ADAMA BROADCASTING SERVICE - ABS
ADAMA BROADCASTING SERVICE - ABS
  • 569
  • 89 490

Video

Koomishiniin Farra Malaammaltummaa Oromiyaa Gamaggama Hojii Kurmaana 4ffaa Geggeesse.
zhlédnutí 4Před 8 hodinami
Koomishiniin Farra Malaammaltummaa Oromiyaa Gamaggama Hojii Kurmaana 4ffaa Geggeesse.
M/Adaamaatti Halkan Dabalatee Piroojektoota Xumuruuf Hojiin Hojjetamaa Jiraachuutu Himame.
zhlédnutí 46Před 9 hodinami
M/Adaamaatti Halkan Dabalatee Piroojektoota Xumuruuf Hojiin Hojjetamaa Jiraachuutu Himame.
Marii ogeeyyii fayyaa keellawwaan fayyaa Godina Shawaa Bahaa daawwataniin gaggeeffame.
zhlédnutí 19Před 2 hodinami
Marii ogeeyyii fayyaa keellawwaan fayyaa Godina Shawaa Bahaa daawwataniin gaggeeffame.
Biiroon Carraa hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa waldaalee Intarpiraayizootaa ceesise.
zhlédnutí 42Před 2 hodinami
Biiroon Carraa hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa waldaalee Intarpiraayizoota kilaastara Bishooftuu 318 gara abbaa qabeenyaa guddattuu giddu galeessaatti ceesise.
Ogeeyyiin fayyaa G/Oromiyaa daawwannaa Buufaataalee fi keellawwaan fayyaa G/Sh/Bahaatti taasisan.
zhlédnutí 47Před 4 hodinami
Ogeeyyiin fayyaa G/Oromiyaa daawwannaa Buufaataalee fi keellawwaan fayyaa G/Sh/Bahaatti taasisan.
Hawaasni Aanaa Dhakaa Adii Kenna Tajaajilaa Bakka Tokkootti Gammaduu Himan.
zhlédnutí 62Před 4 hodinami
Hawaasni Aanaa Dhakaa Adii Kenna Tajaajilaa Bakka Tokkootti Gammaduu Himan.
Ministarrii Fayyaa dhimma dubartootaa,daa'immanii fi qaama miidhaamtoota irratti marii geggeesse
zhlédnutí 14Před 7 hodinami
Dhaabbilee fayyaa keessatti fayyadammummaa dubartootaa,daa'immanii fi qaama miidhaamtoota mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjatamaa jiraachuun ibsame. Dhimma kana irratti qooda fudhattoota Dhaabbilee fayyaa naannoolee garagaraa waliin magaalaa Adaamaatti marii'atamee jira.
Baankiin Dhiigaa Damee Adaamaa kabaja guyyaa galateeffannaa Arjoomtota Dhiigaa gaggeesse.
zhlédnutí 39Před 9 hodinami
Baankiin Dhiigaa Damee Adaamaa kabaja guyyaa galateeffannaa Arjoomtota Dhiigaa gaggeesse.
M/Adaamaatti Interpiraayizotaaf Deggersi Kenname.
zhlédnutí 85Před 9 hodinami
M/Adaamaatti Interpiraayizotaaf Deggersi Kenname.
Buufata Fayyaa Matahaaraa
zhlédnutí 24Před 9 hodinami
Buufata Fayyaa Matahaaraa
Manni murtii ol-aanaa magaalaa Adaamaa yuunivarsiItii Saayinsii fi teeknoolojii Adaamaa galateeffate
zhlédnutí 37Před 9 hodinami
Manni murtii ol-aanaa magaalaa Adaamaa deeggarsa meeshaalee diijitaalaa marsaa 1ffaa yuunivarsitiin Saayinsii fi teeknolojii Adaamaa isaaf taasiseefiif sirna addaa qopheessuun galateeffate
Ministeera Galiiwwaniitti waajjirri D/Adaamaa galii qarshii biliyoona 3.53 walitti qabuu beeksise.
zhlédnutí 42Před 12 hodinami
Ministeera Galiiwwaniitti waajjirri D/Adaamaa galii qarshii biliyoona 3.53 walitti qabuu beeksise.
M/Adaamaa Ku/Mag/ Booleetti Hojiin Tajaajila Lammummaa Gannaa boolla biqiltuu qopheessuun Eegale.
zhlédnutí 24Před 12 hodinami
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Booleetti Hojiin Tajaajila Lammummaa Gannaa boolla biqiltuu qopheessuun Eegale.
Daawwannaa hojiilee damee tajaajilaa mana qopheessaa magaalaa Adaamaa
zhlédnutí 49Před 14 hodinami
