KUUDHAAMA KOO Oromo Music by Waadaa Diroo

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 6. 10. 2022
  • Waadaa Diroo
    Kuudham koo
    Arrangement and mixing Dawit Tadese
    Lyrics and melody Kedir Yasin
    Director Elias kiflu / Dani/
    DOP Beakal kebede / kuku / Elias kebede
    As.camera Tamirat Mesfin, Yared Bereded
    Makeup Soreti kiflu
    Editing and color Seyfu Fikiru
    Special thanks
    Abdisa sida
    kena Hotel
  • Zábava

Komentáře • 539

  • @sabontuusanyiihacee8795
    @sabontuusanyiihacee8795 Před rokem +2

    Wowowow baay'ee namatii tolaa ❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💪💪💪

  • @mergameseret-pg5se
    @mergameseret-pg5se Před 2 měsíci +1

    baayy'ee si ajaaibsiifadha❤ keesumaa uffannakee oggaa qamisii aadaa oromo sana keessa lixxee shuphistu ❤❤❤❤❤dhugaa jaalalakeef😢😢😢😢 fi ufata aada keenya akasiitti sabboonte uffattu baayy'een sitti boona lubbu❤❤❤❤

  • @alikodinko9158
    @alikodinko9158 Před rokem +80

    I am so happy to be a cousin of Oromo the Cushitic. I am a Gamo from Chencha town. ከሰላምታ ጋር !

    • @DW-wq2vn
      @DW-wq2vn Před rokem

      We Love You Gamo Goffa Oromo And Gamo Goffa Are Kushitic Brothers

  • @sisterlidiyatadeseasadagiye

    Weellistoota dubartootaa keessaa waadaan sagaleen kee immoo haa caalu an gara kiyyaan baay'een si jaalladha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kumabeharu4142
    @kumabeharu4142 Před rokem +22

    የዜማው ጥልቀት
    - የግጥሙ ብስለት
    - የሙዚቃው ቅንብር ውህደት
    - የዘፋኟ ጣፋጭ ድምፀት
    - የሺዲዮው ውብ ኢትዮጵያዊነት
    ሁሉም ነገር ድንቅ ነው!! ❤❤❤🙏GoodLuck Sis Jabaadhu

  • @ebisatube430
    @ebisatube430 Před rokem

    Sagaleen kiiloleen, yeedaloofi wolaloon tuttuqqii seenaatiin dabaalame yoo wol sime akkam, akkam namatti tola!! Waadaa guddoo sitti gammade!!💔👏

  • @workualemu65
    @workualemu65 Před rokem +1

    kudhaama koo yaa kaadhimee wawuuu Waada smart music.akka malee natti tolee jabeessii kormee teenya!!!

  • @tabordabala8895
    @tabordabala8895 Před rokem

    ❤❤❤❤❤❤ waw!!! Jechan dhabe si jajuuf ❤❤❤❤❤giftii Oromiyaa yoon siin jedhe nati tola gudadhu kana caala😇😇😇😇😇😇😇😇

  • @HamziTv2014
    @HamziTv2014 Před rokem +8

    Quality 100%
    Sound %%100
    Video %%100
    Heddu nati tole jira ❤❤

  • @aynalemmenagistu9171
    @aynalemmenagistu9171 Před rokem +1

    Osoon rgadu huccuu madm gubate intaloo qaxalee koo hojii kee🙈💘💚💘😍⚫🔴⚪💚💚😍😍😍😍😍😍😍Oromoo koo💋💋💖💖💖💖💞💞💕💕💗

  • @nimonateressa7224
    @nimonateressa7224 Před rokem

    Kudhaama koo Yaa damma shoolee
    Fudhuu nan galii gara boolee
    Waadaa kiya wallee bay'ee hawwataadha Galatoomi.
    Jabaadhu

  • @Caayaa4130
    @Caayaa4130 Před rokem

    Anaa dhufu Waadaakoo
    Jabduu Gootittii sabaa
    Fakkeenya dubartoota
    Badhaafamuu sagalee jabaa
    ❤💚❤🙏

  • @anisaanyijawee556
    @anisaanyijawee556 Před rokem +1

    Kilpin ijolee lamaan tuni keessaa jirtuu hedduu naati tolaa anaa wly tuluu fii zanaa❤

  • @mza2884
    @mza2884 Před rokem +13

    I don't have words to appreciate your work but I can say I am proud of you.

