Billaa qottoo baatanii nutti naanna'anii.../ Faar.Dirribaa Baabuu - Iyyafannoo

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 8. 09. 2024
  • #SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
    SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
    / moaatv
    CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
    / @moaatv479
    Copyright ©2020: Mo'aa TV
    Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Komentáře • 5

  • @kayobabufufa2094
    @kayobabufufa2094 Před měsícem

    Woow! Faarfataa Waldaa koo jalqabaa keessaa Dirribaa Baabuu fi Addisuu Waayimaa warran faarfannaa isaan irraa dhaga'eedha. Fakkeenyummaa guddaa dhalootaaf nama ta'uudha. Waaqayyo si haa eebbisu nuuf jiraadhu Dirroo.

  • @dnkjesusislorddnk1130
    @dnkjesusislorddnk1130 Před měsícem

    Akkaminan simalee jiraadha uuuuuufffeeee faarfannaa ani baay'ee jaalladhu eebbifamaa ❤

  • @LemiMulgeta
    @LemiMulgeta Před měsícem

    Hewaan tumsaa isiin mo'aa waliin taasiftaani namoota gurguddo fi jajjaboo bu'ii ba'ii jirenyaa isaanii irra nuuf qoodan nuuf dhiyessuu keessaniif waaqayyo abban kenyaa baraaf jirenyaa keessan ha ebbisuu
    Hadaraa wantan jedhu yoo jiraate farfattotaa durii keessaa abbarash danyachoo maalo nu iyyafadha nuuf dhiyessaa nama jabduu nu jalaa miliqxe kana nuuf barabaada nuuf deebisaa

  • @fikrubeyene-w2m
    @fikrubeyene-w2m Před měsícem

    Adaràa faarfattoota durii nuf iyyaafadhaa

  • @mastuforjesus8567
    @mastuforjesus8567 Před měsícem

    Waaawwwoo