Hojjettootni waajjira af yaa'iifi mana marii magaalaa Adaamaa hojiilee damee tajaajilaa mana qopheessaa magaalaa Adaamaa daawwatan.
Magaalaa Adaamaatti Hoji-barbaaddota Kuma 94 Gurmeessuun Hojiitti Galchuuf Karoorfamuun Himame.
zhlédnutí 46Před 14 hodinami
Magaalaa Adaamaatti Hoji-barbaaddota Kuma 94 Gurmeessuun Hojiitti Galchuuf Karoorfamuun Himame.
M/Adaamaatti Qonna Gannaaf Qophiin Taasifamuu Ibsame.
zhlédnutí 51Před 14 hodinami
M/Adaamaatti Qonna Gannaaf Qophiin Taasifamuu Ibsame.
Koomishiniin Farra Malaammaltummaa Oromiyaa Aartistoota Oromoof Leenjii Kennuu Eegale.
zhlédnutí 55Před 16 hodinami
Koomishiniin Farra Malaammaltummaa Oromiyaa Aartistoota Oromoof Leenjii Kennuu Eegale.
Koreen Dhaabbii Magaalaa Adaamaa Piroojektoota Ijaarsarra Jiran Daawwatan
zhlédnutí 57Před 19 hodinami
Koreen Dhaabbii Magaalaa Adaamaa Piroojektoota Ijaarsarra Jiran Daawwatan
Bul/Mag/Adaamaatti kutaan magaalaa luugoo karoora tajaajila lamummaa gannaa ifatti eegalchiise.
zhlédnutí 72Před 19 hodinami
Bul/Mag/Adaamaatti kutaan magaalaa luugoo karoora tajaajila lamummaa gannaa ifatti eegalchiise.
Piroojektootni Hojjetaman Gaaffii keenya Deebisan Jedhan Jiraattotni Aanaa Boosat.
zhlédnutí 34Před 21 hodinou
Piroojektootni Hojjetaman Gaaffii keenya Deebisan Jedhan Jiraattotni Aanaa Boosat.
Waraqaan ragaa Leenjitoota leenjii Moojulaaraa Xummuraniif Waajjira galii damee Adaamaatiin kenname.
zhlédnutí 38Před 21 hodinou
Waraqaan ragaa Leenjitoota leenjii Moojulaaraa Xummuraniif Waajjira galii damee Adaamaatiin kenname.
Kom/Naamusaa fi farra malaammaltummaa Na/Oromiyaa manneen sirreessaa Oromiyaatiif leenjii kenne!
zhlédnutí 34Před 21 hodinou
Kom/Naamusaa fi farra malaammaltummaa Na/Oromiyaa manneen sirreessaa Oromiyaatiif leenjii kenne!
Oduu:- Eebba Milishaa fi Gaachana sirnaa Aanaa Liiban Cuqqaalaa.
zhlédnutí 38Před 21 hodinou
Oduu:- Eebba Milishaa fi Gaachana sirnaa Aanaa Liiban Cuqqaalaa.
Magaalaa Adaamaatti Sosochiin Mas Ispoirtii Dirree Irraa Geggeeffame.
zhlédnutí 27Před dnem
Magaalaa Adaamaatti Sosochiin Mas Ispoirtii Dirree Irraa Geggeeffame.
K/M/Daabeetti H/Qalleeyyiidhaaf Badhaadhina Maatii Mirkaneessuuf Deggersi Garaa Garaa Taasifame.
zhlédnutí 36Před dnem
K/M/Daabeetti H/Qalleeyyiidhaaf Badhaadhina Maatii Mirkaneessuuf Deggersi Garaa Garaa Taasifame.
Magaalaa Adaamaatti Dokumantarii Sosochii hojii Misoomaa fi Nageenyaa Kutaa Magaalaa Daabee!
zhlédnutí 96Před dnem
Magaalaa Adaamaatti Dokumantarii Sosochii hojii Misoomaa fi Nageenyaa Kutaa Magaalaa Daabee!
M/Finfinneetti Gareen Tola Ooltummaa K/M/Araadaa M/Adaamaatti M/B/Gadaa Melbaaf Deggersa Taasisan.
zhlédnutí 43Před dnem
M/Finfinneetti Gareen Tola Ooltummaa K/M/Araadaa M/Adaamaatti M/B/Gadaa Melbaaf Deggersa Taasisan.
Magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa Abbaa Gadaa Aanaa Odaatti tajaajilli lammummaa gannaa eegale.
zhlédnutí 67Před dnem
Magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa Abbaa Gadaa Aanaa Odaatti tajaajilli lammummaa gannaa eegale.
Magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa Abbaa Gadaa Aanaa Odaatti tajaajilli lammummaa gannaa eegale!
zhlédnutí 22Před dnem
Magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa Abbaa Gadaa Aanaa Odaatti tajaajilli lammummaa gannaa eegale!