  • @gadatube1231
    @gadatube1231 Před rokem

    Wow bayyee namaa tolaa jabaadhuu kan kanaa olii qabaatee dhufuu qabdaa yeroo itti aanuu

  • @mergameseret-pg5se
    @mergameseret-pg5se Před 2 měsíci

    an kudhaamaken siif ta'aa hindhiphatin ati sabboontun keenya utuun jiruu jaalalan miidhamuu hinqabdu yoomuu❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ezdinozil3738
    @ezdinozil3738 Před rokem

    Wowowowoow. Bayeee baredaa hojii garidhaa nuf jabaadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ifatesfaye4755
    @ifatesfaye4755 Před rokem

    Woooww waada bayyee baredaa jabbadhuu ittii fufii hundii isaalee bareedaa hojiinsaa🙏

  • @Sghshdhdhdhuuuuuu
    @Sghshdhdhdhuuuuuu Před rokem +1

    Wowo jiraadhuu jabiduu tenyaa ❤️❤️💚💚❤️❤️

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia5833 Před rokem

    Qaashtii waadaa diroo intaala oromoo sagalee akka bishaan lagaa kee yeroo dhagahuu duri irraa natti tolta wallahii
    Hojii bareedda hojjatte dhugaa
    I'm oromo first, now living français

  • @orostar7396
    @orostar7396 Před rokem +7

    Wow best standard music 🥰🥰👌
    Liked it from oromo medagaskar ♥️✅♥️🎶🎵🤙

  • @hamziyageleto5846
    @hamziyageleto5846 Před rokem

    Leencitti tiyya nuuf jiraadhuu sagalee akkanaa argee hin beekuuf dhugaa waadaa teenya🥰🥰🥰🥰🥰

  • @hussienabdulgefar
    @hussienabdulgefar Před rokem +2

    Kudhaama koo yaa dammaa koo♥️♥️♥️ #Waadaa qaalii namaa

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před rokem

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii❤🙏🙏❤❤❤🙏🙏

  • @Oljiraa
    @Oljiraa Před rokem +7

    Woow! Woow! Waadaa I am impressed by your best Oromo music, what a lyrics, what a message, My Oromo sister, Ijarraa hafi..keep up the good work girl..Amma yeroon keeti.

  • @Hirut6096
    @Hirut6096 Před rokem

    bareedu ko galatoomi 💓💓💓💓woowwwww dhugaa eelsa nuguse 2ffa

  • @oromotimes3901
    @oromotimes3901 Před rokem +1

    Wow Jabduu Oromoo baayyee dandeessa jabaadhu, galatoomi

  • @tilahunbekele3425
    @tilahunbekele3425 Před rokem +1

    Voice 100%
    Vedio 100%
    Quality 100%
    Jabaadhaa qomoo koo
    Hedduu namatti tola

  • @bonabedada
    @bonabedada Před rokem

    Finfinneetti Magaala Guddoo Oromiyaatti Sirbuun keeyyuu nuf Addadha Jabaadhu Qacalee intala Oromoo Waadaa Diroo!!!

  • @qaaseemantube6182
    @qaaseemantube6182 Před rokem

    Baay'ee. Namatti tola wadda koo jabadhuu itti fufii qashitti teenya👌👌👌👌👌from Arsi Oromia

  • @oromiyaaoromiyaa3086
    @oromiyaaoromiyaa3086 Před rokem +2

    Intalli hirribaa nuu kaafte 😄😄😄😃😃😃😃 Amazing good job

  • @ahmedkunis77
    @ahmedkunis77 Před rokem +3

    Xaaliyaanirraahi
    sirba Oromoo haalaaniin jaaladha❤

  • @odaakootube3654
    @odaakootube3654 Před rokem +1

    Kudhaamaa koo baay'ee natti toltee!!! Asuuma n maatii naaf taha Mee!!!

