3719
    @lensa3719 Před 10 měsíci +6

    Very good job 👍👍👍👍❤❤😂

  • @chaltulove3548
    @chaltulove3548 Před 10 měsíci +4

    ዶክቶር ናፍ ዓመት ኑርልን ❤❤❤❤

  • @ayutigech7999
    @ayutigech7999 Před 10 měsíci

    Dr nafi koo bayyeen sii jaladham waggaa dherraa nuu jiradhuu ❤❤❤❤

  • @user-qp8tm5gu8n
    @user-qp8tm5gu8n Před 6 měsíci

    Wow mashaa Allah bay'ee namaa gadisissa senaan daa'imaa kanna ta'uus akka bakaa gudaa gahuu nan amanaa isinis galatomaa