Komentáře

  • @haymiishow
    @haymiishow Před dnem

    Sin wajin hojedhaa

  • @haymiishow
    @haymiishow Před dnem

    Nasii dabalaa

  • @DfgFgg-bu5nf
    @DfgFgg-bu5nf Před 3 dny

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @UnknownAcc-kp3dv
    @UnknownAcc-kp3dv Před 9 dny

    Wara abba gara qofaa isin iyeshaa boshisa kan isimart kan jetan dhalota boshisa mit misomin kijiba kesan ama digidan gafa ijaramu esaa turtan

  • @BjdHhd-by4bi
    @BjdHhd-by4bi Před 15 dny

    Jabadhaa

  • @WendyWork-dq9pl
    @WendyWork-dq9pl Před 20 dny

    በርታ ወንድማችን ገና ከዚህ በላይ ትሆናለህ ያንተ ደረጃ እዚህ ላይ አይደለም የምንጠብቀዉ በርታታታ የድሀ አባት

  • @FagerFager-mz6fb
    @FagerFager-mz6fb Před 21 dnem

    ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @FagerFager-mz6fb
    @FagerFager-mz6fb Před 21 dnem

    ❤❤❤❤❤

  • @amanabariisa
    @amanabariisa Před 23 dny

    Waan gaari

  • @dereqeneni1635
    @dereqeneni1635 Před měsícem

    sirbi kun nama nazzarti/butti akka electrikii. so electrfying song. yaa mooqa dubartii yaa goota durattii!

  • @BjdHhd-by4bi
    @BjdHhd-by4bi Před měsícem

    Jabadha

  • @ebsabelay671
    @ebsabelay671 Před měsícem

    ❤❤❤❤❤xuree gotaa

  • @wondwosenyegoraw9691
    @wondwosenyegoraw9691 Před měsícem

    አንበሳ በርታ

  • @DiribeMuleta-kr7is
    @DiribeMuleta-kr7is Před měsícem

    Barattooaa injinerii baratan waggaa5 olii waan taha jiranif akkamiti hirmataa misoma kana akka than hojii dhbidumaa keessaan itti bahaanif beekisisaa keessaan ittiargachuu dandeenuu nuf ibsa