  • @safuutv
    @safuutv Před rokem

    wow waadaakoo... waadaakoo gattee garuu xiqqoo nan yaadduu maaligaa

  • @ismailalmadi1085
    @ismailalmadi1085 Před rokem

    Wanin sin jedhun dhabe dhugaa rabbii hojjii akkaan bareduudha bayyee nattii tole

  • @AbdirahmanMaanka-xq2uk

    Jabli ewa ihdik olk ala jal dija nta whdi ur ih ana 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹❤❤❤❤❤❤ma chérie ok slmk bb wlh ghir nta? or full 🔥🔥🔥🔥🔥

  • @biftuusabaa8993
    @biftuusabaa8993 Před rokem

    Sagaalee kee baayee bareedadhaa sagaalee Elsaa nuguusee fakkaataa jabaadhuu qashittii❤

  • @hundarraagaaddisaa2307
    @hundarraagaaddisaa2307 Před rokem +1

    Dabartii cimtuun, Akka keetii nuuf, haa baay'atan.Bareechitee hojjette, itti fufi.

  • @kdwtds9993
    @kdwtds9993 Před rokem +4

    Good job my sweet sister ❤️ 💖 💕 💓 ♥️ 💗 I can't stop hearing your incredible voice ❤️ 😍 ♥️ 💖

  • @BK4305
    @BK4305 Před rokem

    Baayyee bareeda
    Ergaa guddaa Biyya koof
    Qubee koo
    Suuraa Jalqaba muldhatu irratti

  • @tigisiti4115
    @tigisiti4115 Před rokem

    wowowow Bayyee Namati Tollaa Oromititi tenyaa❤❤❤

  • @abdiinashaatube448
    @abdiinashaatube448 Před rokem

    Yooyaa harkaa fuunee jirra jirtu ummata keenyaa like sher ittii roobsaa maaloo hojiin kunii hojii aja'ibaatii.
    Waadaa hedduu galatoomii qaalii hojii bareedaa nuu fiddee.

  • @mannashaatube1410
    @mannashaatube1410 Před rokem

    Sagalee ishee 🥰🥰🥰🥰🥰
    si magan abbiyyoo Sheekanaa huseen
    Akkam das jedha qashtii too🥰🥰🥰

  • @lammiitaakkalee6262
    @lammiitaakkalee6262 Před rokem

    waawoo!! anaaan baayyee natti tole baayyeema tokkon jaalladhe Aboo jabaadhu

  • @oftanenusful
    @oftanenusful Před rokem +1

    sirbi kun natti toleeraa! sirba bareeda waan nuf gummaachitaniif galatooma! this music so amazing. I like it!!!!!!!!!!!!!!! do more!!!!!!!!!!!!!!

  • @HARMEE-OROMIA
    @HARMEE-OROMIA Před rokem +1

    wow waan ajaa’ibaati ❤ darbii jiraadhu

  • @hassenahmed9222
    @hassenahmed9222 Před rokem

    Waw baayye namati tola waadaa diroo❤💚❤

  • @sakataabera1
    @sakataabera1 Před rokem +3

    I am from Arctic Ocean. I love Sirba Waadaa Dirroo always!!!!

  • @abdiiwalloo626
    @abdiiwalloo626 Před rokem +1

    Wow Qashti😍🤗

  • @baahirdahir5842
    @baahirdahir5842 Před rokem

    Haluma kanani itti fufi siribi kee bayyee bareeda oromitit qali atti oromofi keenadhaa 💔💔💔❣❣❣💟💕💕💞💓 bayyee si jalanaa 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

  • @MURROOTUBE
    @MURROOTUBE Před rokem

    Miss you our qashti 😘 Jaalala naqabsiise dhugaa

  • @habtishpsychologist9976
    @habtishpsychologist9976 Před rokem +3

    This is the best music, loved it! Her energy, melody, move.....everything EMPHUAA👍👍❤❤

  • @qeerroostudio8541
    @qeerroostudio8541 Před rokem

    Saffuu fi Aadaa oromoo egee jira.
    Garuu bayyee tu hafa

  • @heywet
    @heywet Před rokem

    Yehanen neber yemeferut yehe gene honebchew! 😃😃😃😃 Of course ye medru balebetoch yemechachew!💕💕💕💕❣️❣️❤️💚❤️

  • @smartor3313
    @smartor3313 Před rokem

    Qaashiti nama 🥰

  • @abdisaturi2438
    @abdisaturi2438 Před rokem +1

    Welcome Kilolee! Sirbi kee adda!!...

  • @nabsoqabso2773
    @nabsoqabso2773 Před rokem

    wooooow hedduu namatti tola waadaa diroo keenya

  • @galmoshow4397
    @galmoshow4397 Před rokem +3

    Wow Ummata Qashxii like itti roobsaa🙏💖💖

  • @lijabatuboy2386
    @lijabatuboy2386 Před rokem

    Wow wow waadaa too bayyee nama gammachiisa!!a great job

  • @garumabarkessa1993
    @garumabarkessa1993 Před rokem +15

    Thank you very much Waadaa for your such kind of music which has a lot of messages and deep reflectios about Oromos`s culture.from Brasil.

  • @digitalfanny9184
    @digitalfanny9184 Před rokem +1

    I am Bangladeshi boy big fan ❤️‍🔥❤️‍🔥

  • @mosiyhgeleta5040
    @mosiyhgeleta5040 Před rokem +1

    ❤️❤️❤️❤️ bareedduukoo jabaadhu dhiigakoo

  • @nuredinkorma4526
    @nuredinkorma4526 Před rokem +1

    wow bayyee namati tola jajabadhu

  • @ademjemal9593
    @ademjemal9593 Před rokem +1

    HEEDUU namattii tolaa Heeduu Sii jalaladhaa music kee !!!!

  • @nafrobikabikilayadeta4411

    Baayyeen itti gammadee Wadaa keenya nu jiraadhu!!

  • @jishadesalegn9349
    @jishadesalegn9349 Před rokem

    kudhaama koo yaa damma shoolee, Fudhuu naan gali gara boolee....

  • @baahirdahir5842
    @baahirdahir5842 Před rokem +2

    Very good 👍 👏 oromititi koo sinin bonaa

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před rokem

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii🙏❤❤❤🙏🙏❤❤❤🙏🙏

    • @baahirdahir5842
      @baahirdahir5842 Před rokem

      @@hawioromtititube ati enyuu sin bekkinee

  • @cherekoo204
    @cherekoo204 Před rokem +6

    What a nice poem, lyrics, music, and combination!

  • @hajiramohammed6161
    @hajiramohammed6161 Před rokem +1

    Beautiful grill with high quality music,very nice voice and high confident I wish you to have long life bareduu sanyiikooo

  • @user-yy4py2hx4o
    @user-yy4py2hx4o Před rokem +8

    ምርጥ ስራ ነው እውነት ሶሻል ሚዲያ ዘግይቶም መምጣቱ ጠቀሜታው የጎላ ነው ለምስጊኑ ሕዝብ በተለይ ለአፍሪካውያ

  • @gosabachaoffice2891
    @gosabachaoffice2891 Před rokem +1

    Wow waadaa teenyaa nuuf Jabadhuu

  • @ittifufaatube707
    @ittifufaatube707 Před rokem +1

    Dhugaa hedduu natti tolee hojii bareeda

  • @abdulhakeemtolaa9650
    @abdulhakeemtolaa9650 Před rokem

    Ajab SAGALEE ishee Jabaadhu Jabduu TEENNAA 🥰

  • @wasanahammadeen8736
    @wasanahammadeen8736 Před rokem

    Wowo well came best music 🎶 🎵 👌 😌 🙌 👏

  • @oromiyaakoo2021
    @oromiyaakoo2021 Před rokem

    Waadaa bareeddu ❤️❤️❤️

  • @Oromambo
    @Oromambo Před rokem

    Sirba bareedaa. Ati illee bareedduu dha. Garuu ofdiimeessuuf hinyaaliin. Magaala bareedduu dha ati. Halluu uumamaa ofiittii boonuun ijoollee xiqaaf fakkeenya ta'a.