  • @HassneAhemed-ih7fe
    @HassneAhemed-ih7fe Před měsícem

    ይሄነዉ ጀግንነት አንበሳዬ

  • @HassneAhemed-ih7fe
    @HassneAhemed-ih7fe Před měsícem

    ወንድዬ በእዉነት ኮራንብሽ የበለጠ ፈጣሪ ይርዳህ ወንድሜ

  • @user-gt6fm8dj3c
    @user-gt6fm8dj3c Před měsícem

    ❤❤ dhuga kesani

  • @WendyWork-dq9pl
    @WendyWork-dq9pl Před měsícem

    ወንድሜ በርታ ከፈጣሪ የሚያገናኝ ስራ ነው እግዛብሄር ያግዝህ

  • @user-uo5zj4fs8o
    @user-uo5zj4fs8o Před měsícem

    Oromo pepele are hiro

  • @user-uo5zj4fs8o
    @user-uo5zj4fs8o Před měsícem

    Senani kun gera nemaagatema

  • @Kuwait-gd5vq
    @Kuwait-gd5vq Před 2 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤💔💔💔💔💔💔😭😭😭💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾🌳🌳🌳🌳🌳🌳👌👌👌👌👌👌👌🥰🥰🥰🥰

  • @JundikasoAhmed
    @JundikasoAhmed Před 2 měsíci

    I/GQonnaa kutaaMagaalaa Boolee

  • @LamesaBoru
    @LamesaBoru Před 2 měsíci

    Very nice job! This should be encouraged and initiated I would like to say go ahead to all harambee university employees and administration

  • @aberafeyisa6279
    @aberafeyisa6279 Před 2 měsíci

    Jabbadhaa M/A

  • @SebleSebli-hq7wf
    @SebleSebli-hq7wf Před 2 měsíci

    Xilaahun

  • @user-yk4zq5jr2m
    @user-yk4zq5jr2m Před 3 měsíci

    All oromos are heroic!!!

  • @Kuwait-gd5vq
    @Kuwait-gd5vq Před 3 měsíci

    💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾💪🏾🌳🌳🌳🌳🌳♥️♥️♥️♥️♥️♥️🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳👌👌👌👌👌👌👌👌👌🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @Kuwait-gd5vq
    @Kuwait-gd5vq Před 3 měsíci

    ♥️♥️♥️♥️💚💚💚💚💚♥️♥️♥️♥️♥️🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭👌👌👌👌👌👌🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @dineabdi-nj1gy
    @dineabdi-nj1gy Před 3 měsíci

    ❤❤❤❤❤

  • @oliifantube1210
    @oliifantube1210 Před 3 měsíci

    Good work🎉

  • @tasisahundessahordofa7549
    @tasisahundessahordofa7549 Před 3 měsíci

    Sanyii walee Walisoo ta'uun koo baay'ee na boonsa.

  • @user-re1qs2xz7k
    @user-re1qs2xz7k Před 3 měsíci

    💪💪💪💪💪👍😍😍😍

  • @user-tk4mr1fj7f
    @user-tk4mr1fj7f Před 3 měsíci

    Biyyi Itiyophiyaa jedhamtu Oromoo fi Fardeen keenya gibira kaffalchisuu malee, takka nagahee(beekamti) nuuf kennite hin beektu.Wayi Oromoo? wanti nuti hin taane jira Afrikaa keessatti?

  • @WORLDWEB312
    @WORLDWEB312 Před 4 měsíci

    I see your channel 999 subscribers, And I decided to subscribe it and now it has 1k.

  • @user-qy3zy9sx6b
    @user-qy3zy9sx6b Před 4 měsíci

    Part 1.2.3.... nuuf fidaa please

  • @user-qy3zy9sx6b
    @user-qy3zy9sx6b Před 4 měsíci

    Lencaa kenyaa maal gonnaare osso luubbuun jurattani isiin argiinee😢❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @user-td4ih8yo3m
    @user-td4ih8yo3m Před 4 měsíci

    Gotaa kenya 😭😭😭♥️♥️❤️💪

  • @user-kc8cz1hs7r
    @user-kc8cz1hs7r Před 4 měsíci

    8

  • @oriaadiga4011
    @oriaadiga4011 Před 5 měsíci

    🎉

  • @daartugabi
    @daartugabi Před 5 měsíci

    ❤🎉 www🎉🎉❤

  • @KadijaHassen-pj6vv
    @KadijaHassen-pj6vv Před 5 měsíci

    🙏🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🙏👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @user-by6xe3he2h
    @user-by6xe3he2h Před 5 měsíci

    ❤❤❤❤

  • @ShifarraaItichaa
    @ShifarraaItichaa Před 5 měsíci

    Qaroo sabaa

  • @user-gz6kr9dx9y
    @user-gz6kr9dx9y Před 5 měsíci

    Masha Allah Masha Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AYANADEBELA-zo7tm
    @AYANADEBELA-zo7tm Před 5 měsíci

    qalamni kee haa mirgisu sirkaa hin qooriin seenaa gootota oromoo akka kanaa dabalii nuuf dhiyyeessii

  • @user-xz3hu2bv5f
    @user-xz3hu2bv5f Před 6 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤ በትክክክል

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 6 měsíci

    ❤ifaaScience fuulliii Beekumsii Eegumsaa dursii mootummaan Gaafa lafaattii dhufee gammadee Of Caqasii gaafa hawaasaa naannoo cufaafuu am sorry Eegumsaa aswrwb laftis rifaatuun dhibeedhaa.kanaf mootummaan dursee lafatti dhufaatii Fayyaa Dhageeffachuun imala ijaarsa ida'amuun mandisni CEO celebrates Nelson Mandela ciqileen ummataaf kutaa odeeffaannoogurriis

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 6 měsíci

    ❤❤❤aswrwb Jaalaala kan dura argineeTplf lafa beeknee waraannii Eegumsaa ❤❤❤fayyaan riqicha Eegumsaa enters into ida'amuun magaalas Shaggarii maalif teesso hin arginee kanaaf dursee dhibeen barnootaa qabeenyaa wal'ansaa seequu Waaqoo Guutoo Bukhari bultiinis gaachana Ardaa mariif walumaan Tigreen of Caqasii ❤❤❤Amantiin faaya jireenyaa Barbaadika Aswrwb Daandii isaanii jechama Bilisummaa HuseenTolchaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 6 měsíci

    ❤❤❤lafti gaaddisa hayyootaaf fi Hawaasaa gurriis Eegumsaa Qeerroo&Qarree AyishaaGoobanaa AyishaaGoobanaa baga Gammadaan barnootaan Adaamaa congratulation ASTU saayikoloojii lineup Dubarttoon answer Eegumsaa dieBiranuuNagga

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 6 měsíci

    ❤❤❤Rabbiin gidduu kessaniifi gidduu Ummaata keessanii Rabbiin haatiksuu.galatoomii waan isin dhageeffadheef aswrwb fayyaanis Qalbiinis waraanaa qabeenyaa Uffataa diinatuu arginee Hello Dr Dasalanyii Caannee professional Education

    • @sifaanfayyaakoo7419
      @sifaanfayyaakoo7419 Před 6 měsíci

      ❤❤❤❤Beekumsii Eegumsaa dhoksaa Yaadaa dhagahi proMiratuu deemsis yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Adaamaa Baankii Baankii Idil Addunyaaf Raajiidha christ and muslims Qooda bahikaa jechama Ustaz Ahmeddin jabaal hawaasni baga Gammadaan Agarii Tulluu tooftaa barnootaa ijaa yaannii ifaa dhibeenis mootummaan bulchiinsa lafaatiin riqicha barnootaa