  • @selaletube7121
    @selaletube7121 Před rokem +2

    Encourage this woman. She is visionary Artist! She is good it

  • @falmeemd2205
    @falmeemd2205 Před rokem +1

    Welcome Wada Diro

  • @omeryasin4657
    @omeryasin4657 Před rokem +2

    What a smart and sweet lyrics and melody with the attractive sound wow wow. Go on I'm proud of you 💯💯

  • @tizazukelbesa962
    @tizazukelbesa962 Před rokem +1

    Wadaa good job🤩

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před rokem

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii❤🙏🙏🙏❤❤❤❤

  • @amantifikiru5630
    @amantifikiru5630 Před rokem

    Wow sagalee ajaa,iba qabda jabaadhu

  • @Firexent
    @Firexent Před rokem

    I can't Believe it! Baay'ee Namatti Tola!

  • @wonduyirga7408
    @wonduyirga7408 Před rokem

    Wow!hojii gariidhaa galaatomaa

  • @husseinkubi4925
    @husseinkubi4925 Před rokem +6

    The sound is so natural 👄👄❤️❤️ jabaadhuu🌳🌳 love from Kenya🇰🇪🇰🇪

    • @DW-wq2vn
      @DW-wq2vn Před rokem

      Jabbaadhuu Son Of Borrana Oromo We Love YoU

  • @gadaacom3495
    @gadaacom3495 Před rokem

    Aaaaah Yaa Sanyii mootii Maal siif haa tahu mee 💋💋💋💝💝💝💝🎉🎉🎉🎉💝💝💝💝😘😘😘😘😘😘💝💝💝💋💝💝💝💝💝

  • @infotechseid
    @infotechseid Před rokem +12

    i am from madagascar i love you oromo music🥰😍

  • @mohammedbilisummaa22
    @mohammedbilisummaa22 Před rokem +1

    Jabaadhu jabduu teenna

  • @burqasawa
    @burqasawa Před rokem +1

    Atiis lafa Qotii Aniis Naan Haramaan Harama intala shawa. Qonniti garuu Qonna jaalalaa tahu qaba

  • @barentoochannel15
    @barentoochannel15 Před rokem

    Jabduu intalaa
    Kan sagalee dammaa jiraadhu. !!

  • @samidtr3200
    @samidtr3200 Před rokem +3

    Nice wada jabadhu
    Voice 100%

  • @tescomobiles5788
    @tescomobiles5788 Před rokem

    Waani baredaa ❣️🙏

  • @heywet
    @heywet Před rokem

    Waaaaaw👌👌👌👌👌👌

  • @danukorra3788
    @danukorra3788 Před rokem

    "Goojjam Matakkalii"? Moo maal jette! Kuni nama hubatee si dhagaheef si adabsiisa. Matakkal Goojjam miti. Maalumadha namni walaloo kana barreessu?
    finally a
    I admire how you song and your miracle Voice. Jabaadhu.

  • @kayobabufufa2094
    @kayobabufufa2094 Před rokem

    Fayyaa ta'aa
    Maatii waliif haa taanu

  • @mengistuabera4422
    @mengistuabera4422 Před rokem

    akkasi kunoo qaxalee intalaa " i appreciate your music waada kiyaa jabadhu jabduu ko " finfinne irra"

  • @bonsatibeso528
    @bonsatibeso528 Před rokem +2

    Wow jabduu nama Amazing 😍😍😍😍

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před rokem

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii❤❤🙏🙏🙏❤❤❤❤

  • @abduramanhussen4526
    @abduramanhussen4526 Před rokem

    Jabbadhuu baredu tiyyaa bagaa oromoo tatee

  • @bilisumamedia987
    @bilisumamedia987 Před rokem

    Wadakoooo hoji ajaibattii jabadhuu

  • @user-gr7yf4ux3i
    @user-gr7yf4ux3i Před rokem +2

    Wow wow wow Amazing music ❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰

  • @gezumelka226
    @gezumelka226 Před rokem +2

    Woow! Waadaa I am impressed by your best Oromo music, what a lyrics, what a message, My Oromo sister, Ijarraa hafi..keep up the good work girl..Amma yeroon keeti! itti fufi.....❤💚❤

  • @jemanmultimedia9979
    @jemanmultimedia9979 Před rokem +2

    I am from oromia but I like oromo music 🎶🎶🎶 oromo sii jalladha

    • @hawioromtititube
      @hawioromtititube Před rokem

      Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii❤🙏❤❤❤